28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

4. Namoonni kufan hundumtuu fuula Macafaa Qulqulluu nidhaabbatu. (Jechuun mulla’ata waaqayyooti)

kanaafu isaanitti nimurta. Inni yaada sammuu keenyaa oli. Garuu hubachun dirqama keenya. Isaaf

deebii quubsaa kennuudhaf. Amantoonn bifa adda ta’en hiikoo kennu. (Yaada dadhabaadha). Garuu

hundumtuu hubachuu dhaga’uuf itti gaafatamummaa qabu. Innis Waaqayyoon ibsa. Fincilummaa

dhalaa namaa ibssa. Innis olichummaa Waaqayyoo ibsa. Jireenyi baraa hamma bara-baraati jirachuun

keenya dhugaan kana waliin kan waliqabateedha malee seera Uumamaa 1-11 kan jiruu uumamni

akkamitti, Yoom akka ta’e walin kan ibsu miti. Jalqaba eenyuu fi, Maaliif ta’en baayye

murteessaadha. Waaqayyoo hunduma keenyatti haa araaramu!

2

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!