28.04.2013 Views

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SEERA UUMAMAA 1-11 - Free Bible Commentary

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

. Hugh Ross’ Creation and Time and The Genesis Question (Karaa Saaynsawaa gaarii kara barnoota

hafuuraatti gaarii miti)

c. Harry Peo fi Jimmy Davis’ Science and Faith: An Evangelical Dialog (baayyee kangargaaru)

d. Darrel R. Falk, Coming to Peace with Science: Bridging the Worlds Between Faith and Biology

(Waaqayyoonis kan amanau jijjiirama suuta qabeessaa (evolution) kan amanu.

e. Francis S. Collins, The Language of God

f. Fazale Rana and Hugh Ross, Who Was Adam?

2. Seera Uumama 1-2 yeroo toora hiriyoota bahaa dhihootiin hiikamu,

a. R. K. Harrison’s Introduction to the Old Testament and Old Testament Times

b. John H. Walton’s Ancient Israelite Literature in Its Cultural Context

c. K. A. Kitchen’s Ancient Orient and Old Testament

d. Edwin M. Yamauchi’s The Stones and the Scriptures

3. Uumama 1-2tti toora human Waaqayyootti hiikamee LaSor, Hubbard and Bush’s Old Testament Survey

a. Meeshaaleen og-barruummoo maqaawwan hojiirra oolaniin mullata. Hojiin namichaatiif maqaan isaa

yookaan gahee kan qabu fi walta’insi isaanii ni dinqifachiisu. Addam jechuun dhala nama akkasumas

Heewaan (jireenya kaate) jechuudha. Barreessaan seenaa tooftaawwan duraa seenaa namaa lubbuu isaani

yeroo moggaasu waa’e frooma waan sadrkaawwan tokko ta’e jedhameetu jedhama. Haaluma

walfakkaatuun Qaayeen Qulleessu (sibiila) jechuudhaan heenkoo jechuudhaan kan ittiin walqabatu kan

eebbifameefi kennameefi jechuudha. (4:17, 5:18) Juubil Malakat gaafaatiif Ululleedhaan (4:21) Qaa’elnaad

“jooraa” Akka ta’uuf yeroo abaarame Idoo jedhamu akka jiraatuuf deeme. Maqaan isaa biyya Misiriitiin

kan walfakkaatu Ibiroota jelatti argame. Biyya inni jooraa sokkaa! Kunis kan agarsiisu barreessichi

seenessaan seenichaatti akka barreessetti. Meeshaaleen og-brruu barreeffamootaa ogummaatti fayyadamu.

Eenyuyyuu barreessuuf ibsuu yoo barbaade seerota og-barruutti fayyadamuun dirqama. Fuula 72

b. Uumama 1-11tti dhiibbaa human Waaqayyo Uumama 1-11tti dhiibbaan isaa: Akkaataawwan og-barruutiif

qabiyyee isaa hubachuun boqonnaa 1-11 akkaataa seerota barreeffamootaa beekuu. Dhugaa waliin

“ta’eewan waliin” dhugoota dhiyoo ta’anii wajjin qabiyyeen isanii wlhin mormu. Eenyuyyu yaada kana

akka afoolaatti ilaalu hin qabu. Haata’u malee dhuga baatota ija ammayyawaa ta’u “seenaa miti” oduu

qabatamaadha Keessaayyu inni waa’ewwan waan ta’e waa’e dhugaa human waaqayyo fakkii

mullataadhaan Fakkii mullatoo ta’a gosa og-barruu sanaa dhiyeessa jechuu miti. Kun xumurri kun kan inni

hordofuu danda’u oduu qabatamaa yoo qabate qofa. Inni dura dhiyaate kan inni raga ifaa ta’e kan agarsiisu

kaayyon isaa akka hintaanedha. Karaa biraatiin boqonnaa kana keessatti kan dhugaan argamu kaninni

barsiisu bu’ura qabatamaa hinqabne jechuun dogoggodha. Isaanoo yaadota bu’ura sana jabeessu. Uumamni

waan hundumaa waaqayyon ta’uun isaa dhiiraafi dubartiin jalqaba sana Uumaafi human Waaqayyoo isa

addaa sanaan ta’uusaa tokkumaan sanyi dhala namaa mucaa namaa dabalatee gaarummaa Uumama

addunyaa kanaa sababni ajajamuu diduu abbaa manaafi haadha manaa sanaan cubbuun galuu isaa kufaatii

booda guddinniifi baayyinni cubbuu mullateera Isaan kun dhugaa haqaafi dhugaa jirani kanaafuu haqaafi

dhugaa sana mirkanaa’ummaa isaanii ibsa. karaa biraatiin yommuu ta’u barreessaan Macaafa Qulqulluu

barreeffamoota kanaan inni ta’e dursa ta’eewwan garaagaraa jechuunis ilaalcha yeroo, ilaalcha namaatiin,

Ilaalcha isaaniin hin argamneef yoo ta’u isaan kun barmaatilee afoolota seenaa irratti hundaa’nii isaanis

agarsiisa fakki daawwannaadhaa kan ifan ta’uu isaaniiti rakkoo wal fakkaatan gara dhumaattis ni’umama.

Barreessaan macaafa qulqulluu mullata kan irratti fakkii kana ogummaa ogbarruu sana Appookaalopp tiin

(walitti dhufeenya kanaan kan wal ilaalan) dhiyeessa fuula 74

c. Uumama 1-11tti sagalee tokko dubbachuun isaa dhugaa ergaa ta’e (Samuel Noah Kramer, The Babel of

Tongues: A Sumerian Version,Saamu’eel, Noh, Karmar), Isaan kun loogota Baabi’eli. Sumeeriyaanota irraa

kan waraabbaman. Gala galchi saba warra bahaa Ameerikaanotaa 88: 108-11 Achiirraas biyyaa Misiriitti

ta’uu kan qabu Ibiroota kan hintaaneedha. Kana waan ta’eef bu’aarra kan oolan hundi jechoota warraa

Ibirootaa baroota Museetii yookaan jechoota Afaan Ibirootaati. Kunis Uumama 1-11n sirna og-barruu

Uumamaa mirkaneessa.

4. Yaada mata dureekootii diriirsuunaa fedha. macaafi qulquiium kan jaallatan nanjaalladha. Nanajaayibsiifadhas.

Ergaa isaas nan liqimfamaa akkasumas akka waan aboo qabuu isa namoota waqa dhuugaa godhatanii warra

fudhataniif ulfinan qaba. Hundumti keenya sagalee isaa kan qorannu Yaada sammuu keenyaatti waaqayyoon

waaqeffachuf kabajan (mata, 22; 37) Nutakkav amanaa tokkoot macaafa qulqulluu akkaataa addaatiin warra

dhiyeessan amanuu yookaan amanuu dhiisuun mormuun miti. Garu haqa kennuufi yaada waqayyo isa dhugaaf

ijaaramaa jirenyaa keenya keesatti akka agarsifnuuf akka hubannuuf dhimaatii goona. Umama1-11n hamman

14

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!