02.02.2013 Views

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Xiinxallii tana keessatti bakka tokkolleettuu yaanni diddaan sirna abbaa-irreerratti godhamtu dhimma salphaafi

wareegummaa hinqabne jedhu hinjiru. Qabsooleen bifa kamiinuu godhaman xifaafi gatii itti kafalamu ni qaban.

Abbootii irreetiin loluun gaaga‟ama ni qabaata. Haatahu ammo, hoggantoonni qabsoo diddaa tarsiimoolee humna

isaanii cimsee gaaga‟ama dhufuuf malu xinneessu akka karoorfatan xiinxalliin tuni faaydaa ni qabdi jedheen

abdadha.

Gara biraatiin, xiinxalliin tuni akka waan kufiinsi sirna abbaa-irree tokko xumura rakkoolee hundaa jechuutti

fassaramuu hinqabdu. Kufaatiin sirna tokkoo hawwii qaban mara hin dhugoomsu. Garuu, hariiroo diinnagleefi

siyaaslee haqarratti ijaaramte hundeessuufi cunqursaafi hanqinna haqaa bifayyuun mul‟attu dhabamsiisuuf hojii

jajjabduufi qabsoo dheertuudhaaf karaa ni banti. Qorannoon gabaabduun akkaataa sirni abbaa irree itti

diigamuurratti waa jettu tuni ummatoota cunqursaa jalatti kufanii bilisummaaf hamuunan hundaaf akka fayyadu

abdiin qaba.

Gene Sharp

Caamsaa Bara 1993

Dhaabbata Alber Einstein

Boston, Massachusetts

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!