28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

B. Seerawwan umurii dachee kankoo hurrii ayyaana dhimma olaana miti, Isa kana malee.

1. Waliigala samiifi dhoyiinsa lafaa olaanaa yaadota waliigalaa waantoonnii ittin qindaawan, Innis

yuniiversiin akkamiin akka jalqabame kan dubbatu, Yaeroo hin murtaa’iniif murtoo

filannoowwaniitiin kaa’uu yaala, Waa’een jijjirama suuta qabeessaa guddina (jichuunis

uumamawaadha)

2. Hambaaleen lafee waliinii kan qabate galmeen ka’umsaaf ga’umsa tariiyyu “Madaalli

seerawatiin” agarsiifamuu danda’u, Innis uumamaarra kan jiru suuta qabeessa akka tasaa ibsa.

(Tariiyyu Uumaa Waaqayoo itti fufiinsaan gochaa uumama isaati) Akkasumas yeroo keessatti

jijjiirama suuta qabeessa dirqamatti ta’uu dhiisuu danda’a.

3. Addunyaan moofaaniif iinni dhiyoo Uumama addaa kan ta’e namni dursa tilmamawaa kan

agarsiisu akka ta’utti arguuf kanan filadheedha. Macaafni Qulqulluun, Qorannoo dacheetiif

ammayaawaa saayinsii qorannoorratti waantoota baayee hangan hubadhutti isa kan duraa duubaa

dursa yaadotakoo agarsiisu (Ta’us garuu hunduma keenyarra jira)!

4. Saayinsiin diinakoo miti, Yookaas fayisaa! Kanaan beekumsi dabale, Bara adeemurratti

jiraachuun nagammachiis! Hiikoowwan kana hubatee amanaa ta’uun mijaa’ina kenna! Kan

amantii sobaboonni jabina yookiin Macaafa Qulqulluufii saayinsii akka faayidaa isaatti carraa

ajaa’ibsiisaadha!

VI. Umurii lafaarratti amma tilmaamni jiru

A. Kattaan urjii raadiyoo matriik yeroo umuriif safartuun barootaatiin Biiliyoona 4. 6 dhaabbatan argisiisa.

Innis kan oduu seerota plaanettotaa bira kan jiru suddaawwan walfakkaataa dha. Kana waan ta’eefuu

yeroo wal bira qabnu addunyaa keenyaaf plaaneetonni garee ishee Urjoonni darbatamooniif qaamoleen

boba’oon kan uumaman yeroo kanadha. Maqoonni dhaggoota lafaa Raadiyoometrii umurii isaanii

wagga Biliyoona 3. 8 dha.

B. Hagaffoota kan ta’an namoota lamaan dhiiraafi dhalaa sana (warra hoomoo sappiyaans) Yeroo isaan

ittii uumaman dhimma baayye rakkisaa turee dha. Hata’u malee garuu kumaatama kudhaniif

qinaaxiidha. Tilmaamaan 40, 000 Faazilraanaa fi Huufiroos Addaam eenyu kan jedhu ilaali. Yeroon

dhimma tokko qofaa miti, Nuuf duraa duubni yeroo ittin naamusaan umamnee Waaqayyo yeroon

darbuun dhiibbaa hingodhu. An kanan amanu addunyaa guutummaa isheetti kan ummatte adeemsa

yeroo murtaawoon kaayyon akka raawwatuuf. Innis Waaqayyoo fi Uumaa hundaarraa akkan ol aanuuf

ofiisaafi fkkiisaatti kan uume waliin “Bakka” Akka ta’uuf. Amantii kana maddiin dhuunfaa Macaafa

Qulqulluun liqinfamuudha. Isaan waliin dhiyaannee saayinsii ammayaawaatti Uumaama Waaqayyoo

kan ta’e qaama mullataa beekumsa koo akka naaf guddisuufan eyyama!

Qo’annoo jechaafii galmee

Macaafa Qulqulluu Hiikaa Haaraa 1:1-5

1 Waaqayyo jalqabatti bantiiwwan waaqaa fi lafa uume*; 2 lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo

gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture. 3 Waaqayyo, "Ifni

haa ta'u!" jedhe; ifnis in ta'e*. 4 Waaqayyo ifichi gaarii akka ta'e in arge; ifichas dukkanichattii gargar in

baase. 5 Waaqayyo ificha "Guyyaa", dukkanichas "Halkan" jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis

ta'e; kun guyyaa tokkoffaa dha.

1:1 “jalqabatti” Bereshith (BDB 912) Ibraayisxii maqaa macaafichaatu, Seerri Uumamaa Seepwaanjiitiif hiikoo

arganna, Kun seenaa jelqabaati malee kan Waaqayyoo hojii jalqabaa miti. (Maatowoos 25:34 Yohaannis 17:5-25,

Efeesoon 1:4, Tiitoo 1:2, 2ffaa Ximootowoos 1:9, 1ffaa peexiroos 1:19-20, Mullata 13:8) RK. Haarsen akka

jedhutti hiikamuun kan irra jiraatu “Dursa sanyiirratti (Introduction to the Old Testament, fuua. 542 miiljalee 3).

John H. Walton, The Lost World of Genesis One says it introduces a period of time (fuua. 45).

Waaqayyo jiraataan Elohim (BDB, 43) gosa lakkoofsaa heedduminaatti. Waaqayyof Maaqaa waliigalaati,

Warri bahaa dhihoo durii EL (BDB 42). Waaqa Israa’eeliif kan caqafamu mai’ibis yeroo hundaa

18

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!