01.07.2014 Views

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Workshoophi 3/ Dalaga—Guddinna Bakka Daldala

Onkkololessa(October) 1, 2008

Onkkololessa(October 1, 2008), Yiddu Galessas Hawasa Yesler Terrace kesat

Ummati Workshophi ademsise ture.

Workshophiin kun Dalaga fi Guddinna Bakka Daldala irrat xiyyeffate. Dalaga fi

Guddinna Bakka Daldala ilalchise carra adda adda jiru ilalchise, Tom Hudson,

yaada adda adda dhihessan. Namooni afaan adda addatiin addan bahuun, akka

mariiittigodhan, gaafiin shan dhihate ture. Marii jirattoni godhan kana gabasa

kana keessat galmeesine jirra.

Ka qopheesse CollinsWoerman

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

Yaada Dhihate gababinnan

Bakka daldala adda ka Yesler Terrace keessa jirachu danda’u ilalchise,

Tom Hudson yaadaf filanno adda adda dhihessan. Dalaga add adda ka

Yesler Terrace kessa jirachuu dandda’u ilalchise, waan Biyyota adunya

kessa jiran irra baran akka fakenyat dhiheessan. Carra dhalaga ka

dhihate kana akka: nyata hoomishu, nyata gurgguru, eyddu ijolle,

Barumssa fi hoogumma arkka(art & crafts) . Jarma’a jiran mala itiin

fayaddamuun dandda’an ilalchise yaada dhihessan jiran. Fakkenyaf,

Jarma’an Steam Plant ka amma jiru kun, akka Kaffe(Café), Kushina ykn

bakka nyata itti qophessan tahe garggaru ni dandda’a. Plazzaan

ummata kun, gabaya ummata tahu ni dandda’a; ykn bakka feestivalii fi

jila hawasa itti qopheessan tahu ni dandda’a. Eegii Yaadi dhihateen

booda, jirattonni afaan add addatiin addan bahun gafi asi gad jiran akan

irra mari godhan.

1. Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

2. Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

3. Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

4. Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

5. Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu dandda’a?

2

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

Yaadi fuula 4‐7 irrat jiru hirmmatota hundduma irra arggame.

Yaadi fuula irra 8‐19 jiru garee afaan adda addan addan bahuun

mari godhan irra arggame.

Gareen afaan adda addatiin addan bahuun bakka takko taahaan:

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Bakka Seenaniin

Afan Somali

Afan China/

Korea

Afan Ethiopia /

Eritrea

3

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Hoogumma harkka(craft) ka aadaakkahojjatannu garssisa

• Yidu Galeessa eyddu ijolle.

• Carra barumssa:

o Afaan

o Daanssi

o Barumssa Konkkolachifttota

o Tutori adda adda(Tutoring)

o Nyaata dhaabu

o Dalaga mana ijaaru/Mana diigu

• Mana qulqqulessu

• Waya hodhu ykn waya midhassu

• Dhalooti fuula dura dhufu carra arggachu qaba

4

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Dukka namat dhihatu(Convenience store)

• Dukka didiqqa ka wayan iti gurgguramu

• Dukka badhasi adda adda iti gurgguramu(Ethnic gift shop).

• Dukkai hoogumma arkka (Traditional arts & crafts store).

• Mana nyata didiqqa, aadaa

• Dukka ililin iti gurgguramu Harvorview birat

• Mana bunaa fi mana shaahii ka aadaa

• Bakka Meesha iti qulqqulessan(Laundromat and drycleaner.)

• Dukka gugudda ka akka Safeway ykn Fred Meyer . Ka nyataa, waya, fi meshan qulqqulinna itti gurgguramu.

5

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace keessa jiratu feetan?

• Dukka Hoogumma harkka(craft) – Bakka iti midhaffamuuf gurgguramu

• Bakka Eyddu ijolle ka mana keessa

• Waya harkkan midhassun dukka kessat gurgguru

• Dukka ilili

• Dukka kudura

• Yiddu galessa sochi maanguddo.

• Mana nyaata aadaa

• Oddo(garden) ka bu’a(profit) qoddachu dandda’a,mu

• Dukka Groserii

6

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu isinit tahe maal?

• Afan

• Malaqa dhabu‐ bakka daldala jalaqabuun baayye qaali

• Umrii

• Muxxanno dhabu

• Geejjiba fi wiil cheeriin seenu dadhabu.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu dandda’a?

• Jirattonii cara dalaga gaha ni arggatu.

• Mana barumssa Afaanii banuun, barumssa inggliffa ni dagagssa.

• Homishaganddakeessathoomishuun, gati ni diqqessa.

• It dhiheenni ni dagaga

7

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Ani baayy dullome jira. Bayye dhukkuba. Wanni ani godhu fedhu

injjiru.

• Ijolleenkennacarrandalagaka isin qabddu, bayye nu cirqqa.

• Ijolle keenna dalaga waajjira keessa arggu feena.

2) Dukkanaddaaddaka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Dukka Noodle.

• Dukka namat dhihatu(Convenience store).

• Dukka waya keessa bitachu dandda’amu didiqqa.

• Dukka kophee didiqqa.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

8

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

• Saaloni rifeenssa.

• Dukka qeencaa

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

• Afan.

• Maalaqa dhabu.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

• Oso nami hundduma bakka dalddalatiif dalaga asi keesa qabatee,

gaari ture.

• Mootumman maalaqaan nu garggaru qaba.

• Mani barumssa inggiliffa nu barsisu qaba. Akka guufuun quunamtii

injjiranne, nu garggaru qaba.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

9

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Dalagaan mana ijaaruu yo jirate, durat jiratota kennamu qaba.

• Bakka komershala(commercial) diqqa issa 12th fi Yesler irrat jaaru.

• 12th fi Yesler karora keessa galchu.

• Yesler Terrace dalagat ni dhihata. Walqqunnamti ni dagagssa.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Starbucks ykn ka kana fakkatu.

• Dukka badhasa aadaa(Gift shops: ethnic) gaatiin isa yiddu galeessaf oli.

• Daandi 12th ka Seattle U bira jiru ilala. Groseri gati diqqaa qabachuun

gaari( daandii 12th fi Jackson).

• Bakka kophee iti hodhan.

• Bakka dalaga yero gababa iti arggatan( Labor ready), Worksource ykn

ka kana fakkatu.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

10

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) .Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

• Tajajila Delivery; ka nyata fi kana fakkatu.

• Eyddu ijolle ka mana keesa qabachu qabnna.

• Kana alaa, Yesler Terrace bakka daldala, dhaba fayya; wajjiraaf fi

tajajila nyaatatiin marffamtte jirti.

• Guddini kana dura darbbe, groserii inqqabu(Highpoint); Dameen

SCC ka New Holly ture cufame jira. Kun waan abdi nu kennu miti.

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

• Umri.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

11

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Afaan adda adda barachuu carra arggachu.

• Bakka Barumssa adda adda iti barachu danddennu:yoga, aerobics,

daabssii( ka biyya adda addaa).

• Nyaata Organic tahee dhaabu. Gurgguru fi nyaachu.

• Olla keenna Afaan Spanish barsisu feena.

• Barumssa konkkolachifttota.

• Barumssa Daanssi Salsa.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Mana nyaata didiqqa/ Bakka daldala nyaatii itti gurggurama.

• Barumssa fi hoogumma arkka(art & crafts) ( ka biyya adda addaa).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

12

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

• Nyata biyya kiyya (Mexico).

• Meesha adda adda ka mana cida(fuudhaa) itin barechisan

“quinceañeras,” fi kan kana fakkaty, ka harkkan midhaffame.

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

• Bakka daldala adeemsisun baayye qaali.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

• Homishi gandda keessat hoomishamu gatiin isa diqqa.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

13

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Nyata dhaabu barssisu.

• Kushina keessa hojjachu.

• Mana qulqqulessu.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Dukka foon halala tahe qabuy, Aman tana gara Rainier deemun

bitanna.

• Mana nyaataa/buffet.

• Dukka wayaa (ka dhiho dooniin dhufan).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

14

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

• Eyddu ijolle.

• Waya hodhu, waya midhassu.

• Barsisu.

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

• Jala qabuuf qarshi inqqabnnu.

• Muuxxanno dhabu.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

15

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

Afan Korea:

• Ijolle Tutor godhu.

• YidduGalessaEydduijolle.

Afan

• Nyata hatattama(Fast food), Nyata fudhatani deemu

dandda’amu(food‐to‐go).

• Dukka: nyata didiqqa(snacks), Dhugati lallafa, waan guyya guyya

nama barabbachisu. Ka akka: homisha qulqqulinna, Homisha mana

finccani(toiletries), homisha laundary.

• Mana bunaa fi mana shahii.

• Dukka ililli

• Hojjatota Hospitala Harborview hojjatanii garii, Namoota

dhukkuban, Maatii isanitiif dohattota garii.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

Afan Korea:

• Groseri Amereika.

Afan China:

• Nyata hatattama(Fast food), Nyata fudhatani deemu dandda’amu

(food‐to‐go).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

16

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

Afan Korea:

• Dukka ililli.

• Dukkai hoogumma arkka(crafts). Ka iti barachu fi bitachu

dandda’amu.

Afan

• Dukka nyataa fi dhugati lallafa. Dukka nyata didiqqa(snacks).

• Dukka Kudira_ Nyata dhukubddota Hospitala ciisanii tahu.

• Yiddu galessa sochi maanguddo.

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

Afan Korea:

• Mangguddon hojjachuuf fedhi inqqaban. Afura fudhachuuf bashannanu

fedhu!

Afan China:

• Yesler Terrace kessa wanni gufu namat tahu injjiru. Waan yiddu magala

keessa jiruf geejjiba Metro ti dhihannuf, wanni hundduma gaari.

Hospital, hojjatota fi dohattota irra maammila bayye argganna.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

17

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Dukkai hoogumma arkka(crafts). Ka iti barachu dandda’ani fi bakka

hoomishi sun itt gurgguramu dandda’u( tiri nyata, qubeef looti

adda adda, hoomisha ofi barechuf nama garggaran).

• Gabaya qottota.

• Bakka bana ijoleef namoni guguddon iti tapahachu dandda’an,

Kun life guard, beach bira jiru fakkata. Namota ijolle toohachu

danda’an. Garu ka akka bakka eyddu ijolle nama inccinqqinne.

• Bataskkana.

• Jarma’a isporti iti hojjachu dandda’mu.

• Dukka buna, ka buna aadaa qabu. Namoni Seera bunaa ka Eritrea

arggu dandda’u qaban.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Dukka waya itti hodhan.

• Bakka diidat nyata itti gurgguran.

• Bakka waya itti dhiqan(Drycleaner) Ka Laundromat moggaa qabu. Garu

meeshan waya itti dhiqaniif goggossan(washers and dryers) irre gudda

qabachu qabu. Baranggea iti dhiqu dandda’u qabnna.

• Dukka kornera irra jiru(Corner store).

• Dukka gugudda ka akka Safeway ykn Fred Meyer . Ka nyataa, waya, fi

meshan qulqqulinna itti gurgguramu.

• Dukka ililli ka Harborview fula dura jiru.

• Dukka hoomisha ofiin of barechisaniin qabu(Beauty and supply shop).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

18

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

3) Bakka daldala gosa kami jala qabu feetan ykn akka Yesler Terace

keessa jiratu feetan?

• Mana nyata cire itti nyachu danda’an(Mom nad Pope small

breakfast restaurant). Ka nyaata aadaa qabu. Nyata diqqa ka gari

tahe qabachu qabu.

• Eyddu ijolle ka mana kessa.

• Oddo(garden) ka bu’a issa(profit) qoddachu nama danddessisu.

• Dukka groseri kessa hojjachu.

• Mana nyata ka Afrika baha. Kushina keessa hojjachu fedha.

• Mana nyata ykn steam plant keessa hojjachu fedha.

• Waya harkkan hojjadhe dukka Yesler Terrace kessat gurgguru

fedha. ( Skaarvvi aadaa, qamisaaf waya dubartti)).

4) Yesler Terrace kessat(dalaga feeettan) akka inargganne wanni gufu

isinit tahe maal?

• Wil cheeriin seenuun inddandda’amu ykn Elevetor iin injjiru.

• Afan beeku dhabu, Bakka daldala fedhan banu dandda’uuf afan inggliffa

barachu qabu.

• Carran atobusi(transit) baayyen injjiru.

5) Guddinni Yesler Terrace kun gufu kana akkamit dhiqqessu

dandda’a?

• Yiddu galeessi atobusi(transit) yo jirate jirattoni, jirattoni gandda

keesa salphinan maru ni dandda’u. Kessatu yaaddi baabura

didiqqa(trolley) ilalamu qabu. Atobusiin gandda kessa maru garii.

Yiddu galeessa gandda yaadi jedhu dhihate ture. Akka

konkkolattoni yiddu kana inssenne ni godhama. Kun namoni miilan

deeman akka sirrit sochohu dandda’an ni danddessisa.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

19

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

Dhuma Walgahi irrat Posteriin asi gad jiru kun jirattota dhihate ture. Jirattota

hunddumaf qabxin(dot) magarsisa ni kenname. Yada dhihatee jalachu isani

muldhisuf akka dot kana irra kahan godhame.

20

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!