Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority
Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority
Oromo/Oromoo - Seattle Housing Authority
Create successful ePaper yourself
Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.
Guddina Yesler Terrace ilalchise yaada kenname gababinnan

Dalaga—Guddinna Bakka Daldala|Onkkololessa(October) 1, 2008

1) Yesler Terrace kessat carran dalaga akka jiratu feetan kam?

• Nyata dhaabu barssisu.

• Kushina keessa hojjachu.

• Mana qulqqulessu.

2) Dukkan adda adda ka Yesler Terrace kessa haa jiratu jettan kam?

• Dukka foon halala tahe qabuy, Aman tana gara Rainier deemun

bitanna.

• Mana nyaataa/buffet.

• Dukka wayaa (ka dhiho dooniin dhufan).

Afan Vietnam Ingliffa

Afan Spanish

Afan

Somali

Afan China/

Korea

Afan

Ethiopia / Eritrea

Bakka

Seenaniin

* Yada fuula kana irra jiru ka

kenne, jiratota teessumi isanii

gara bita irrat inbssame.

14