11.01.2013 Views

DEIS kana ilalchise akka ummati baru, gaafi gafatuu fi yaada kennu ...

DEIS kana ilalchise akka ummati baru, gaafi gafatuu fi yaada kennu ...

DEIS kana ilalchise akka ummati baru, gaafi gafatuu fi yaada kennu ...

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Gabasa

Fula dura gaari tahe gara mana

keenna fidu

Jecha Miidha Dachii Irrat Dhufu Calaqqisu Ka Jala

Qaba (Draft Environmental Impact Statement):

Qajeelcha namoota dubbisan garggaaru

Bulchinssi Maneen Seattle odeeffanno

EIS jala qaba kana keessa jiru akkamit

itiin fayyadama?

Guddina Yesler Terrace ka fula duraf dhufu murteesuuf

adeemssi midha dachi irrat dhufu qorachu kun meesha

barbbachisa tokko. Garu inni mesha qopha isa jiru

akka intahin hubachuun ni barbbaachisa. “seeroti ittin

qajelffamnnu ka Kore Qoranno Umatantiin tumame , waan

Yesler Terrace keessat tahu murteesuuf waan hundde tahuun

itti fufa” jedhan, Direkteriin guddina Stephanie Van Dyke.

“EIS wanni godhuuf karorffamnne kun miidha inni dachi

irrat fidu akka baru nu gargara. Kanaf, kuta adeemssa ka

barbbachisa tahe tokko. Garu, dhuama irrat, Komishineroni

Boorddi Bulchinssa Maneeni, fula dura maneen jiratota

gali diqqaatii waan hunddma irra caale gari tahe fi ilalcha

faynansit wanni garii tahe maal akka tahe ni ilalu.

EIS jala qaba kun, Yesler Terrace gudisuun kun, dhiiba

bada inni dachi irrat fidu dandda’u mala sirressaniin ykn,

“diqqeessaniin” ilalchise gorssa ni kenna.gorssu kun yero

guddinni Yesler Terrace adeemsifamu kana gareen karoora

baasu baayye garggara. Fakenyaf, EIS jala qaba kana irra

wanni barame tokko, guddini haran kun, ijarssota gari

irrat anggaasuu (glare) uumuu ni dandda’a. Meeshale alii

maneenii jaramaniin irrat xiyyeffanna godhuun anggaasuu

(glare) kana baleessuun ni dandda’a.

Maxxanssa 3

Sadasa(Nov.) 2010

Gaazexa The Voice jedhamu ka Bulchinssa Maneen Seattle iin fayyadamu irrat dabalama addaa tahu.

Baati muddee (April), ka darbbe, Bulchinssi Maneen

Seattle; fi Kutan, Tajajila Hawasa ka Magala Seattle midha

projektiin guddina Yesler Terrace dachi irrat fidu qorachuuf

adeemssa qoratuun jala qabe ture. Adeemssi baldhaan

namoota gorssa kennaniin hooganame kun, Jecha

Miidha Dachii Irrat Dhufu Calaqqisu ykn EIS bu’ure jira.

Qorannoon kun filannan guddina ka adda adda nanno

projektii kana irrat miidha inni fidu qorate ture.

Dhimooti kudhani sedeet qoratamani turan. Kun ka

dabalu — qulqqulina qileensa, iyyanssa fi Hirre — kaneen

seera EIS keessat qulqqulinaan kahamani jiran. Yesler

Terrace keessat, hala dhimooti kun qoratamaniin ilalchise

, adeemssi akeeka qopheessu (scoping) adeemsifame, yaada

garee dhimmii ilalu funane ture. Bua’aan qoranno baldhaa

kun EIS jala qaba keessat maxxanfame jira. Ummati akka

ilaluun yaada itti keenu qophi tahe jira.

“Adeemsi kun fula durat waan deemef baayye gammanne

jirra” jedhan Hooggantuun Projektii Anne Fiske Zuniga.

“gareen dhimmi kun tuqu hunddma, ammaan tana EIS jala

qaba irrat yaada keenna dabalama ni kennina.”

Unkaan kun fuula 700 oli (www.seattlehousing.org

irrat ni arggama), baayye baldha fi teknikala waan taheef,

Bulchissi Maneen Seattle, Gabasa Adda kana gutuman

gutut, akka qajelcha EIS jala qaba tahu qopheesse jira.

Qajelchi kun:EIS jala qaba keessat qabxiile ijo tahan ni

dhihessa, mala EIS jala qaba kana itti arggattaniin adda

adda ni muldhisa, EIS jala qaba ilalchise eessat fi yoom

akka yada kennu danddeettan ni ibssa, adeemssa keessat

sadarkkan itti aannu maal akka tahe ni calaqqisa.

Stephanie Bower, Architectural Illustration

DEIS Irrat Umati Akka Yada

Kennum Walgahii Qopha’ee

Sadaasa (November) 30, 2010

Bakka isportti itti hojjttan (Gym) ka Yesler ka duri

835 Yesler Way

Sa’ati boda 6-8PM

DEIS kana ilalchise akka

ummati baru, gaafi gafatuu fi

yaada kennu ni afeera.

EIS jala qaba

kana irra SHA

maal bare?

Hojjatoonni Bulchinssa Maneen Seeattle EIS

jala qaba kana qoratani , miidha dachi irrat dhufu

ka garii barani ture. Kaneen kun, garu ka jala

qabaat. Kanaf, EIS jala qaba kana ilalchise jecha

dhuma jedhamani fudhatamu indandda’an.

• Miidhan dachi irrat dhufu kun guddina

gugudda kana fakkatan ka magalalee gugudo

birootiin keessat adeemsifaman wajjiin baayye

wal fakkaata.

• Yero jalqabatiif EIS jala qaba kana dubbisuun

wanni baratame, midhaleen barame kun

tarkkanffi sireesutiin sira’u waan danda’aman.

Miidha dachi irrat dhufu wajjiin walqabate

guddinni kun wan tahu danda’uumit wanni

jedhu inmuldhanne.

• EIS jal qaba akka muldhisut, iyyanssa fi

qulqqulinni qilleenssa ka amma sayiti keessa

jiru ulagaa Kuta Maneeniif Guddina Magala

ka Ameerika (HUD), fi Dhaba Egumssa Dachi,

inguutu. Sabani dudaan kun tahef, konkkolatota

daandi I-5 fi Boren irra deemaniin. Guddini

kun rakko kana incimssu, garu fooyyesu ni

dandda’a. Garu, itti fuufuuf HUD irraa hayyama

gaafachuun ni barbbachisa taha. Gudina

magala keessat adeemsifaman ka konkkolatoni

guguddo fi didiqqoon bakka jirenyat dhihatan

keessat kun yero baayye waan baratame.

• EIS jal qaba kun, rakko, citina jirenya fi dhiibba

jiratota godaanu qaban irrat guddini kun fidu

ni hubate jira. Gabasi kun jirattoni deebi’uuf

akka carra qabaniif garggarssa godaanu akka

arggatan ni muldhisa.

Wanni baratame ka jalqqabiif dhihate kun, waan EIS

jal qaba kun saxila baase keessa, harkka diqqo duwwa

calaqqisa. Hojjatoni Bulchinssa Magala Seattle fi

gareen dhimmi kun tuqu , unkka kana wajjiin

yeroo dheera yo dabarssan , fula duraf qabxileen

dabalamaan ni muldhatu jedhame yaadama.

EIS jala qaba kana irrat yeroon

hawasi yaada itti kennu

Yaada keessan Arfasa (December) 13,

2010 irrat ykn durat garant ergga:

YTEISComments@seattlehousing.org ykn Yesler

Terrace EIS Comments

c/o Seattle Housing Authority

120 Sixth Avenue North

P. O. Box 19028

Seattle, WA 98109-1028

2 Sadasa(Nov.) 2010 | Gabasa Adda Yesler Terrace

Filanna guddinnaa

EIS jala qaba filana guddina afur fi

filana “tarkkanffi fudhachu dhiisu” jedu

tokko qorate ture (filannan dabalaman

tokko filanna afuran keessa tookon

ka walfakaatee). “tarkkanffi fudhachu

dhiisu” jechuun sayiti amma jiru kana

akkuma jirut qorachu jechu. Filannoon

kun filanna guddina sayitii ka baayiin

ummata ka adda adda qabu: diqqa, yiddu

galeessa fi gudda. Filan tokko baayyina

ummata akkuma amma jirut dhiisuu.

Filanna kana ka qopheesse Bulchinssa

Maneen Seeattle yo ta’u, jiratoti, gareen

dhimmi kun tuqqu fi Koreen Qoranno

Ummata, yaada isaani kennani jiran,

Filanaan hundduma maneen amma

jiran ka warra galiin isanii baayye

diqqaa, 561 bakka ni buusu. Filannoon

1-3 , namoota galiin isanii baayye diqqa

tahe dabalama tajajiluun maneen amma

jiran irrat maneen ni dabalu. Filanoon

afuranuu caasale jiran ni fooyyessu.

Filanaan 2 fi 3 , bakka danddileen garii

ka amma jiran itti arggaman ni jijjiiru.

Filanooni kun waan asi gad jiran

kana ni dhiheessu: bakka bana, bakka

miilan irra deeman ni fooyyessu,

quunamtii gandota mogga jiran (Little

Saigon dabale) ni fooyyessu. Filanoon

afuran maneen gabaya irrat gurgguramu

dandda’an ni dabalu. Filanoon 1-3 ka

dabalan: wajjira, bakka komershala

gandda keessa, bakkota tajajila gandda.

Filannan 4 keessat bakkaan bakka jirenya

intahin dabalaman inkkrorffamnne.

Filannoon hundduma Yiddu Galessa

Hawasa Yesler Terrace ka amma jiru

kana ni turssu.

Filanna 1- Maneen Garggar

Fageessani Jaaru (Lower Density)

Filana guddina saayiti kana keessat ,

filannan kun sadarkka diqqa irra jira

• Kuta bakka jirenya 3,000

• Sq. ft. 800,000 waajjiraaf

• Sq. ft. 40,000, sq. ft komershala

gandda keessa

• Sq. ft. 50,000 tajajila gandda

(kun Yiddu galessa hawasa

Yesler ni dabala)

• Acre 6.0 bakka baba umata

(kun Yiddu galessa hawasa

Yesler ni dabala)

• Acre 7.3 bakka bana gami

isa ka dhuunffa

• Geejjiba, dandi fi caasa tajajila

diqqeessanii fooyyessu ni dabala.

Filanna 1A –Maneen

garggar fageessani jaaru ka

waajjira diqqa qabu(Lower

Density with Less Office)

Filaan kun Filanna 1 wajjiin wal

fakkata, garu waajjira diqqa qaba

(tokko Sq ft. 400,000 yo ta’u , kaan Sq ft.

800,000).

Filanna 2 - Fageenyi

Maneenni Yiddu

Filanaan kun filana guddina

yidugaleessa. Filannaan kun, sirni daanddi

ka quunnamti hawasa mogga jiran wajjin

jiru fooyyessu akka jiratu ni gaafata. Kun

ka dabalu: daanddile “magarsisa” (daanddi

miilan irra deeman baldhisu, oddo marra

(landscaping), konkkolatota qabbanessu fi

waneen biro ka namoota milan deemani

tolu), fi tanzziti (ka baabura daanddi irra

dabale). Sirna ykn booyyii lolaan keessa

deemu ka bishan lola tuluun irra deebi’ani

akka fayyda irra oolan godhu.

• Kuta bakka jirenya 4,000

• Sq. Ft. Million 1 waajjiraaf

• Sq. Ft 60,000, komershala

gandda keessa

• Sq Ft 50,000 tajajila gandda (kun

Yiddu galessa hawasa Yesler ni dabala)

• Acre 6.5 bakka bana umata (kun

Yiddu galessa hawasa Yesler ni dabala)

• Acre 9.4 bakka bana gami

isa ka dhuunffa

• Geejjiba, dandi fi caasa tajajila

baayyisani fooyyessu

ni dabala.

Filanna 3 - Maneen Baayye

Walit Dhihatani Ijaramu

Qabu (Higher Density)

Filanaan kun filana guddina gudda

qabu. Filannaan kun, sirni daanddi ka

quunnamti hawasa mogga jiran wajjin jiru

fooyyessu akka jiratu ni gaafata. Kun ka

dabalu: daanddile “magarsisa” (daanddi

miilan irra deeman baldhisu, oddo marra

(landscaping), konkkolatota qabbanessu fi

waneen biro ka namoota milan deemani

tolu), fi tanzziti (ka baabura daanddi irra

dabale). Sirna ykn booyyii lolaan keessa

deemu ka bishan lola tuluun irra deebi’ani

akka fayyda irra oolan godhu.

• Kuta Bakka Jirenya 5,000

• Sq. Ft. Miliyona 1.2 Waajjiraaf

• Sq. Ft 88,000, Komershala

Gandda Keessa

• Sq Ft 50,000 Tajajila Gandda

(Kun Yiddu Galessa Hawasa

Yesler Ni Dabala)

• Acre 6.9 Bakka Bana Umata

(Kun Yiddu Galessa Hawasa

Yesler Ni Dabala)

• Acre 9.2 Bakka Bana Gami

Isa Ka Dhuunffa

• Geejjiba, dandi fi caasa tajajila

baayyisani fooyyessu ni dabala.

Yaadi saayiti (Site Concept)

Yesler Terrace, dalaga gareen

karoru, Seera Ittin Qajelffamnu

horddofa hojjate ni calaqqisa.

Filanna 4 – Godinnumma (Zoning)

Amma Jiru Jalat Maneen Guddisu.

Filanaan kun guddina baaye diqqa

qaba. Kutale 561 ka gali diqqa ka amma

jiran hunddma bakka ni buusa. Maneen

gali baayye bayye diqqa, baayyee diqqa,

maneen gabaya irrat gurgguraman,

dabalama inkaroorfanne. Ijarssa Jesse

Epstein tursuuf karorfate jira.

• Kuta Bakka Jirenya 1523

• Sq. Ft. 20,000 Waajjiraaf

(bakka amma jiru)

• Sq. Ft 10,000, Komershala

Gandda Keessa

• Sq Ft 50,000 Tajajila Gandda

(bakka amma jiru)

• Acre 5.2 Bakka Bana Umata (kun

Yiddu galessa hawasa Yesler ni dabala)

• Acre 7.9 Bakka Bana Gami

Isa Ka Dhuunffa

• Geejjiba, dandi fi caasa tajajila

diqqeessanii fooyyessu ni dabala.

Filanna Tarkkanffi Fudhachu

Dhiisu(No-Action Alternative)

– Ijarssota Amma Jiran

Kabu Fi Bakka Busu.

Filanaan kun sayiti amma jiru kana

irrat jijjirama infidu. Filanna 4, maneen

gali baayye bayye diqqa, baayyee diqqa,

maneen gabaya irrat gurgguraman,

dabalama inkaroorfanne. Ijarsa amma

saayiti keessa jiran, ka bakka jirenya

intahin fi tajajila gandda ka isan keessa

jiru ni tursa. Kun ka

dabalu:yidu galeessa

hawasa fi bakka isporti itti

hojjatan (gym) ka duri,

ijarssa mana barumssa

Head Start, Ijarssa Jesse

Epstein, Jarma’a aaraa

(the Steam Plant), Yiddu

Galessa Hawasa Yesler,

dirre kubba baseball

ka amma jiru, fi bakka

bana dhunffa fi gami isa

dhuunffa ka maneenit

dhihate jiru. Wanni inni

karorffate: kutale, daanddi

amma jiran, fi caasale

biro akkuma barbbachisut

kabu.

Stephanie Bower, Architectural Illustration

Yesler Terrace ka

yeroo dheeraf turu

danda’u(sustainable)

karooru

Gabasa Adda Yesler Terrace | Sadasa(Nov.) 2010 3

EIS jala qaba kana qorachu

Yaada kennu

EIS jala qaba kana irrat yeroon yaadi

itti kennamu Sanbbata Diqqaa (Saturday),

Onkololeessa (October) 30, 2010 irrat jala

qabe, Wiixata (Monday), Arfaasa (December)

13, 2010 irrat dhuma.

Yeroon yaadi itti kennamu kun, EIS

jala qaba kana irrat, ummati, dhaaboti

mootumma, fi gareen dhimmi tuqu ka biro,

akka yaada kennan ni godha.

Eegii EIS jala qaba kun qoratame, yaadi

itti kennamee, yaada kana ira kahuun jijjirami

godhameen booda, Bulchinssi Maneen Seattle

EIS dhuma ni qopheessa. EIS dhuma kun,

Filanna guddina Yesler Terrace ka filatame

ni muldhisa. Boordiin komishinerota ka

Bulchinssa Maneen Seattle, Filanna guddina

Yesler Terrace ka hundduma caala jedhani

itti amanan ni filatu. Filanaan kun “ Karora

Guddina” (“redevelopment plan”) jedhame

yaamama. Filanan kun waggota 15-20 dhufan

kana guddina sayiti keessat ademsifamu ni

qajeelcha. EIS dhuma Gurandhala (February )

2011 irrat ni xummurama jedhame yaadama.

Kutoota EIS jala qaba

EIS jala qaba ka guddina Yesler Terrace

, akka gara mirggat kahamet, kutan addan

hiramuun tartiiban kahame jira. EIS jala

qaba kana , qabxi ijo tahan yo baru feetan,

kuta gabaninaan itti dhihate (summary) fi

sandduqa dhiibba dhufu danda’u calaqqisu

(Impacts table) irra akka jalaqabddan

isin gorssina. Isaan lachu Kuta tokkoffa

irrat arggamu. Odeeffanno baldha tahe yo

arggachu feetan, kutale ja’ani fi qabxilee

walffakkatan ka isanii dubbisuni danddeettan.

Kuta 1- Gababinaan

Ka gabanan dhihaate kun waan EIS jala

qaba kun bare ni calaqqisa. Filannoota

projektii, dhiiba dachi irrat dhufu danda’u

fi waan dachiin wal qabate ka xiyyeffanno

keessa galfamu male ni calaqqisa.

Bishan irra

deebi’ani

fayyadamuunii

fi toohanna

bishaan lolaa

ka aana

Stephanie Bower, Architectural Illustration

Fakkiin gara mirgga jiru kun, hawaasi yeroo

dheeraf turu danda’u (sustainable) maal

akka fakkatu muldhisa. Kaneen fula dura

Yesler Terrace keessat ni calaqqifamu.

Kuta 2- Akeeka EIS fi Filannoota jiran

Kutan 2 kun adeemssa miidha dachi

irrat dhufu filachuu kana ilalchise qabxiile

ijo tahan, akeeka EIS , ibssa saayitii, fi ibssa

filanno adda adda ni dhiheessa.

• Sensa

• Seena Duraani (dugdda)

• Akeeka fi adeemssa miidha

dachi irrat dhufu qorachu

• Akeeka karoora

• Akeeka fi fedhi karoora

• Ibssa saayiti

• Ibssa karooora

• Ibssa filanootaa

• Tarkkanffi adaan jiran/ Seena

Duraani (dugdda) projektoota

• Filannoota qoranno baldha

irra haaqamn

• Karoora kana dalaga irra oolchu

dhiisuun bu’a fi miidhan inni qabu .

Kuta 3- dachi tuqaman fi

miidha dachi irrat dhufu

Kutan 3, Adeemssa akeeka tumu

(scoping) booda, qoranno adeemsifame bu’a

isa ni calaqisa. Kun ka dabalu: dachi tuqaman,

midha dhufu dandda’u fi mala rakko kana

hiikaniin ykn diqqeessaniin:

• Lafa

• Qulqqulina Qileensa

• Qabenya Bishaanii

• Mukeen Fi Bineenssa

• Hirree- Jijjiirama Qilleenssa Fi Afuura

Bagarssisa (Green House Gas Emissions;

• Fayya Dachi,

• Iyyanssa

• Faydda Lafa

• Karoraafi Poolisi Adda Adda

Wajjin Walqquunnamti Jiru

• Bareedina (Aesthetics), Ibssa Fi

Anggassu (Glare), Gaanddiddu,

• Qabenya Seena Qaban

• Qabeenya Aada

• Geejjiba

Bakka hawaasa

ka adda

adduma qabu

fi daanddile

magarssiisa

Dizayina

ijarssota ka

yero dheeraf

turu danda’u

KA UUMAAN ARGGAMU

aaaaaa

Sirnna hirre

ka aanaa

Net workii

barumssaa

ka aana

• Tajajila Adda Adda Ka

Ummata (Public Utilities)

• Tajajila Ummata

• Hawasumma Fi Diingadde

• Dachi Tana Murtti Sirri Kennu

(Environmental Justice)

• Qoranno Bubbee (Wind Analysis)

Kuta 4 – Baruule

Marihataniin(References)

Kuta 5 – Tariiba ittiin hiraniin

Kuta 6 – Namoota qophessan

YESLER

TERRACE

KA IJARRAME

Dhipha, ka

walqqunamti

qabu, ganddda

magala ka

jirenyaa tahu

Maxxantoota(Appendices )

• Tartiiba EIS jala qaba ittiin hiraniin

• Adeemssa akeeka tumu (scoping)

gabaninan dhiheessu

• Yaadota guddina

• Geo teknikala/Gabasa

Teknikala ka Lafaa

• Gabasa Teknikala ka

Qulqqulina Qileensa

• Gabasa Teknikala ka Qabenya Bishaanii

• Gabasa Teknikala ka

Mukeen Fi Bineenssa

• Herrega Afuura Magarssisa (

Green House Gas Emissions);

• Gabasa Teknikala ka Faydda Lafa

• Gabasa Teknikala ka Iyyanssa

• Bareedini (Aesthetics) maal akka

fakkatu dursani baru yalu (simulations)

• Gabasa Teknikala ka

Qabenya Seena Qaban

• Gabasa Teknikala ka Qabeenya Aada

• Gabasa Teknikala ka Geejjiba

• Gabasa Tajajila Adda Adda Ka

Ummata (Public Utilities)

• Baayina barotoota ka fula duraf

gandda kana keessat galan,

mala ittiin hereganiin.

• Qoranno Bubbee (Wind Analysis)

• Namoota qopheessanii fi hogguma

isan qaban tartiba muldhisu.

Jarma’aoota

hawasa

HAWASA DIINAGDDEE

Geejjiba gosa

adda adda

Jiratoota

dalagota First

Hill / walakka

magala wajjiin

quunamsiisu.

Bakka EIS jala

qaba itti arggachu

ndda’amu

EIS jala qaba kun waan gudda taheef,

garggalcha diqqa duwwa maxxanssina.

Web sayiti Bulchinsa Maneen Seattle

(www.seattlehousing.org), keessat

buureen ykn bilashan arggachu ni

danddeetu. Ykn formata PDF jedhamuun

CDiin arggachu ni dandeettu. Yo baruule

EIS jala qaba kana qabu dubbisu feetan

bakkota asi gad jiranit ni arggatu:

• Mana Kitaba Ummata Seattle -

Dame Capitol Hill

425 Harvard Avenue E

Seattle, WA

• Mana Kitaba Ummata

Dame Douglas Truth

2300 E Yesler Way

Seattle, WA

• Mana Kitaba Ummata Seattle

Mana Kitaba Yiddu Galeessa

1000 Fourth Ave.

Seattle, WA

• Mana Kitaba Ummata Seattle

Dame International District /

Chinatown

713 Eighth Avenue S

Seattle, WA

• Yiddu Galessa Hawasa

Yesler Terrace

• Wajjira Hooggana Qabenya

Yesler Terrace

• Wajjira Job Connection

ka Yesler Terrace

Bakka dalddala

diddiqqo

guddisu

Kua maneen

gali makaa

3,000 – 5,000

Garggalcha EIS jala qaba ka fuula

700 oli qabu kana $25 akka isinii

kennamu yo feetan, 206-615-3556

bilbbiluun, Collette Frazier quunnama.

4 Sadasa(Nov.) 2010 | Gabasa Adda Yesler Terrace

Guddinna Yesler Terrace hubachuu

Yesler Terrace ka jarame wagga

torbbatama dura ha tahu male, fuula durat

tarkanffata (progressive) tahu isatiin karora

ijarssa maneen mootummatii fakenya

karora ijarssa ( architecture) tahe ture. Umrii

isa, hala dinagdde ka sayit keessa jiru irra

kahuun, Maneen Seattle, Yesler Terrace

jiratota amma jirani fi fula dura dhufanii gaha

ykn gaarumma gudda ni qaba jedhe inyaadu.

Rajiin fula dura ka Yesler Terrace ii

yaadame kana fakkata: ka damaqqina qabu

(vibrant), ka aada adda adda qabu, ka galiin

jiratota maka tahe, fi paarkkota, dukkota,

wajjirota fi tajajilota (amenities) adda addatiin

marffame.

Rajiin Yesler Terrace ka qajeelu jala qabe ,

2006 irrat yero Maneen Seattle Kore Qoranno

Ummata (CRC) Uume. Miseensoti kore kana

Sagantta yeroo ka guddina Yesler Terrace

Akeeka EIS tumu Mudde (April)

EIS jala qaba ni ba’e Onkkololessa (October 25)

EIS jala qaba

irrat yero yaadi

itti kenname

(Onkkololessa

(October) 30 Hangga

Arfasa (December)

13)

EIS ka duma ba’ee Gurandhala (February)

jiratota, miseensota hawasa mogga jiran fi

namoota dhimi kun tuquu.

Koreen kun seera qajelfamaniin fi yaada

karora (Guiding Principles and planning

concepts) ka projektii kana qajeelchu

qopheesse ture. Seeroti kun—Bu’a Hawaasaa

(Social Equity), Carra diinagddee,

Eegumssa Dachi (Environmental

Stewardship) Fii Faydda Yero dhera

2010 2011 2012 2013 – 2025

Contents

Jala qaba karora Yesler Terrace

keessat, Koreen Qoranno umata,

Wannooti hawasi gat gudda

kennuuf (core value), qopheesse

ture. Kun, tattaffii karora Yesler

Terrace kana hunddee ni ta’a.

Bu’ura Hawasa (social equity) irrat

xiyyefachu jechuun, namoni amma Yesler

keessa jiran akka wal qixat ilalaman

godhu. Hawasi haran kun aadaafi galiin

isa ka adda adda tahe tahu qaba. namooni

gandda haara kana keesssa jiran carra

jiruuf tajajila jiru akka qooddatan godhu.

Carra diinagdde dagagssu jechuun,

hala diingadde jijjiru, jirattota amma

Yesler Terrace keesa jirataniif dhalota

fuula dura dhufani, carraf haala

jirenya fooyyessu jechu. Jechuun,

dhabota daalddala ka gandda keessa

jiraniif dhaabota biro wajjiin harkka

walqabatanii, dalaga minddaa isatiin

namooni jirachu dandda’an kafalu uumuu.

Eegumss Dachii fi Faydda Yero

dheera Credited (Environmental photographs by stewardship

Inye Wokoma – Ijo Arts Media Group

www.ijoarts.com • 206-325-1159

Odeeffanno dabalama yo feetan

ykn hirmmachu yo feetan;

Beksisa e-mailiin akka isin

ergginu yo galmahu feetan:

www.seattlehousing.org.

Anne Fiske Zuniga

Hoogganttu Projektii

(206) 615-3480

afzuniga@seattlehousing.org

Additional copies of this document

are Laura available Ray at the Yesler

Community Walqquunnamtii Center. Yesler Terrace

Sign-up (206) 615-3485 for e-mail notices at

www.seattlehousing.org

lray@seattlehousing.org

Judith Brett Houghton Kilgore

Project Ijarttuu Manager Hawasaa

(206) 615-3480 343-7484

jkilgore@seattlehousing.org

bhoughton@seattlehousing.org

Brett Houghton

Community Ka Builder qopheesse

(206) 343-7484

Bulchinssa

bhoughton@seattlehousing.org

Maneen Seattle

(Sustainabilty), Mana diigame Tokko mana

jarame tokkon bakka buusu— kun booda

komishineroota boorditiin fudhatama

arggate jira. Seerii ittin qajelfamnnu kun,

tattafi karora hundumaf hundde ni ta’a. kun

ka dabalu: yaada sayitii fi filanna guddina ka

EIS jala qaba kanan qoratamuut jiran.

Karora lafa(plat) irrat Caffen Magala tarkanffi ni fudhate (ji’oota bona)

Kumishneronni Bulchinssa Maneen Seattle(SHA) Karora guddina Yesler Terrace ni fudhatan Bototessa(March 2011)

SHA korbbo mirggoota(entitlements) qabate gara Caffen Magala Seattle dhiheesse Waxabajjii(June 2011)

Korbbo

mirggoota(entitlements)

Guyya ijjarssi itti jala qaba jedhame eegamu (Ji’oota hagayya)

qabate kana Caffen

Magala Seattle ni fudhate

Birra(September 2011)

Wannooti hawasi gatiigudda kennuuf (core value), karora Yesler Terrace kana hunddee ni ta’a

and sustainability) jechuun mala ijarssa

ka qilenssa nannotii (environmentall)

tiin walsimu ka yero dheeraf faydda

kennu jecha. Kun seera “ Guddina

qaro” jedhu kana ni qabata. Kana

jechuun, The Citizen maneen Review Committee waliti dhihataniif . . . . . . . . . . . . . . . . . .2

baqo daanddi (streetscapes) namootaan

walsimaniin fayyadamuun, qabenya

Definitions and Guiding Principles . . . . . . . . . . . . . .

lafaa qusannan dalaga irra oolchu. Kun .4

namoon bakka dalaga isanit dhihatu

keessa

Minority Report

akka

jiratan

danddeessisa.

. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 14

Mana tokko Mana tokkon bakka

buusuf waada ni gala yo jennu, xummura

Yesler Open Letter Terrace . . . . . irrat, . . . . . . . bayyini . . . . . . . . . maneen . . . . . . . . . . . . . . . 19

jiratota galiin isaniti diqqa tahe qopha’a, yo

diqqate ,ka amma jiruun wal qixa. Karori

keenna Next Steps maneen . . . . warra . . . . . . . gali . . . . diqqa . . . . . . baayyisu. . . . . . . . . . . . . . . . .20

Seeroti ittiin qajelfamnuu (Guiding

Principles) baldhinaan dhihatani

jiru. Web sayiti Maneen seattle kana

demun Translated versions dubbisu available ni at danddeettan:

Yesler Terrace Management Office, Job Connection and

wCommunity w w . s eCenter.˚ a t t l e h o u s i n g . o r g .

Translated versions versions available available at Yesler Terrace at Yesler Management Terrace Management Office, Job Connection

Office, Job Connection and Community Center.

Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community

��� Center. ���� ��� ��� �����, �� ��� � ����

manp†l'CUnkarbkE®bPasaenAkariyal‡ycat'EcgtMbn' Translated versions available at Yesler Terrace Management Yesler nigmnÊIrbJÇab'kargarnigshKmn— Office, Job Connection and (Yesler Community Terrace

Management, Center. Job Connection and Community Center).

Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community

Center. yziÅ üìguä byñlì tcrñ yçë EñkiŒ‹ Ô/baü ≤ b¤Jú πna∏≠¨ bâÅbrtsú â¿kÑ ÷gØÑ.

�������������(Job Connection and Community Center) � Yesler Terrace �

Translated �������������

versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community

Center.

Garggarlchi unkka kana ka afan keessaniin katabame Wajjira Bulchinssa Yesler Terrace, Wajjira warra

Dalagaan nama qunnamsiisu (Job Connection) fii Yidugaleessa Hawaasaat ni arggama.

Translated Waxaad ka

versions

helaysaa versions available

iyagoo available at

la

Yesler

tarjumay

Terrace at Xafiiska Yesler Management

Maamulka Terrace Office,

Yesler Management Job

Terrace,

Connection

Xarunta Office, and Community

Bulshada Job Center.

iyo Xiriirka

Shaqooyinka.

Connection and Community Center.

Hay versiones traducidas disponibles en la Oficina de Administración de Yesler Terrace, en Job Connection

y el Centro Comunitario.

���� ����-�� �E�� ���� ����

Coù caùc baûn ñaõ ñöôïc phieân dòch taïi Vaên Phoøng Quaûn Lyù Khu Yesler Terrace, Job

Connection (Cô Quan Giuùp Tìm Vieäc Laøm) vaø Trung Taâm Coäng Ñoàng.

Stephanie Bower, Architectural Illustration

EIS jala qaba ka

fuula 700 oli qabu

kanagutuman gutut

dubbisu yo feetan: www.

seattlehousing.org

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!