01.07.2014 Views

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Afaan adda adda barachuu carra arggachu.

• Bakka Barumssa adda adda iti barachu danddennu:yoga, aerobics,

daabssii( ka biyya adda addaa).

• Nyaata Organic tahee dhaabu. Gurgguru fi nyaachu.

• Olla keenna Afaan Spanish barsisu feena.

• Barumssa konkkolachifttota.

• Barumssa Daanssi Salsa.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Mana nyaata didiqqa/ Bakka daldala nyaatii itti gurggurama.

• Barumssa fi hoogumma arkka(art & crafts) ( ka biyya adda addaa).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

12

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!