12.07.2015 Views

G.seenaa-mamoo-Ma-001

G.seenaa-mamoo-Ma-001

G.seenaa-mamoo-Ma-001

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

MGalmee Seenaa Mammoo MazaamirMammoo Mazaamir 1937-1970Kabajamaa Mammoon abbaa isanii Obbo Mazaamir Haabitee Doorii fi ,haadha isaniiaddee Umee Guremeessaa irraa Koonyaa Jibaati fi Maaccaa magalaa Guudar keessatti bara1937 tti dhalate.Mammoon barnoota sadarkaa duraa magalaa Guudar Keessatti baratee erga Xumureen boodasadarkaa lammaffaa mana baruumsa Ambooti barateera.Mammoon baruumsa Sadarkaa lammaffaa olanaa gara magalaa Finfinneetti dhufudhan yeroosanaattii mana Baruumsa “Tafarii Mokonnon” jedhamee beekamutti barataa osoo jiruu fedhii fihawwii isaa malee ,rakkina jireenyaa isa mudataa ture ,of irraa saliphisuuf jecha Akaadamiimana leenjii “barisiisoota Haraar “seenudhan Qaphixxii olanadhan eebbifameera.Mammoon barnoota isaa qaphiixxii olanadhan waan xumureef “mana barnootaAkkaadamii waranaa kana “keessatti, hafee barsiisaa tureera. Mammoon mana barnoota kanakeessatti Qondallummaa (ajajaa dhiibbaa) ta’ee barsiisaa osoo jiru barnoota sadrkaa olanaaargachudhan Universitii Finfinnee seenee bara 1962 barnoota seeraa (Law)tiin DeegriineebbifameeraMammoon jireenya ijoollummaa keessaa jiru fi keessa darbe kana keessatti,rakkolewwanummata Oromoo irratti fe’amee jiru sadarkaa adda addatti hubataa eerga dhufeen, hangagaafa, Moorma isaa Fuunyodhaa keennutti murannoodhan hojjataa tureera.

Jalatamaa, Mammoo Mazaamir 1958-1962 yeroo Universitii Finfinnee keessa tureetti Waldaabaratoota Oromoo duran dhabattee jirutti miseensa ta’udhan , waldaan kunQindomina fi tokkummadhan ijaramee mirga Ummata Oromoof ka’ee akka falmmu kanneengodhan keessaa Mammoon sadarkaa duraa irratti nama argamudha.Mammoon ummata Oromoo isa waanjoon garbummaa itti fe’amee jiru ,irraa darbuufbeekumsa fi dandeetti qabu ,akkasumaas kutannoo fi murannoo qabu walitti fiideeJijiirama lammii isaa ,Ummata Oromoof fiiduuf halkanii guyyaa hojjataa akka turettibeekama.Mammoon kitaaboota siyaasaa dubbisuun gamaatti yeroo isaa irraa calaa SeenaaUmmata Oromoo barreesuu fi Qormaata irratti godhaa akka dabarsu namoon isa beekanni dubbattu.Maaccaa Tulaamaa fi Mammoo MazaamirHoggantoota Maaccaa fi Tulamaa keessaaa ijoollee ta’uu isatiin kan beekamuMammoon , dagagiinaa fi guddiinaMaaccaa fi Tulamaa keessaatti qooda guddaa qaba..Waldan kun, akkuma dhabbateen Mammoon ijoolleen Oromoo waldaa kan jalattiijaaramanii mirga isaniif akka falmatan gochuu irratti qooda guddaa qaba.Barnoota Seeraa qabu irratti hunda’udhan Waldichi seeran deeggaramee akkaijaaramu godhuu irratti qoonni Mammoo bakka guddaa qaba.Afaan ,aadaa fi seenaa Oromoo keessattuu sirni gadaa maal akka turee fi maalakka fakkaatu barsiisaaakka ture namonni yeroo ammaa lubbuun jiran ragaa ba’u..Mammoon Umman Oromoo mirga afaan Qawweetiin dhabe deebisee argachuukan danda’u “Qawwee qofan akka ta’e amanaa aka ture dubbatama.Mammoon Xalayaa yeroo sana Qabsa’oota Baleef barreesse jecha arman oliikana mirkaneessa.Hoggantoota Qabsa’oota BaleefSeenaa dhaala namaa addunyaa kanaa ,akka nu mirkaneesutti Ummatonni Blisummaafi birmaduumaaisaanfitti kutannodhan falmatan dhumatiin heddun Jiraatuyyuu dhumarraatti injifannodhanxumuru.Qabsoon lubbuu kabajamaa kennamee gita bitoota habashoota harraa jiran irratti geegefamuulammiwaankeenya kanneen sirna cunqursa jala jiran Miliyonotan kan lakkawamaan bliisummaaisanii gonfachiisa.Qabsoon hanga garbummaan hiddan buqqifamuutti itti fufuu qba.Akkuma beekamu sochiin Waldaa wal-gargaarsa Maaccaa fi Tulmaa inni guddandamaqiinsa ummataOromoo ol kaasuun ,harka wal-qabannee gara funduratti akka tarkafannu irratti halkaniifi guyyaa hojjachuun gara galma keenyaatti deemaa jirra.Dhugaa fi fedhii ummata keenya irratti hundofinnee ,miseensoota waranaa ijarreegutuu biyyaa irratti sochii godhuuf jirra..Isins Qabsa’oonni Balee Qabsoo keessan isa jaginummadhan eegalitan ciiminaan itti fufaa!Falmii mirga Ummata Oromof gotaniif hanga dhumaatti dhiiga keessan dhangalasaa !Sochii Qabsaoota Balee seenaa ummata Oromoo keessatti, bakka guddaa qaba.Milkaawa!Injifannoon kana keessani !nutis isi waliin jirra. ! “Mammoo MazaamirXalayaa Armaan oli kun Qbsaoota Balee tiif bara 19965 barreefame.

Adeemsa Falmataa Blisummaa Oromoo, Mammoo Mazaamir fi Maaccaa Tulamaahordofaa turan gita bitoota habashotaa kanneen Mootummaa sirnagonfoo jalatti walitti qabamani jiran , Waldan kun, fuula dura,jireenya bulichiinsaisanii, kan gababiisu ta’uu isaa waan hubataniif attataman akka WaldanMaaccaa fi Tulamaa rukutamu murteessan.Waldaa kana jalatti ijaaramanii kan jiran hedduu ta’anyyuu isaan kan barbadaanhoggantoota waldaa kanaa akka ta’e ifadha.Kanneen Sadarkaa duratti barbadaman keessaa Mammoon isa durati.Kabinnoon Mootummaa H/Silasee kanneen Akililuu H/Waldiin hogganamanDiramaa Mammoo fi hoggantoota Maaccaa fi Tulamaa ittin dhabamisiisanqopheefatan.Diraman sobaa fi Cubbudhan qophawe kun gaafa 19/11/1966 hojii irra oole..Innis magalaa Finifinnee keessatti kan argamu mana Fiilimmii ““Sinima Empayer” jedhamee beekkamu keessatti galgaala keessaa 9 :00PM ttinamoota taani Fiilimmii “Zorba the Greek “ jedhu ilalaa jiran irratti Boombiidarbachudhan namoota 14 madeessan.Waldaa Maaccaa fi Tulamaati Kiyyoo gara biroo qopheessuu osoo danda’aniyakka hoggantoonni waldaa kanaa hojjatan jedhu ittin jabeessuuf jecha,namootanagaa fiilmmii ilaala jiran fiixuun cubbuu irriyaa hi qabinne hojjatan.Guyyaa lammataa, duran iyyuu irratti qophawanii waan jiraniif, Raadiyooof harkaa qabaniin fashistummadhan mana Sinimaa Empayeer irrattiBoombbii darbatee namoota taanii Fiilmmii ilaala jiran kan fiixe MammooMazaamir akka ta’e addeesan. Gochaa kana ammoo Mammoon ana godhe !jedhe jedhanii, dabalanii sooba dhugaa fakkeessanii gama Poolistiin ummatattibal’inaan ibsa itti fufan.Yeroo mana Mammoo dhaqanii sakata’an Mammoon halkanii fi guyyaairratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalanhedduu mana isatii argamaniiru.Boombii fi meeshawan Waranaa adda addaa ofi isanitii mana isaa geessaniika’udhan akka mana isatii argameetti gabasaniiru.Wa’ee Mammoo ilaalchiisee H/Silaseen akkana jedheera. afaan amaratiin“Lazii hullu Qimamuu Mammo naw jedhe”jedhu. Wa’ee gochaa Maacca fi TulamaatiQoorsa kan ta’’e Mammoodha jedhe. H/S kana kan jedhe barreefamootaSeenaa Oromoo Mammoon dhaloota booriif bareessaa ture eerga dubbiseehubateen booda.Barrefaminni Mammoon dhaloota harraa fi boriif barreessaa ture kun ammooyakka ta’ee Mooma isaa Funyoof keenisiseera.Qabsaan Oromoo Mammoo Mazaamir balleessaa tokko malee soobanyakkanii ragaa soobaa itti dhiyesanii ajajaa fi Mallaattoo H/Silaseetiin fannifameeakka ajjeefamu godhameera.Kabajaman Mammoo Mazaamir bara 1970 osoo hin fanifamiin dura haadhamanaa isa fi ilma isaa dhalatee kan waggaa 5ni isa dhumaaf dhungate garaFunyoo isaf qophaweetti qajeleera.Mammoon bakka itti fanifamuuf qoophawe mana hiidhaa FinfinneeKeessatti akkuma haarki isaa dubatti hidhamee jirutti ,Wadaroo ittiinfannifamu isaaf qopheessan of funduratti ilaala jecha Maartiin Luter jedhe

(I have a dream speech) jedhen kan wal fakkatun kanneen ajjeefamuu isaailaaluuf achitti argamaniif dhaamsa armaan gadii kana dhameeraaf..“Dhiiginni kiyya dhiiga,mirga Ummata Orromoo kabachiisuf gadi nammewaan ta’eef dhiiga tasa badee miti.Yakkan hin hojjaneen ragaa Soobaa natti barbaddanii na ajjeeftanirtu. Isinisbori H/Silasee fi kabinnon isaa dabalatee bakkuma kanatti adaba keesssanUmman Oromoo ykn Umman Ithiopiyaa akka isiniif keennu nan amana.Haa turu malee, mirgi ummata Oromoo isin ukkamisitani jirtan kun fuula dura100/100tti akka kabajamu shakkii tokkollee hin qabu.”, jechudhan eergaa isaa, isa dhumaa isaanif himee gara Wadaroo isaafQophaweetti qajeele.Mammoo abbaa ijoollee 2 yoo ta’u dhalatee waggaa 33 tti yakkamitootakanan ajjeefame.Waanitti nama dinqisiisu kanneen dhabbatanii Mammoo Ajjeesisan1. Akililuu H/Wald Mumicha Minsteera (Prime Minster)2.Akala Waarqi H/Waald (oboleessa Akililuu)3.Daja.kiflee Yirgatuu4.Mej.Jeneral Dirasee Dubbalaa5. Mj.Jeneral Yilmaa Shibashii Dallaa mana hiidhaa Finfinnee bakkaMammoo Mazaamar itti fanfamuutti argamanii ilaalaniiru.Jarreewwan kun hundi isaani H/Silaseetti anaani kannen Jiraniidha.Jarreewaan kun hundi ,akkuma Mammoo Mazaamir fuula duree isaniiisaniif hime, gaafa Dargiin Mootummaa H/Silasee angoo irraa fonqolchuyakkamitoonni goota Oromoo Mammooo dhabbatanii fansisaan kun hundiisaan kabinoota H/Silasee namoota 60 waliin mana finfinnee bakkuma MammooMazzamir dhabbatanii itti ajjeesisan sanatti Daargiin rasasaan isaanfiixee, boolla tokkotti isaan awwalle.Mammoo ajjeesanii waggaa 4n booda hojii isaanii bakkuma sanatti argataniiru.

Akililu H/WaldPrime Minster of EthiopiaMammoo Mazaamir dhabbatee kan fansiise.Farra Oromoo ta’udhan kan beekmu Akililuu H/W Iccitii isaan maleeOromoonni beekuu hin qabinne Taddasaa Birruu Lammii Amaraati se’eewaan hedduu itti himaa eerga tureen ,booda Taddaasaa Birruu Oromoota’uu issaa gaafa beeku “Taddasaa Birruu atattamaan akka ajjeefamu H/Silasee irraa eeyama akka argate seenaan galmeseera.

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!