14.11.2014 Views

namni guyyaa ykn sa'aa isaa beeku hin jiruu? - Family Radio ...

namni guyyaa ykn sa'aa isaa beeku hin jiruu? - Family Radio ...

namni guyyaa ykn sa'aa isaa beeku hin jiruu? - Family Radio ...

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Raadiyoo Faamiliin waldaa kaminuu kan hidhata kan hin qabne Macaafa Qulqulluu irratti kan hundoofte tajaajila raadiyooti.

Waaqayyo malee yeroo dhuma biyya lafaa kan beeku hin jiru. Akkamitti namni Guyyaan Firdii ykn ol-butamuu

Caamsa 21, 2011 jedhee barsiisuu yaala? Macaafni Qulqulluun yeroo deebii Kiristoos guyyaa isaa fi sa’aa isaa

homtuu akka hin beekne ifatti hin barsiifnee? Eyyee, Macaafni Qulqulluun sana barsiisee jira.

NAMNI GUYYAA YKN SA’AA ISAA BEEKU HIN JIRUU?

Macaafni Qulqulluun waan

kana barsiiseef ni hima. Hojii

Ergamootaa keessatti, yeroo barri

waldaa kiristaanaa Kakuu Haaraa

jalqabuuf jedhutti, Yesuus duukabuutota

isaa akkanatti barsiise.

“Isaaniin jedhees, isinii hin

kennamne bara sana, yeroo sanas

beekuun Abbaan gooftumaa isaatiin

isa godhe.”

Lakkoofsa isa itti aanutti immoo,

Yesuus akkana jedhe.

“Garuu humna in argattu, Hafuurri

Qulqulluun yommuu isin irratti gadi

bu‟u. Anaafis dhugaa in baatu,

Yerusaalemitti, Yihudaa

hundumaattis, Samaariyaattis,

hamma daarii lafaattis.”

Wanti nuti lakkoofsa kana

keessaa barannu, barra waldaa

kiristaanaa keessatti, namni hundinuu

waa‟ee yeroo dhuma biyya lafaa

beekuuf fedhii guddaa akka

agarsiisanii dha; amantoonni garuu

dhimma kana irratti xiyyeeffachuu hin

qaban. Isaan kan irratti xiyyeeffachuu

qaban hojii wangeelaa biyya lafaatiin

ga‟uu qofaa dha. Kanaaf, hamma fedhe

beekaa wangeelaa yoo ta‟an, ykn

hamma fedhe jabaatanii yoo Macaafa

Qulqulluu qoratan ykn yoo Kiristoosiin

tajaajilan, yeroo dhuma biyya lafaa

beekuuf kan danda‟amu miti. Hata‟u

malee, dubbii jabaan Macaafa

Qulqulluu kessatti dubbatame tokko in

jira. Innis Macaafa Lallabbaa 8:5

keessatti barreeffame. Achitti

Waaqayyoo akkana jedha:

“Abboommii kan eegu waan hamaa

hin beeku; garaan ogeessaas

yeroodhaa fi mala beeka.”

Macaafa Qulqulluu keessatti,

namni ogeessa ta‟e, nama Waaqayyo

aangoo-qabeessummaa Macaafa

Qulqulluu akka hubatu godhe, amanaa

isa dhugaa dha. Amantoonnii warri

dhugaan, yeroo duritii eegalanii jiru.

Hata‟u malee, yeroon seenaa akka

Macaafa Qulqulluu keessaatti

mul‟atetti, garaa amantootaa keessatti

hin mul‟anee. Fakkeenyaaf, bara

waldaa kiristaana gara caalu keessa

kan mul‟ate umamni kan ta‟e bara

4004 (Dh.K.B) kan jedhuu dha. Hata‟u

malee, waa‟ee yeroo seenaa ilaalchisee

Waaqayyo qalbii amantoota dhugaa

waggaa 35 dura banuu jalqabe. Akka

Macaafni Qulqulluun barsiisutti garuu,

yeroo waan kanaan dura ta‟e,

kaalandarii ammayyaa wajjin

madaallu, yeroon seenaa kan akka

umamaa (11,013 Dh.K.D), Bishaan

Badiisaa bara Noh (4990 Dh.K.D),

Ba‟uun Israa‟eel biyya Misirii tii (1447

Dh.K.D) fi duuti Solomoon (931

Dh.K.D) ta‟uu isaanii baranna.

Ta‟us, beekumsi yeroo

seenaa inni sirriin guutummaatti hanga

dhiyeenya kanaatti karaa Macaafa

Qulqulluu amantoota dhuggaatti

Waaqayyoon hin mul‟ifamne ture.

Yeroon seenaa kun hanga dhuma biyya

lafaatti wal-duraa duubaan ol

keewwameera. Waggoota hedduu

darban keessa, Waaqayyo dhugaa

hedduu nuuf ibsaa turee. Waggoota

hedduu darban keessa, Waaqayyo

dhugaa hedduu nuuf ibsaa turee jira,

isaan kunis, hanga amma bara isa

dhumaatti dhiyaanutti, Macaafa

Qulqulluu keessa dhokatanii

turaniiyyu. Kun akkamitti ta’a?

Akka kun ta‟u, Macaafa

Qulqulluu keessatti ifatti raajjeeffamee

jira. Macaafi Qulqulluun jiraataa

sagalee Waaqayyoo ti; isa hubachuuf,

namni isa dubbisu ykn dhaga‟u, qalbiin

hafuura isaa Hafuura Qulqulluudhaan

banamuufii qaba. Kanaaf, hanga yeroo

dhiyoo kanaatti sammuun keenya

dhugaa Macaafa Qulqulluuf akka hin

banamne fedha Waaqayyo waan hin

taaneef, yeroo ammaa kana keessa

dhugaan Macaafa Qulqulluu warri

gudguddaan caallaatti hubatamuu

qabu. Kun akka ta’uuf jiru Macaafni

Qulqulluun nutti hima.

MACAAFA ISA CUFAME TURE

Macaafa Daani‟eel keessatti,

Waaqayyo waa‟ee bara isa dhumaa

waan hedduu dubbata. Waan kana

hunda Daani‟eel hubatee ture; sababii

odeeffannoo fokkisaa ta‟eefis,

Daani‟eel guddisee gaddee ture.

Fakkeenyaaf Daani.eel 8. 27 keessati

akkana jedhaa:

1

„‟Ani Daani‟eel dadhaabee guyyaa

danuus dhukkubsadhee ergaan

ka‟eeyis hojii mootichaa nan

hojjedhan turee, waa‟ee

mul‟atichaafis nan dinqisifadhan

ture, kan isa hubatus homtinuu hin

turre.”

Isa booda Daani‟eel 12: 4 fi 9 keessatti,

Waaqayyo Daani‟eeliin akkana jedhe:

“Ati garuu yaa Daanieel, dubbicha

dhoksi, macaafichatti milikkita

godhi, hamma bara dhumaatti,

namoonni baay‟een isa in hubatu,

beekumsis in baay‟ata. Innis jedhe,

dhaqi yaa Daani‟eel, dubbichi

hamma bara dhumichaatti

dhokfamaadhaaf, milikkini kan itti

godhameedhawoo.”

Jecha biraatiin, waa‟ee bara dhumaa

ilaalchisee, Waaqayyo odeeffannoo

gudguddaan akka jiru nutti hima;

odeeffannoon kunis Macaafa

Qulqulluu keessatti kan katabame yoo

ta‟ee illee, hanga yeroon dhumaa

ga‟utti Waaqayyoon mul‟inatti gadi hin

baane. Mul‟ata Yohannis 22:18-19

kessatti kan dubbifannukeessatti

akkana jedha:

“Dubbii raajii macaafa kanaa kan

dhaga‟u hundumaafuu dhugaa nan

ba‟awoo, homtinuu kana keessatti

isa caafame dha‟icha itti in dabala.

Homtinuummoo dubbii raajii

macaafa kanaatti yoo waa hirr‟ise

Waaqayyo macaafa jireenyaa

keessaa biyya qulqulluu‟aa sanaayis,

qooda isaa in hirr‟isa, waa‟ee isaatiif

macaafa kana keessatti caafamee

kan jiru.

Kutaaleen kun kan isaan nutti himan,

Macaafni Qulqulluun bara 95 (Dh.K.B)

tti erga barreeffamee raawwatee booda,

jechi biraa kan Macaafa Qulqulluutti

dabalamu hin jiru. Kanaaf,

odeeffannoon waa‟ee dhumaa

ilaalchisee, Daani‟eeliif kenname, kan

garuu hanga bara dhumaatti hubatamuu

hin qabne, Macaafi Qulqulluun

katabamee utuu hin raawwatin, achi

keessatti barreeffamuu qaba.

Hata‟u malee, Waaqayyo sana kan

barreesse akka inni hanga bara

dhumaatti hubatamuu hin

dandeenyettii dha. Yaadadhaa,

hubannoon, akka nuti Luqaas 24:45

keessatti arginutti, Yeesus Kiristoos

biraa dhufa. “Yommuus qalbii isaanii

bane, macaafota hahubatanuuf.”

Kunis, Macaafni Qulqulluun qooqa

namni hubachuu hin danda‟amneen

katabamuun isaa kanaafi. Akka

Maarqoos 4:34 keessatti dubbifnutti,

sababii Kiristoos fakkeenyaan

dubbatuufis kanaafi. “Fakeenya malee

garuu, isaanitti hin himne”.

MACAAFICHIS IN BANAME

Mul‟ata Yohaannis 5:1-9 keessatti

immoo, akkana dubbifna:

“Anis isa teessoosaarra taa‟e gara

mirgaatti macaafa arge, keessaaf

duubaan kan itti cufame, mallattoo

torbaanis kan mallatteeffame. Ergaa

jabaasaas argee, sagalee

guddaadhaan utuu iyyuu. Eenyu

inni kan ta‟uuf macaaficha banuun,

mallatichas hiikuun.

Tokkollee in danddeenye, waaqarra

kan jiru, lafarras kan jiru, lafa jalas

kan jiru, macaaficha banuu,

ilaaluus. Anis guddaa nana boo‟an

ture, tokkollee kan ta‟uuf hin

argamnewoo, macaaficha banee kan

deebisu, kan ilaalus. Maanguddoota

keessaayis tokko naan jedhe, hin

boo‟ini kunoo Leencichii sanyii

Yihuudaa keessaa, lanai Daawit

mo‟eera, macaaficha banuudhaaf,

torbanuu mallattootas hiikuudhaaf.

Teessichaaf arfanuu bineensota

gidduuttis, digamii-arfanuu

maanguddoota gidduuttis, hoolaa

tokko arge dhaabbatee akka

qalametti. Gaafa torbas qaba ture,

ija torbas. Isaanis torba hafuurota

Waaqayyootii, lafa hundumaa irratti

kan ergaman. Dhufeeyis macaaficha

fudhate, isa teessoorra taa‟e, gara

mirgaatti. Macaafichas erga

fudhatee, arfanuu bineensonni,

digadamii arfanuus maanguddoonni,

hoolicha duratti lafa dha‟a anii.

Hundumti isaaniis, adda-addaan

kiraara qabu turani, girgirataa

warqees, ixaanaan guutuu, isaanis

kadhata qulquullootaatti.

Galata haaraas in galateeffatu

turani, akkana jedhaa: “Sii ta‟a,

macaaficha fudhachuun,

mallattichas hiikuun,

qalamteertawoo, dhiiga keetiinis

Waaqayyoof nu bitteertawoo, gosa

hundumaa keessaa, afaan

keessaayis, sanyii keessaayis, saba

keessaayis.”

Kutaaleen kun kan nu

barsiisan, macaafni cufame tokko akka

jiruu fi innis Kiristoos mataa isaatiin

kan banamu ta‟uu isaati; macaafni

tokkichi kunis isa Macaafni

Qulqulluun Daani‟eel 12 keessatti

dubbatuu dha.

Macaafni kun mallattoo torbaan

cufame; kanaaf, odeeffannoon hundi

macaafa kana keessatti barreeffaman,

akka nuti hubannuuf yoo barbaachise,

mallattoon torbanuu banamuu qabu.

Eyyee, Mul‟ati Yohaannis 8:1

mallattoon inni torbaffaan yeroo

banamu argisiisa.

2

“Isa torbaffaas malattoo yommuu

bane, waaqa irratti caluma jechuun

ta‟e. yeroo wallakka kan ga‟u.”

WAAQAIRRATTI CALLUMA

JECHUUN YOOM TA‟E?

Waaqa irratti cal jechuun sa‟aa

walakkaaf ta‟e inni jedhamu, gara

jalqaba Dhiphina Guddichaa, jechuun

guyyoota 2,300 isa jalqabbii waggaa

23 ykn guyyoota 8,400 keessa isa ta‟u

keessa dha. Yeroon kun Caamsa 21,

2011 keessa akka jalqabe waggaa

baay‟ee baranneerra. Guyyoota 2,300

keessa, waldaa keessas ta‟e

addunyaatti, namoonni fayyan guddaa

xiqqaa dha. Mul‟ati Yohaannis 8:1

waa‟ee cal jechuu waaqa irraa kana in

gabaasa. Haalli kun kan ta‟e Caamsa

21, 1988 tti; sababiin isaa

gammachuun waaqa irratti kan ta‟u,

yoo cubbamtooti qalbii diddiirratanii

dha. Luqaas 15:4-32 keessatti,

Macaafni Qulqulluun waa‟ee

gammachuu kanaa gabaasa, innis

gammachuu isa callisan miti.

Caamsi 21, 1988 bara waldaa

kiristaanaaf guyyaa isa dhumaa akka

ta‟e barrannee jirra; innis yeroo

waggoota 23 kan Dhiphina Guddichaaf

guyyaa jalqabaa yeroo ta‟u, yeroos

Seexanni waldootaaf biyya lafaa

keessatti akka mul‟inatti mo‟uuf

Waaqayyoon kan hayyamame akka

ta‟e barannee jirra. Guyyoota 8,400

keessaa guyyoonni 2,300 kan jalqabaa,

yeroo itti Hafuurri Qulqulluun

waldootaa fi biyya lafaa keessaa ol

harkifamee dha. Kunis, waaqa irratti

akka cal jechuun ta‟u godhee jira.

Haalli gaddisiisaan kun hanga xumura

waggoota 23 kan Dhiphina Guddichaa

sanatti waldoota keessatti itti fufa.

Hata‟u malee, Caamsa 21, 1988

raawwina guyyoota 2,300 booda

(dhuma bara waldaa) akka Zakaariyaas

10:l fi Yaaqoob 5:7 keessatti

dubbatametti, Hafuurri Qulqulluun

bokkaa lammaffaa isa Macaafni

Qulqulluun jedhu fiduuf si‟a lammata

gadi robe. Kunis biyya lafaa keessatti

malee, waldoota keessatti miti. Sana

booda, Waaqayyo haamaa guddaa isa

dhumaa fiduudhaan, waaqa irratti

gammachuu guddaa fide. Fayyinni kun

waldoota keessatti utuu hin ta‟in,

waldootaa alatti hanga Dhiphina

Guddichaa Caamsa 21, 2011 ta‟utti in

raawwata.

Gara jalqaba yeroo Dhiphina

Guddichaa sanatti, (Caamsa 21, 1988)

mallattoo isa dhumaa fi torbaffaa kan

Daani‟eel akka cufuuf abboomame

sana Kiristoos in cufe. Sababa kanaafi

egaa waggoota muraasa darban keessa

Waaqayyo dhugaa haaraa Macaafa

Qulqulluu keessaa kan nuuf ibseefi.

Kunis yeroo bara dhumaa isa sirrii fi

waa‟ee akeeka Firdii Waaqayyoo of

keessaa qabaata. Jechi „yeroo jedhu

„sa‟aa‟ wajjin tokkicha. Firdii jechuun

„Guyyaa Firdii isa nuti „Guyyaa‟

jennuu dha. Kanaaf, Macaafa Lallabaa

8.5 keessatti kan raajeffame yeroo

firdii sana beekuun, guyyaa fi sa‟aa

sana beekuu dha. Kunis, araaraa fi

jaalala Waaqayyo biyya lafaaf qabu

sirriitti mul‟isa. Yaadadhaa, waa‟ee

badiisaa ilaalchisee biyya lafaa akka

akeekkachiisuuf, Waaqayoo Nohiif

odeeffannoo sirrii kennee ture.

Akkasumas, Waaqayyo guyyaa itti

magaalaa Nanawee balleessuuf

kaayyeffate, Yoonaas guyyaa isa sirrii

akka saba akeekkachiisu isa abboomee

ture. Akkasumatti, amantoonni

dhugaan bara kanaa, guyyaa jalqabaa

kan Guyyaa Firdii, jechuun gaafa olbutamuu

sana, akka beekanii, biyya

lafaa akeekkachiisan, Waaqayyo jaalaa

fi araara isaatiin yeroo isa sirrii

kenneeraaf. Maal waaqni gara laafessi,

arjaa fi jaalala-qabeessi akkanaa! Kan

nama dinqu, Waaqayyo harr‟ayyuu

namoota hedduu fayyisaa jira (Mul‟ata

Yohaannis 7:9-14). Kunis, akkuma

bara Yoonaas sana lammiiwwan

hedduu fayyisee ti (Maatewos 12:4).

AKEEKKACHIISA DHUGAA

WARRA WALDOOTA KEESSAAF

Waa‟ee yeroo sirrii guyyaa

ol-butamuu fi waa‟ee Guyyaa Firdii

hubachuun beekumsa isa baay‟ee

guddaa barbaachisuu dha. Tasaloonqee

duraa 5:2-3 keessatti, Waaqayyo

Guyyaa Firdiitti dhufe namoota

xumura biyya lafaa haalan ykn ganan

yeroo balleessu amantoonni warri

dhugaan immoo, yeroo Kiristoos itti

dhufu (sa‟aa) isaa beekanii innis

Guyyaa Firdii jalqabee isaaniin gara

waaqaatti yeroo geessu (ol butamuu)

itti himee jira. Achitti Waaqayyo

akkana jedha:

“Isinuu ofumaan gaarrii gootanii

beektuwoo, guyyaan Gooftaa akka

dhufu, akka hattuu halkan

dhuftuutti, nagaatti, jabeenyatti

jirra yommuu jedhanuu, yommuus

dingata badiifni isaan in qaqabata,

ciniinsuun nadheen ulfooftuu akka

qabatu, duraayis hin ba‟anuu.”

Mul‟ata Yohaannis 16:15

keessatti immoo, Kiristoos ofii isaa

akka hattuu akka dhufu in barsiisa

(Mul‟ata Yohaannis 3:3 ilaalaa).

Akkuma beekamu, Kiristoos, hattuu

miti. Garuu, innii fi Guyyaan Firdii

akka hattuu dhufu. Yohaannis 10:10

keessatti, hattuun yeroo dhufu waan

hojjetu Waaqayyo nutti hima.

3

“Hattuun hin dhuftu, hatuuf malee,

gorra‟uufis, ajjeesuufis” Akkasitti,

Kiristoos Guyyaa Firdii yeroo dhufu,

namoota akka hatuutti itti dhufu

jireenya isaanii fudhatee in balleessa.

HATTUUN HALKAN DHUFA

Kiristoosiif Guyyaan Firdii

halkan dhufu. Tasaloonqee duraa 5:3

keessatti Kiristoos akkana nuun jedha:

“Nagaatti, jabeenyatti jirra yommuu

jedhanuu, yommuus dingata badiifni

isaan in qabata.”

Sababii badiisi itti dhufuuf, namooti

kun akka hin fayyine nuti sirriitti

beekna. Waan hin fayyineefis, isaan

dhukkana hafuuraa keessa jiru. Isaan

halkan keessa jiru. Guyyaan Firdii

akka “hattuu halkanii” itti dhufa.

Garuu, isaan kan Waaqayyoo wajjin

nageenya qabaatan itti fakkaata.

EENYU NAMOONM KUN?

Qooqni kutaa kanaa akka ibsutti, isaan

namoota biyya lafaa jiraatan kan

guyyaa Caamsaa 21, 2011 tti waldaa

keessa jiranii dha. Sababii waldooti

dhugaa Macaafa Qulqullu keessaa ala

ta‟an waa hedduu waan barsiisaniif,

jechuun kan akka akeeka fayyinaa

dogoggoraa, akkasumas sababii

Hafuurri Waaqayyoo waldoota

dhiiseef, warri guyyaa Caamsaa 21,

2011 waldaa keessa jiran hin fayyan.

Hata‟u malee, waldooti ammayyuu,

miseensota isaanii akkana jedhanii

barsiisu.

1.Saababii miseensota waldootaa

ta‟aniif, nageenyaaf to‟annaa Kiristoos

jala jiru

Kiristoos akka hattuu halkan dhufuu

isaa in amanu.

Jarreen jaallatamtoonni kun isaan

mataan isaanii halkan hafuuraa keessa

jiraachuu isaanii hin hubatani. Kunis

immoo, yeroo Kiristoos dhufu isaan

mataan isaanii Guyyaa Firdiitti akka

badan in mirkanneessa. Hammam

sodaachisaa dha! Waa‟ee yeroo sanaa

(sa‟aa isaa) fi waa‟ee Guyyaa Firdii

(guyyaa isaa) kan beeku amantoota

warra dhugaa dha. Isaan kun dukkanaa

fi halkan hafuuraa keessa hin jiran.

YAADADHAA, Waaqayyo baayyee,

baayyee jaalalaa fi araara-qabeessa.

Nama mataa gadi qabachuudhaan

Waaqayyotti iyyee kadhatu, tarii isaan

in fayyu ta‟a.

Adam when kan jedhu kan

bara 1974 tti maxanfame

ilaalaa. Garagaalchii afaan

Ingilizii yoo barbaaddan,

Family Radio, Oakland,

California, 94621, USA

jettanii yoo barreessitan tola

in argattu. Yookaan

websaayitii

www.familyradio.com

ilaalaa.

Waa‟ee dhuma biyya lafaa bal‟inaan

odeeffannoo yoo barbaaddan, Faamilii

Raadiyootti barreessitanii kitaabota

tola argachuu in dandeessu; ykn web

saayitii keenya irraa odeeffannoo

hunda afaan Ingilizii, Ispaanishii,

Faransaayii, Chaayinizii fi afaan kan

biraation argachuu in danddeessu.

I Hope God Will Save Me

We Are Almost There!

To God be the Glory!

keessan isa gabaabaa hafe keessatti

waan inni hojjetu kadhata guddaa

wajjin eegadhaa.

Waan dubbiftan kana ilaalchisee

gaaffii yoo qabaattan ykn sagantaa

danbalii tamsaasa addunyaa keenyaa

yoo feetan,

FAMILY RADIO

Oakland, California 94621

USA

jedhaati nuuf barreessa.

Toora Inteerneetaa

http://www.familyradio.com

Emailii:

International@familyradio.com

OROMO TO AFRICA

LOCAL TIME KHZ

1900-2000 15160

2.Guyyaa fi sa‟a Kiristoos itti

dhufu namni beeku hin jiru. Kanaaf,

Kun egaa dubbisa barreeffama kanaa

in raawwata. Wanta dhageessan irratti

hundaa‟uudhaan, Waaqayyo jireenya

4

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!