21.06.2013 Views

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

Hangaasuu Bilisummaa Journal Volume 1 - ULFO

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Biyya Oromoo Laalistuu VOLUME 1 SPRING 2010

Biyya Oromoo laalistu,

Hin gorsiinee lammii fi qomoo – aadaa jette akka huumoo

Aadaa fiiniinsu eenyummaa – ibsaa seera namummaa

Eebba barii fi galgaalaa – humna keesaaniin bulaa

Akka horan bekkumsa – kaayyoo bilisaaf tumsa

Akka hin daganne gumaa – dhugaa haadhooftu dhimma

Halagaan gaafa koolfaa– lammii fi qomoon gaafa golfaa

Hin dhagatiinan jettee – hin gorsaanee waalaalaa?

Fiirri garaa walii lafaa– ijoollee koo ofkoolaa

Jette hin eebiifnee laataa – dhiiga haadhoo–obbolaa

Maalii? Maaltu dhalatee? – Eebbii kee abaarsaa ree?

Qomoon qomoo gurguree – lammiin lammii dareree

Diinni fokkun kichuu ciree – luumnnii dofan geeraree

Gumaan gootoota oromoo – maaf taate du’a saree?

Yaa ijoollee banneerakaa – gurra abbaa ganneerakaa!

Akka waan hayyuu dhabnee – nama nu gorsu dhabnee

Akka waan jennu dhabnee – jettee jeetteen wal–dhabne

Akka waan gootaa dhabnee – diinni addaaggen nu dhane

Akka waan nama hin taanee – xinnaa guddan tuffatamne,

Akka waan dhimma dhabnee – holloo ijoollee dhahanne

Akka waan diina taanee – qomoon fi lammiin wal–dhaanne

Maal abdaateetu laataa? – kodeen koodee kan ganee?

Diina gumaaf himanee – seenaaf biyyaa goodaanne

Eenyummaa uumaaf tumsu – maal taanan iraanfannee?

Uggum maaltu dhaalate – qomoon guma dagatee

– diina kodee godhatee?

Hubaadhaa Qomoo fi lammiin? – jechaa gabbisa dhagaa

„Saanyiin faacaasaan margaa“ – „dharri hin ajjeessu dhugaa“

„Dhugaa bulee guddatu“ – kan hin banne hundeensaa

Nama dhugaa daabsudha – “ kan hankaaku galmasaa“

Abdii fi irkoon haalagaa – turee seenaa faalleessa

Seenaa bilisaaf tumsaa – oromoon walii obsaa

Hadhooftu akka eebiichaa – qabsoo dhugaa finiinsaa

Biyya Oromoo laalistu –

Boolaaleen hin qochissu – tarkaanfii tokko malee

Hangaasuu Bilisummaa 27

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!