ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
You also want an ePaper? Increase the reach of your titles
YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.
34. Golgola keessa shaamaa qabatanii roorroo ofii mul‟ifachuu

Diraamaafi wallisuu

35. Goofataafi waan nama kofalchiisu kan biro dhiheessuu

36. Tiyaatiraafi muuzikaa akeeka qabsoo calaqqisan

37. Waa‟ee qabsoo wallisuu

Mormii

38. Amna miilaa

39. Hiriira

40. Amna amantiidhaaf godhamtu

41. Muuda dhaquu

42. Makiinaadhaan hiriira bahuu

Goototatti kabajaa godhaa

43. Gadda siyaaslee

44. Awwaalcha akkeessaa

45. Awwaalcha koonnisa ofii qabsoodhaaf oolchuu

46. Jayna ofii kabajaadhaan awwaallachuu

Walgahii ummataa

47. Walgahii mormii yookin deeggarsaa

48. Walgahii diddaa)

49. Walgahii diddaa tan bifa ofii dhokfatte

50. Barnoota siyaasaa walbarsiisuufi walirraa baruu

Moggaatti irraa bahuufi diduu

51. Walgayii dhiitanii bahuu

52. Dubbachuu diduu ( afaan qabachu)

53. Kabajaa lagachuu

54. Duuyda itti galuu

MALOOTA TUMSA-DHOOWWANNAA HAWAASLEE

Matayyoota lagachuu

55. Umneessuu ( hadaamii irra dhaabuu)

56. Waan addayyaarratti umneessuu

57. Hariiroo gudeedmayaa diduu

58. Haraameessuu

59. Seeraan iggituu

Ayyaana hawaasaatifi qophilee aadaa keessatti tumsa-dhorkachuu

60. Sochiilee hawaasleefi ispoortiirraa qooda fudhachuu dhabuu

61. Dhimma hawaasaa keessatti hirmaachuu diduu

62. Barattoonni hojii dhaabuu

40