21.06.2013 Views

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Biyya Oromoo Laalistuu

Biyya Oromoo Laalistuu

Biyya Oromoo Laalistuu VOLUME 1 SPRING 2010

Dhugaasaa D. Goobanaa

Haa geeraaru nun jedhuu – maaliin geeraarru laataa?

Dhuunfannee mirga hin qabnu – faacha siida injiifata

Boobbafnee dhibba hin qabnu – kuusaa dilbii hormaata

Roorroon garaa nu gubee – diidee nu dhiikkifataa

Nu hin dardarbiin yaa garaa – barri ni dabra kun seeraa

Seera yeeroo qaraan-qaraa – seenaa eenyummaa sooraa

Geerarsaan seenaa ibsu – dhugaa bulee laaliisu

Mee takkan biyya farsaa –

biyya mandhee goota boonsa

Seenaa soora eenyummaa –

ittiin dhaadhessu dhimma!

Biyya Oromoo Laalistuu,

Madda walaabaa jiituu – waan hedduu magarsituu

Dhaadheessan dhugaa wayya – kan ifu halkan guyyaa

Qorxii dilbii bekkumsaa – dharri bulee fokkiisa

Seenaatu heddu nu gubaa – yaadannoon bara dhibaa

Seenaan aadaa gabrummaa – kan gadda roobsu gumaa

Eenyummaa kee ukkaamse – goota garaa bobeessee

garaan guubate hin hafuu – kan mirga dhabe hin rafu

Eenyummaaf hidda dhiigee – ittin koolaasa addagee

Iyya gumaa gootoota – lammii fi qomootu birmata

Hangaasuu Bilisummaa 25

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!