01.07.2014 Views

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Dalagaan mana ijaaruu yo jirate, durat jiratota kennamu qaba.

• Bakka komershala(commercial) diqqa issa 12th fi Yesler irrat jaaru.

• 12th fi Yesler karora keessa galchu.

• Yesler Terrace dalagat ni dhihata. Walqqunnamti ni dagagssa.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Starbucks ykn ka kana fakkatu.

• Dukka badhasa aadaa(Gift shops: ethnic) gaatiin isa yiddu galeessaf oli.

• Daandi 12th ka Seattle U bira jiru ilala. Groseri gati diqqaa qabachuun

gaari( daandii 12th fi Jackson).

• Bakka kophee iti hodhan.

• Bakka dalaga yero gababa iti arggatan( Labor ready), Worksource ykn

ka kana fakkatu.

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

10

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!