You also want an ePaper? Increase the reach of your titles
YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.
yeroo haamaatti lachanuu walumaan

haa guddatanii. Anis yeroo

sana warra midhaan haamaniin,

"jalqabatti aramaa sana buqqisaa;

Akka gubamuufis bissii bissiidhaan

h hidhaa; Qamadicha garuu

walitti qabaatii gootaraa kiyyatti

naa naqaa" jedhee isaanitti nan

hima' "

Fakkeenna Raacitiitii Fi Sanyii

Sanaaficaa

13:31, 32 Kwf ⇒ Mar 4:30-32

13:31-33 Kwf ⇒ Luq 13:18-21

31 Yesuusis akkana jedhee fakkeenna

biraa isaanitti hime;

"Mootummaan samii firii sanaaficaa

kan namni fuudhee oobruu

isaa keessatti facaase tokko fakkaata.

32 Innis sanyii cufa irra

xiqqaa dha; Yommuu guddatu

garuu biqiltuu cufa calee muka

ta'a; Simbirroonni samiis dhufanii

damee isaa irratti mana ijaarratu."

33 Ammas akkana jedhee fakkeenya

dhibii isaanitti hime;

"Mootummaan samii raacitii i dubartiin

tokko fuutee hanga inni

guutummaatti bukaawutti daakuu

safartuu sadiitti makte fakkaata."

34 Yesuus waan kana hundumaa

fakkeennaan namootatti dubbate;

Fakkeennaan malees waan tokkollee

isaanitti hin dubbanne.

35

Kunis akka wonni raagichi,

"Ani fakkeenyaan afaan koo

nanbanadha;

Waan gaafa addunyaan

29

uumamtee jalqabee dhoffames

nandubbadha"

jedhe sun fiixaan bawuuf ta'e.

Hiikkaa Fakkeenna Aramaa

36 Yesuusis tuuta namootaa

achumatti dhiisee mana ol seene.

Barattoonni isaas gara isaa dhufanii,"

Hiikkaa fakkeenya aramaa

oobruu keessaa sana nutti himi"

jedhaniin.

37 Innis akkana jedhee deebise;

"Namichi sanyii gaarii facaase

sun Ilma namaa ti; 38 Oobruun sun

biyya lafaa ti; Sanyiin gaariinis

ijoollee mootummichaa ti; Aramaan

sun immoo ijoollee isa hamaa

sanaa ti. 39 Diinni Aramaa facaases

sheexana. Yerooni haamaas dhuma

biyya lafaa ti; Warri haamanis

Maleekkota Waaqayyoo ti.

40 "Akkuma aramaan walitti

qabamee ibiddaan gubamu sana,

dhuma biyya lafaattis akkasuma

ta'a. 41 Ilmi namaa Maleekkota

isaa ni erga; Isaanis waan burqaa

cubbuu ta'e maraa fi warra waan

hamaa hojjatan mara mootummaa

isaa keessaa baasanii walitti

qabu. 42 Boolla ibiddaattis isaani

darbatu; achittis namoonni ni

boo'u; ilkaan isaaniis ni qaru. 43 Maatewoos 13:43

Yeroo

sana qajeeltonni, mootummaa

Abbaa isaanii keessatti akka

d e

24 ykn maasii/maasaa; 25 ykn

nyaaphii; f 25 ykn dargaayyee; g 27 ykn

hojjattoonni, h 30 ykn hammaarroo hammaarroon;

i 33 ykn bukoo;