28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

2. Hima salphaa ta’een qabiyyee maa duree ibsaa bareessuuf yaalaa.

3. Gargaarsa qo’annootti fayyadamaati yaada dubbicha sakatta’aa babal’isaa tarreessaa

C. Marsaa dubbisaa sadeessoo

1. Ammas deebisaa dubbisaa, kitaabuma Qulqulluu keessaa haala seenaa yoomessaa barreessa adda

baasuu akka isin dandeechisuuf.

2. Qabxiiwwan seenaa kitaaba Qulqulluu keessatti tuqaman tareessaa.

a. Barreessaa

b. Guyyaa

c. Argataa

d. Sababa addaa barreessicha

e. Haala yoomessa aadaa yaada barreeffamichatti firoomu

f. Ragaaaleefi namooa seenaafi tuqachiisa.

3. Kartuu keessan gara kutaa kitaaba Qulqulluu hiikkaa jirtaniifi buufaticha babal’isuu. Yeroo mara

boqonnaa barruu jala murani adda baasuudha. Kun buufaafi boqonnaa heddumeessu ni danda’a. kun

fedha barreessicha ka’umsaafi deemsa loojiki akka hordofamu ni gargaara.

4. Gargaartu qo’annootti fayyadamuun seenaa yoomessaa sakatta’uu

D. Marsaa dubbisaa afreessoo

1. Boqnnaa barruudha hiikkaa gargaaraa irraa deddebi’anii dubbisuu

a. Jecha-jechatti (KJHH, NASB, NRSV)

b. Gita addaan (HIH, JB)

c. Paaraaphireesii ( kitaaba jiraataa, kitaaba dagaaga)

2. Caasaa giraamaraa ykn barruu ilaali.

a. Jechama irra deddebi’o, Ef. 1:6, 12,13

b. Caasaa giraamara irra deddebi’oo, Rom. 8:31

c. Qabiyye mormisiisaa

3. Qabxiilee armaan gadii tarreessu

a. jechoota barbaachisoo

b. Jechoota hin baramne

c. Caasaa giraamara barbaachisaa

d. Jechoota, jechamaafi himoota rakkisoo

4. Dubbifata qixaan firoomu ilaaluu

a. Ittifayyadama dhima kee irratti dubbisa barsiisa kee qulqulluu ilaaladhu.

1. Kitaaba malmaltu tiyoolojii

2. Tuqachiisa kitaaba Qulqulluu

3. Tartiiba jechoota

b. Dhimma kee keessati warra warra wal hinfakkaane fakkaatan ilaali. Dhugaan kitaaba Quqlullu

hedduun cimsii wala’insaan jiran, mormiin bu’oroma heddu kan dhalatan muddama

dhugomsabarruu kitaabicha irra kan ka’e ture. Guutuun kitaaba Qulqulluu afuuraan kaa’ame,

kanaafu hiikkaa madaalawaa barruu argachuuf ergaa guutammaa soquu qabna.

c. Kitaabuma tokko keessatti walmaddii barreessaa, ykn bifaa, ilaali, sababnisaa kitaaba Qulqulluuf

barreessaan isaa tokkichuma, afuura Qulquluu.

5. Haalaafi yoomessa seenaa argite sakatta’uuf gargaartuu qo’annooti fayyadami.

a. Qoa’nnoo kitaaba Quqlulluu

b. Guuboo jechootaa, kitaaba qajeelchaafi Insaayikilopidiyaa kitaaba Quqlulluu

c. Seensa kitaaba Qulqulluu

Ibsituu kitaaba Qulqulluu (qo’annoo kee sadarkaa kanaa irratti akka qo’annoo kee siif

sirreessaniif hawaasa amantootaaf carraa godhi).

IV. Hojmaata hiikkoo kitaaba Qulqulluu

Sadarkaa kanatti gara hojmaataatti deebina. Barru yoomeessa ka’umsaan hubachuuf yeroo fudhateerta,

amma aadaafi jireenya kee keessatti dhugomsuu qabda. Ani aboo kitaaba Qulqulluu akka “hubannoo ergaa

barreessaa kitaaba Qulqulluu ka’umsaa bara sanaafi hojmaata dhugaasaa bara kanaa” ti hiikeera.

Hojmaanni hiikkootti fedha barreessa ka’umsaa yeroofi loojikiitti aanee dhufuu qaba. Hanga gaafa bara

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!