28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Peentaatiiyootaa qindeesaa raga og-barruu ta’usaati, Yoollee barreessitoonni barreeffamichaa jechootaan

(akka abbaatti) fi Hambaatti yoo itti gargaarameyyu. Barreeffamoonni isaa booda kana barressitoota

birootiin fooyya’eera. Macaafonni inni jalqabaa warra OT yaroon isaani akka seenawaatiif amanamaatti

aikka qorannoo hambaalee (archeology( ammayaatti dhiyaachaa jira.

F. Akka haaraan kan dhufaa jiru barumsi jira, Innis (Israa’el bakka adda-addatti) barresitoota akka turani,

isaanis Peentaatiiyootaa bakka garaagaraatti kallattii Saamu’eelirrayeroo wal fakkaataa hojjetaa akka turan.

(Saamu’eel 1ffa 10:25). Barumsi kun yeroo jalqabaatiif kan inni dhiyaate E. Roobertsan rakkoolee kakuu

Mooffa kan jedhamurratti.

V. Yeroo

A. Seerri Uumamaa kan inni haaguugamu jalqaba Uumamaa jalqabee hanga maatii Abrahaamitti yeroo

jiruudha. Jireenya Abrahaam amatiirratti malee kan ta’e yeroo og-barruu irraa kaanee kaa’u ni

dandeenya. Yeroo tilmaama ta’u kan inni danda’u Jaarraa 2000 Q. L. K. ti. Kanaafu lammaffaa

Miliiniyeemiiti Jaarraa Duraanii. Bu’uurri kanaammo

1) Abbaan maatii isaa akka lubaatti tajaajiluu isaa (akka Iyyoob)

2) Jireenyi akka horsiisee bulaatti faana horii duukaa bu’un.

3) Godaansi saba warra Seem yeroo kana ta’a

B. Seeri Uumamaa 1-11 haala dursaaf Seenaa sirriidha. (Innis agarsiisa seenaa kan ta’u). Garuu beekumsa

yeroo keessatti guyyaan isa hin kaa’amne.

1. An akkakootti umuriin lafaa Biiliyoona hedduudha isa jedhamu nan fudha. (Innis Biiliyoona 14. 6

samiin akkasuma Biliyoonaa 4. 6 lafti, (Huuf Roos). Gaaffii Uumamaat, lubbuuwwan fi yeroo).

2. Ta’us animmo Uumama Addaam fi Hewaan irraa adda kan ta’e bara boodaa ta’u isa nan fudhadha.

Akka natti fakkaatutti seerri Uumamaa kan kan dhiyaate seenaa walfakkaatuudha, Garuu qabiyeen

seenummaa isaa dukkataadha. (Jechuun seera Uumamaa 1-3) , Ijoolleen Addaamiif Hewaan

Ammayyummaa Misooppotaamiyaa jalqabaniiruu. (Jechuun boqannaa 4). Akkaataan kun kan

hinfooyya’u yoo ta'e egaawoo Addaam nama ammayyaati. (Hoomoo Saapiyaan). Kanaafuu nama

durii Hoomoo Irrektes hin turre. Kun dhugaa yoo ta’e egaawoo dhalli namaa jijjiirama suuta

qabeessa keessa darbeera jechuudha. (Tarreeffama Tiindaali OT “Seerii Uumamaa” Kiindineer fi

Addaam eenyu? Faazalii fi Huuf Roos) akkasumas Jarraa boodarraa akka ta’e kan Waaqayyoo

Uumamaa addaa. Kun anaaf guutummaan guututti naamijaawu. Hata’u malee garuu goochuu

kanan danda'u yeroo ammaa Macaafa Qulqulluu fi Saayinsii hubachuunkoo fooyya aadha.

C. Yeroo Seerri Uumamaa qo’atamu waanti yaadatamuu qabu ta’eewwan seenaawwanii Museedhaan

isaatiifi innis saba Waaqayyoo biyya Misiriitii yeroo baasu geggeessuu isaati. (1) Jaarraa duraa, 1445

Mootootaa 1ffaa 6:1; yookaan (2) Jaarraa duraa 1290 ragaa Arki’olooji ammayyaarratti hunaa’udhaan.

Kana waan ta’efis, Duubii jeechootaa ta’e, Barreefaama burqaansaa hinbeekamneen, yookaan mullata

Waaqayyo fula-fulleetti, Museen kan galmesse. “Hundumtuu akkamiin akka jalqabamee”. Kan jedhu

“Eenyu” fi “Maalifi” kan jedhuurratti xiyyeeffatee “Akkamitti” fi “Yoomi” kan jedhuu garuu dhiisee!

B. Ibsituu kana (Seera Uumamaa 1-11) kanan barreesseef 2001tti. Seera Uumamaa 1fii ofiikootii

ammayyummaa barakanaa gidduuti qabsoo guddaan godha. Macaafa Johon H. Waalton, Kan seera

Uumamaa tokkoo addunyaa bade. IVP (2009) nagargaareera, Hangami yoomessi mataakootii

hammama dhibaa akka ga’e. Hiikoon siirrii ta’e kan inni jalqabu yaada barreessaa isa hangafaa irraati,

haata’u malee garuu dhimmi anaafi ifaa ta’e hiikoo yaada barumsaa muuxannoo shaaka hojii kootiirraa

ol ture Macaafi Waalten kun waa’e Seera Uumamaa 1 irratti ejjennoon qabu akkan geeddaru

nagodheera, Hojiiwwan jalqabaatii jalqabee kan walqabatee samii kanaa jlqabee qabeenyaan kan wal

hinqabanne. Inni dhugumaan ija kan banuu ture, Inni karaa ilaalcha haaraan akka jiruu na amansiiseera.

Barreeffama kana akka isa olaanaatti ilaaluuf, Innis saayisiif amantii gidduutti, Addunyaa haaraaffi

addunyaa moofaa gidduutti, Jijjiirama suuta qabeessaafi sanyii Uumama addaa addaa gidduu wal falmii

jiru caqasuun. Anis harka caalaa Macaafa kana akka isaan ilaalan nan ibsa!

VI. Yeroof bakka seena qabeessa ilaaluudhaaf burqaa jiranu

A. Macaafota Qulqullaa’o Kanneen biroo. .

6

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!