01.07.2014 Views

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

Yaada Dhihate gababinnan

Bakka daldala adda ka Yesler Terrace keessa jirachu danda’u ilalchise,

Tom Hudson yaadaf filanno adda adda dhihessan. Dalaga add adda ka

Yesler Terrace kessa jirachuu dandda’u ilalchise, waan Biyyota adunya

kessa jiran irra baran akka fakenyat dhiheessan. Carra dhalaga ka

dhihate kana akka: nyata hoomishu, nyata gurgguru, eyddu ijolle,

Barumssa fi hoogumma arkka(art & crafts) . Jarma’a jiran mala itiin

fayaddamuun dandda’an ilalchise yaada dhihessan jiran. Fakkenyaf,

Jarma’an Steam Plant ka amma jiru kun, akka Kaffe(Café), Kushina ykn

bakka nyata itti qophessan tahe garggaru ni dandda’a. Plazzaan

ummata kun, gabaya ummata tahu ni dandda’a; ykn bakka feestivalii fi

jila hawasa itti qopheessan tahu ni dandda’a. Eegii Yaadi dhihateen

booda, jirattonni afaan add addatiin addan bahun gafi asi gad jiran akan

irra mari godhan.

1. Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

2. Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

3. Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

4. Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

5. Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu dandda’a?

2

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!