18.06.2013 Views

Finfinne Tribune

Finfinne Tribune

Finfinne Tribune

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

FINFINNETRIBUNE | Vol. 01 | No. 01 | March 2013 | Bitootessa 2013 PRINT-ON-DEMAND NEWSLETTER PAGE 9

Maaljechi “Walabummaa” fi “Bilisumma” . . . (Cont'd from PAGE 8)

jechooti turan qooqota lamaan

waljijjiiruun waanuma tokkoof

dhimma itt bahama jirate.

“Biyyaa fi ummataaf” jechuun

dhiheenya tolfame.

Kan kana hubachiisuun

barbaachisaa ta’e ofumaa miti.

Seenaa qabsoo bilisummaa

Oromiyaa furaa haaraa kanatt

dhimma bahanii dabsuuf kan

yaalan waan dhalataniifi. Addi

Bilisummaa Oromoo (ABO)

maqaa sochii malbulchaa diina

ofirraa faccisuuf eegalameeti.

Akeeki saa Rebublika

Oromiyaa bilisa ofiin bultu

demokratoftuu kan ummati see

walabummaa fi

walqixxummaan keessa jiraatu

gad dhaabuuf. Daayi

qabsaawota see bulcha halagaa

jalaa baatee mootummaa ofii

akka dhaabbatu gochuu dha.

Sun erga ta’ee hariiroon

ummatoota Afrikaa olla waliin

qabaatan maal akka

fakkaachuu dandahu himamee

ture. Kanneen maaljecha

haaratt dhimma bahuun

bilisummaa malee

walabummaan hin gaafatamne

jechuu fedhan jiru. Sanaaf

sagantaa dhaabichaa irra

deebi’anii yoo ilaalan deebii ni

argama.

Yooma akki qooqoti dhimma itt

bahame mamsiisaa dha

jedhama ta’e hardha maaltu

taliilessuu dhowwa laata?

Waan darbe wal haaluun yk

micciiranii dhiheessuun ni

danda’ama. Garuu Oromiyaan

bulcha diinaa jalaa baatee

mootummaa walaba akka

dhaabbatu fedha sabichaa

taanaan eenyuu akka hin

qabsoofneef kan dhowwuu hin

jiru. Seenaa qabsoo walkaa

jaarraa ummatichi halagaa

jalaa bahee bilisummaan

jiraachuuf gaggeeffate haquun

yaalamaa jira taanaan

qooqotatt fura jijjiiruun utuu

hin ta’in ilaalcha amma

qabaniin gadi bahuu dha.

Seenaa kaayyoo jaalbiyyooti itt

cichaa jiran jajallisuun

rakkisaa akka ta’e yaa’a qabsoo

keessatt argameera. Kan irratt

xiyyeeffatame sanaan ABO

diiguu taanaan eenyummaa ofii

saaxilu malee milkiin hin

ba’ani. Kan fedhe

walabummaan biyyaaf,

bilisummaa ummataaf dhimma

itt bahun ni buhaarsaan

taanaan mirga saati. Kan kana

keessatt anja hin agare

akkuma dudhaan dhimma itt

bahamaa dhufeett itt fufuun

TPLF: The Same System, . . . (Cont'd from PAGE 3)

The content of that video was

very disturbing. It showed

people getting burnt in a house,

being thrown into a deep gorge

and being hung from the tree,

and so many evil things.

After the video was shown, Mr.

Danyachew stood up from his

chair and explained, “Look at

them,” Danyachew spoke

shamelessly and made it worse

for us – the audience of that

excellent propaganda, “this

happened in Baddannoo. And, it

was the work of OLF, they

butcher people, hung people and

burn people.” And he continued,

“You know who they are doing

this to?” he tried to label the

OLF as brutal which would do

such horrible things even to

their own brothers and sisters.

We were very young, but what

we watched awaken us all of a

sudden. We were irritated and

could not wait until he got off

the stage. Instead, he kept going

on and on about it. What he did

not know was that those young

kids could analyze things way

better than he could.

After the long and boring

explanation about the video, in

soliciting for support from the

audience, he gave a chance to

few people to speak. One young

brave boy, I still remember him,

raised his hand and was given

the chance to speak. The boy

was nervous at the start, but

picked it up as he spoke, “Ok, I

have one simple question, who

recorded this video? Whoever

recorded this video must have

done all the crimes committed.

This looks like a movie to me;

instead of recording it, how

come they did not save those

innocent people? And, I heard

that OLF fights for freedom;

why would they commit such

crimes?” And, then he sat down,

all the sudden everybody was

clapping.

Mr. Danyachew was furious,

and he jumped up from his chair

and shouted, “Shut up now,”

and turned around and looked

at teachers who were sitting

right next to him, and furiously

spoke, “There must be some

remnants of OLF among you,”

banging on the table right in

front of him. Probably, he did

not expect the 7th grader to

challenge him. It took him a

while until he later on collected

himself and answered the

question. Even though I don’t

recall the exact answer, I

remember him leaving that

school scratching his head

wondering who the hell taught

those kids.

That video was so fictitious that

even people as young as middle

school students knew how the

producers of that video were the

best writers of the same fictions.

They create a story, set up

characters, practice the lies very

well, and narrate it like it is

true. They want to create

confusion and mistrust among

different ethnic groups, religious

sects and even among brothers

and sisters. They have been

doing this since the first day

they secured power in that

country, and used this system to

defame leaders and to frighten

supporters of the true cause.

Now, leaders of the Muslim

Community are the victims of

mirga abbaati. Yoomiyyuu

waan barbaadnu caalaa nuu

ifsuu danda’a gara jennutt

dhimma baana. Kan barreessu

yk dubbatu akka barbaadett

yoo dhimma itt bahu kan

dubbisu yk dhaggeeffatu akka

waliindeemaa saatt furachuu

danda’a.

Maaljechi qooqota kantaree hin

hafu. Haala waliin guddataa fi

badaa deemuus ni danda’a.

Haala tasa as bahe tokko akka

namaa golguuf qooqa jirutt yk

haaraa uumanii dhimma itt

bahuun waan ilmaan namaa

godhaa dhufani. Jechi

walabummaan biyyaaf,

bilisummaan ummataaf jedhu

garuu rimsama haaraa golguuf

utuu hin ta’in ilaalcha

malbulchaa addaa irratt

hundaaweetu. Kan uumaniif

yeroo sana dhimma baaseera

ta’a. Bulee garuu qaxxisa

maltuuf dhaabata ta’aa jira.

Jechi malalalchiissaan

bilisummaa fi malee

walabummaaf dhaabbanne

hinbeeknu jedhu sun

fudhatame se’ameetu. Ittansee

akkuma “ashannafa’ fi

achanafan” dhaabota Habashaa

lamaaf maqii ta’e wal

haleelchisaa bahe kunis akka

this fiction. The same technique,

that has been used against the

OLF, the ONLF and other

opposition parties, is being used

against Muslim leaders of today.

The Muslim leaders are being

accused of attempting to create

an Islamic Government in

Ethiopia like the Muslim

Brotherhood in Egypt, and

causing violence in the country.

On the contrary, we have

witnessed one of the most

organized and peaceful

demonstrations ever led in

Ethiopia. These leaders should

have been actually recognized

as leaders of peaceful social

changes in that country. The

shocking thing is how ETV

personals shamefully lie to the

people, who happen to know

their leaders very well. Can

they even think? Do they think

that the viewers of ETV

programs are stupid?

ETV is truly a propaganda

machine that accuses innocent

and peace-loving people of

crimes they did not commit. It

uses any possible lie it can

fabricate in order to brainwash,

confuse and try hard to distance

the people from true freedom

fighters and peace-loving

organizations. However, it has

been unsuccessful, and it will

never deter our generation from

pursuing the freedom that

millions are yearning for!

* Hashim Adam is the former

President of the International

Oromo Youth Association/IOYA

(2010-2011) and the former

President of the Oromia Student

Union at the University of

Minnesota (2009-2010).

hin taane eeggachuu dha. Akka

qooqotaatt dudhaan Amaarri

kaabaa” achanafa, kan kibbaa

ashanafaatt” dhimma bahu

turani. Qabsaawota gidduutt

walabummaa fi bilisummaan

maqii ta’uf deemu, garuu

ummataaf adda addummaa hin

qaban, kan malteen feetus

kanuma. Jara dhimma fi ulfina

sabaa dhaabbatanin

walfakaatanii itt dhihaachuufi.

Akeeki keenya tokkuma

jechuuf deemu.

Afaan keenya baldhaa dhaa

barbaadnu caalaa ballifnee

feenu maljecha qooqotaa akka

amma dhihaatett dhiphisne

dhimma itt bahuu ni

dandeenya. Walitt dabaluu fi

gargar cabsuunis qooqota

haaraa uumnee ittiin caalaa of

ifsuu kan nu dhowwu hin jiru.

Garuu gana kaayyoo sabaa

mijjeessuuf malteen tolfamu

fudhatama hin

qabu.“Bilisummaa fi

walabummaa”abba tokkooti

akka biraatt dhimma itt

haabahan malee ummati abbaa

itt ta’e kan beeku haalaa fi

waan tokkichaa ifsu saniiti.

Ayyaana akaakileen kan

dubbannu sanaani. Gabaabaatt

“balchummaa, bilisummaa,

Many varieties of important

crops occur naturally in

Oromia. These diverse crop

plants are very valuable

natural resources. Oromo

farmers have contributed to the

world agriculture by

cultivating and developing

some of the world's crop plants,

and in this way have

discovered new domesticated

varieties. The main cash crop is

coffee. Coffee, a major cash

earner for many countries, has

its origin in the forests of

Oromia and neighboring areas.

Specifically, Kaffa and Limmu

are considered centers of the

origin for coffee. It is from here

that coffee spread to other

parts of the globe. Coffee was

birmadummaa fi walabummaa”

jechuun, kan too’annoo,

olhaantummaa yk dhiibbaa

qaama biraa jala hin jirre akka

fedha ofiitt jiraatu rimsama

jedhu ifsuuf walqixxee dhimma

itt bahama. Tokko tokko akka

ganda gandaatt caalaa dhimma

itt bahamuu danda’a. Sun

wanuma tokko jechuuf malee

namaa, lafaa, qoolloo qilleensaa

fi binoo waan jedhu hin qabu.

Qooqa kamiinuu hanga wal

hubannoon jirutt, waliigalteen

akka haalaatt dhimma itt

bahuf mijjeessuu kan nu

dhorgu hin jiru. Kan jibbamu

ummata afanfajeessuuf

dhimma itt bahuu dha.

Barreessitoota, kiloloota,

qorattoota fi walaleessitoti

keenya sanaaf hedduu

gumachaa jiru, egereefis abdii

guddaa irraa qabna. Afaan

keenya caalaatt nagaa, araaraa

fi misoomaaf garaa qulqulluu fi

gamnoomaan haa guddifanu.

Ulfinaa fi surraan

dabaankufootaaf;

walabummaa, walqixxummaa

fi bilisummaan kan hafaniif;

nagaa fi araarri Ayyaana

abboolii fi ayyoliif haa tahu!

* Ibsaa Guutama miseensa

dhaloota saganta ABO isa

jalqabaa baasan keessaa tokkoo

one of the export items of the

Gibe states. Wallagga and

llubbabor regions of Oromia

exported coffee to the Sudan

through the inland port of

Gambella on the Baro river,

and border towns of Kurmuk,

Gissan, etc. Hararge, because

of its favorable location for

communication with the

outside markets through the

Red Sea, has been producing

one of the finest coffee for

export. Coffee has remained the

chief export item, representing

more than 60% of the foreign

earnings of successive

Ethiopian colonial regimes.

Source: "Oromia: an Introduction,"

by Gadaa Melbaa, Khartoum,

Sudan, 1988.

Photo - Ralf Bäcker

A coffee ceremony is a ritualised form of roasting,

making and drinking coffee in Oromia.

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!