28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

“Bishaan hire” Waaqayyo raafamuu bishaanii bishaanotaa to’ataa ture. (BDB 95, KB 110, Hiphilii

keewwata lammanuu) Innis daangaa isaanii tolche, (Iyyoob 38: 8-11; Faarsaa 336-7; Isaayaas 40:12).

1:7 “Akkasumas Ta’e” Waaqayyo akka Uumamu kan barbaade isa fedhe ni uuma, (1:9, 11, 15, 24, 30).

Macaafa Qulqulluu Hiikaa Haaraa: 1:9-13

9 Waaqayyo, "Bishaanonni bantii waaqaa kanaagad jiran iddoo tokkotti walitti haa qabaman, lafti inni

bishaan irra hin ciifne haa mul'atu!" jedhe; akkasumas in ta' e*. 10 Waaqayyo, iddoo bishaan irra hin

ciifne sana "Lafa", bishaanota walitti qabaman sana immoo "Galaana" jedhee in moggaase; kunis gaarii

akka ta'e in arge. 11 Amma immoo Waaqayyo, "Lafti biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti

sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka

qomoo isaaniitti lafa irratti haa argaman!" jedhe; innis akkasuma in ta'e. 12 Lafti biqila, dhaabaa sanyii

godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban,

adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaariiakka ta'e Waaqayyo in arge. 13 Galgallis

ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaasadaffaa dha.

1:9-10 Ka’umsa kan ta’an maqibsi lamman (BDB 876, KB 1082 fi BDB 906, KB 1157) Lammaanuu niifal

tekuwariiwwan bu’aarra kan ooluun isaanii JUsiiviidhadha, Kun kutaa addunyaa agarssiisa (Jechuun,

Yooktooniik diriiraa qaamaati Paangaayaa) , Lafti booca isheetiin jijjiiramaa jirti, (Jechuun Yooktooniikii diriiraa

qaamaati) Utuu addaan hinkutiin gaaffichi irra deebi’eek an ta’u umurii lafaati. Waaqayyo hundumaa ta’ewwan

uumamaa akkata’ut hubadhu. Homaa tokkoyyu waaqoliin umamaahin jiran!

1,:9. “Lafti gogaan haata’u” Kun kan biyya Misirii seenaa Afaaniffaa isaa isaa olaanaa gaara Qulqullaa’a waliin

wal-qabatadha. Fakkenya kana inni kan biraan laallee Addunyaa sanaan beekamaa ANE keessatti hundumtuu

ta’uu kan danda’u namoonni kan umaman Supheerraati kan jedhuudha. Kunis Mesooppotaamiyaa, Misiriif

seenessa Israa’el umama barameedha.

1:11-12 Kun biqiloota hundumaaf ibsa ogummaa jirenyaa jechuu miti Innis kan agarsiisu biqilaa gosa sadii,

Marga; Midhaan fi kuduraaleedha. Horiin isa jalqabaatiif isa lammaaffaa nyaatu; Namoonni isa 2ffaa isa sadaffaa

nyaatu, kan qopheesseef sadarkaa Waaqayyo sadarkaadhaan yoota’u, Waltajjii tokko yookaan agarsiisuuf innis

tokkummaaf Uumama hundumaaf hangafa isa ta’e dhala namaaf akka tolutti.

Ammayyaawaan hedduu kan ta’an barnoonni lubbuu biqilootaa fi guddina laachise ni jiru. m Saayintiistinni

tokko kan galma a haalawaadha jedhu, Garuu kana ofeeggachuu qaban, Sababiin isaa barnoonni Saayinsii yaanni

isaa waan geeddaramuufi, KirstaanonniMacaafa Qulqulluu kan isaan amananiif saayinsaawaafi qoranno lafaa isa

mirkanaayee waan mirkaneeffataniif miti. Nutis kan amannuuf Kirstoosiin Yesuusitti nagaa arganneefi Macaafni

Qulqulluun mataan isaan hafuura liqimfamuu waan ibsamuufi.

1:11 “Lafti biqiloota haa magarsitu” Hiphel JUSSIVE kun booca maqibsaa kan ‘biqilchuu” (BDB 205, KB

233). “Akka gosa isaatti” caaseffama ijaarameedha (Lakkofsa 12, 21, 24, 25; 6:20; 7:14) Kanaafuu altokko

uumama biqilootaa, Horiifi Namoonni akka wal horaniif, akka wal dhalchaniif ofii isaanii danda’u, Waaqayyoo

lubbuu kan inni uumeef akka wal horaniif, Sadarkaa kanatti jijjiiramni suuta qabeesi bifa garaagaraatiin adeemsa

yerootiin uumamaniiru. (Seenessii jijjiirama suuta qabeessaa yookaan suuta qabeessa dalgee).

Asirratti Ayyaana hafuuraatiin guddachaa deemuu irratti yaadi jira. Inni itti fufiinsaan kan qabu yaada bu’ura

uumamaa kan agarsiisuufi yaalu Waaqayyo dhalanamaa akka sanatti akka Uume (1) adarkaa leeiensaatin yookiin

(2) Addaamiif Hewaan kann Uumamaniif sadarkaa bodaarratti ta’e Guutummaan guutuutti guddachaa akka dhufe

(kan Barnaal Room fi HuufRoos barruulee rratti) baruulee gabbaabaa Karaa faallaatiin as dhihoo bahaa durii,

Wal-hormaatni akka waaqolee Lukkuutti kabajama; Kun kan agarsiisu maddi lubbuu waqolii akka ta’eedha malee

wal-quunnamtii saalaa miti. Karaa hundumaan seenessi Uumamaa kun waaqolii dhihoo durii barbadeessuurra

(Bishaa, Ifaafi Dukkanni; Qaamoleeisaanii humnoota Uumamaatiif, Waaqolee wal-hormaataa) seera bu’uu keessa

kan jiru dhayicha waaqolii biyya Misirii isa tokkoof isa qofaa Waaqadha.

24

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!