28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

1. Seera dhaabbataafi isa olaanaa dhagoota warra gara jelaa duraafi duubaan kanneen walitti

hindhufne walirra tuulamanii isarraa kessaa dargaggummaa kan qabu yoo ta’u inni gara jelaa

garuu dulloomaa dha.

2. Qajeelfamni Inni hangafaa dalga walrra tuulama dhagaa kattaa sana bira.

3. Firoomaan muraa dalgaa qajeelfamoonni kattaa yoo muraman yookaan gara keessa gad lixi, Kan

inni gadi lixuu umurii isaatiin ta’u qaba.

4. Qajeelfamoota walii galaa walirra tuulamni kattaawwanii inni tokko isakaan deegera, Inni kaan

yoomiyyuu jela isaatti buluu qaba. Innis walirratuulama isaa olitti kunis lakkoofsa tokko akka

kanaa gadiittii mirkaneessa.

5. Qajeelfamoota firoomaa uumama kattaawwanii walfakkaatoodha. Garuu bakkaa biraarraa kan

ta’an wlsimuun isaanii dirqamadha, Yookana ta’uun dadhabamee walfakkaataa qaama hambaalee

bu’arraa oolchuu, Wal fakkaataan uumamaa yeroo isaa baruuf.

6. Hambaaleen qaama duuka bu’iinsa qajeelfamaa (fosil( qaama qaban inni tokko isa tokkotti aanee

ifa dhumaatti murteessuu yoo dhufan,

a. Baayyee kan faca’a hambaalee qaamotaa

b. Bakka murta’a jo’oo loojii yeroo gabaabati.

III. Yaada gabaaba saayintiistotaa,

A. Baayyeen saayintiistotaa kan isaan mirkaneessa dhugaa mala qorannoo saayinsii ta’e hundumtuu

dhugoota beekaman fi yaadota gara sakata’uummaatti fiduuf kan fedhuudhaa. Waantonni tokko tokko

akka addaatti Uumamuu isaaniitiin sakatta’amuu hin dandaan.

B. Naannoowwan kanatti saayintiistootarraa yaadaafi habuurraa,

1. Seerri ittiin bulmaataa (doktriinii( (Jechuunis barmaatileetokkummaa qabuu) Baayyee

barreeffamaan (dheedhii isaatti fudhatamuu hin qabu). Yeroo durii kan ture qorannoon waa’e

dachee (ji’oolojiistii) kan ta’e waliin adeemsaan walfakkaata jechuun, Isaan yeroo hedduu

walfakkaata bu’aa walmaddi qabu jechuu miti. Akkasumas walfakkaatinni hangaa ifaatti raawwatu

jechuu miti. (Taarbukii fi Lutiijiinsii saayinsii lafaa maxxansa 6ffaa Fuu 262).

2. Kan biraan hubatamuu ka qabuu inni faayida qabeessa sirrii ta’e Radiyo aktiiviin safarrii guyyaa

argamuu kan inni danda’u halbuudota hambaan naamuusa cufaa ta’en uumamni isaa yeroo jiraatu

qofaadha, Kunis, Guyyaan srrii ta’e hin argamu. Kan Ayisoopotiitti dabalee yookaas kan

hirri’ifamuu miti, Yookaan dhaloota irratti hamma hin argamnetti (saayinsii lafaa 6ffaa fuula

maxxaansa 276).

3. Nuti kan cimsaa kana laannu tokkumman kan wa’ee uumamaa tilmaama inni kennuudha. kanaafu

inni surraa ittiin bulmaataati malee tilmaamaan fashaleessuu seeraan mirkanaayee miti, (Dootiif

Baalteen, suuta qabeessa jijjiirama lafaa 4ffaa fuula 44).

4. Tortoraan sana isa amala dhaabbataa qabatee kan Raadiyoo walfudhatiinsa hagaa agarsiise

Ayisoopootiitti raga isaatiif kan walcinaa Raadiyoo Ayisoopootiin Umurii isa giddu galeessaatti

walitti dhufeenya guddaa sirriitti hin beekamu. Bu’aa isaaniitiinis baayyee tokkoffaa kan ta’a

xiqqoo yeroo kan hima mala sirraawwaa akka fakkeenyaattis (40 AR 39AR) tooftaa kanaan seera

harkisa lafaa ta’uu dan da’u, Yookana bifa sanarraa kan darbee (Uumama lafaarra duraa duubarra

ka jiran haalawwan tarkaanfachiisaniif hirrina Reenii Luud wing fi kanarra adeemsa saayinsiitiin

(2000) 83 (1) 107)

5. Namoonni leenjii saayinsaawaafi Raadiyoo metirii malee lakkoofsa guyyaa hubachuu ni danda’uu

ta’a. Eddattoowwan (samples) amanamuu danda’an walitti dhiyeenya umurii akka qaban agarsiisa.

(Hugh Ross, Reasons to Believe newsletter).

IV. Tilmaamoonni saayinsaawaa uumataa kan barmaatilee miti, Haata’u malee amantiiwwan uummataas

jiraachuun isaanii kan barameedha,

A. Namoonni qajeelfamoota tokkicha ta’aniin harkifamanii yookaan barmaatilee miira isaanii duukaa

bu’un fakkeenya ilaalu, Itti aanee miirawaa kan qabu bifa kan qabaatu. Saayinsiidhaan tokkummaa

kanqabu 'qajeelfamni kun “jijjiirama suuta qabeessa” ta’a.

1. Theodosius Dobzhansky, “nmma jijjirama” saayinsii, 555, 409-415 “jijjiirama suutaqabeessa

jechuun lubbu qabeessa kannen lubbuu hinqabne kan Uumu adeemsadha. Innis nama horii irra kan

2. argamsiise, Akkasumas yeroo dhufaa keessaatti yoo ta’u haalonni itti fufuu jedhamnii kan

amanamaniidha.

16

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!