28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

(“Galgalasi ta'e Ganamais”) Barmati kun kan ibsu Ifii umamuun dura dukkanni akka turedha. Raabonni kana

yeroo hin kan guyyaan akka kutaa yerootti kan jalqabu galgala ta'u isaati. Dukkannis ture itti fufess ifii ture.

Kunis yesuusiin calaqqiseera. Innis ammo isa haaraan guyyaan kan eegalu ifii yeroo baalaqesa'u ti, Galgalaan.

“Guyyaa” sagaleen Ibraayisxii yoom (BDB398). Kan agarsiisu sa'a yeroo yeroo ta'u (2; 4:5, RUuti 1; 1

Faarsa 50:15, 90:4 macaafa lallabaa 7:14 Isaayyaas 4; 2, 11:2, Zakka 4:10). Garuu yeroo hundda kan agarsiisu

Guyyaatti sa'a 24 ta'u isaati (Jechuun seera bahu 20:9-10)

Mataa duree addaa: YOM

Hiikni yom (Guyyan) yaadni waanta qabatamaa irratti hin hundoofne (Theories) kan fudhatame fi kan

fooyyee Dr. John Harris’ (Dean of the School of Christian Studies and Professor of OT at East Texas Baptist

University) OT Survey I Notebook irratti:

1. Sa'a 24 n yeroo yaada barnootaa Dheedhummaa isaatti kun sirri kan ta'e galmadha The Literal Twenty-

Four Hour Period Theory (seera ba'u 20:9-11). Galma kana irra ka'udhan gaaffileen kaa'an,

a. Guyyaa duraa irra akkamin iffi jiraata. Aduun hanga guyyaa arfaffaattiyyuu eega hin Uumamnee?

b. Horiin hundumitinu (keessumaa kan biroorra kutaa Addunyyaarra harka caalaatti turaniiru).

Guyyaa tokko gadi kan hintaanetti. akkamiin moggaafamu? (Um 2:19-20) ?

2. Tiorii Day-Age

Barumsi kun kan yaalamu, Saayinsiin walta'insa kennuuf (keessuma qorannoo lafaan). Sagalee isaa walin.

Barumsich (Theories(kun kan inni argisiisu “guyyoonni” “qorannowwan umurii lafaa”ta'u isaati,

dheerinatti, Dheerinni isaanii walqixedha, Akkasums qorannoon lafaa bifa qabsiisuufi walirra tuulama

garaa garaa tilmaamee ibsuuf gargaara. Saayintiistonni umama 1 akka waliigalaa guddinaatti waliigala

agarsiisaniiru. Biqilaa fi Bishaanni lafaa fi galaanni gargar bahuu faana. Lubbuu dura ta'u agarsiisa.

a. Lubbuun biqiloonni lubbuu horii duraa dhufua, Dhalli namaa kan bakka bu'u isaa booddanaatii fi

walxaxaa gosa jireenyaati akkaataa galma kanaan kan ka'an gaaffileen.

b. Biqilootairratti daraaraan walmakuun akkamitti ta'a lubbu qabeeyyishifooniif simbirroonno

“barootaaf” utuu hin umamin turanii utuu jiranii?

3. Filannoo umurii guyyootaa yaada barumsaa Guyyoonni dhugumaan sa'a 24 qabu, Garuu tokkoon guyyaa

baraataaf hirmaatama, Kunsi guddina umamaa argisiisa, Galma kanaan gaafileen ka'an,

a. Rakkoolee walfakkaatoo'tu ka'u akka bu'ura barnoota umurii guyyaa tokko ka'umissa yadda

(Day-Age Theory).

b. Barreeffamich “Guyyaa agarsiisa akka sa'a 24 tiif akka barnootatti fayyadamuuf?

4. Ittifufiinsa kan qabu badiis umamaa bu'ura barnootaa kun bu'ura barnoota yookiin (The Progressive

Creation-Catastrophe Theory) Ka’uumsi yaadaa kun akka itti aanutti ramadama. umam 1:1 fi 1:2 giduu

kan hinmurtoofne sa'aa yerootu jira, Innis Qoranno lafaa ammayyawaa kan itti raawwatame; Yeroo kana,

Dursa seena umamaa Foosilii kan ibsaman umamaniiru. Tilmaamaan waggoota 200,000 dura, Uumamaa

Olitti kan ta'e badiisii ta, e lafakanaarratti kan jiraatu lubbu hedduuwwan balleese. Akkasumas horiidanuu

tasa balleessee. Achiis umama 1 guyoonni ta'an. Isaan guyyoonni kun kan agarsiisan ammo irra deebii

uumamaatii, umama durairra caalaatti.

5. The Eden-Only Theory.

Tarreeffamni waa'ee umamaa kan agarsiisu uumamaaf Qaama irra keessa qofaadha. jannata Eeden.

6. The Gap Theory

Uumam 1:1 irrati hunda'un, waaqayyo addunya gonkumma ta'e uumeera. Uumama 1; 2 irratti hundaa'un

Luusiifer (Seexanich). Dhimaa addunya mormamee fincile. Waaqayyoo Lusiifeer fi addunya balleessaa

cinaadhaan itti murteesse. Waggota miliyoonotaafis qofaa ishee haftee turte. Kanaafis jaataraan qoranoo

lafaa nidarban. Uumama, 1; 3-2; 3 irratti hundaa'un, Bara 4004 Q. l. Ki. Dheedhiiwwan ji'an digdamii

Afran sa'a fi guyyootaa, Irradeebiidhaan ummni umame. Biishop Asheer (Bara 1954) Kan umamamni 5 fi

11n farreeffama dhalootaa ilmaan uumamni yoom akka taate beekuuf bara 4004 itti fayyadamaniiru.

Ta'us akkaataan qorannoo lafaa erga xumuuame tartiiba qamarii bakka hin bu'u.

7. The Sacred Week Theory

Macaafni seera umamaa kan barreessan guyyootaaf torbeewwani yaada bu'urra kan ta'e akka meeshaa ogbarruutti

waaqayyoo fi umamaasaa akka safartuu ayyaana hafuura Isaati,

22

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!