ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution
Create successful ePaper yourself
Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.
Meshaaleen maxxansa kana keessatti argman cufti ifatti ummataaf dhihaatanii waan jiraniif baa‟isanii maxxansuufi

itti fayyadamuuf haayyamni hin barbaachisu.

Yoo akka waabiitti itti fayyadamtan maqaa burqaa kanaa dhahuunifi, yeroo baa‟iftan, afaan birootti hiiktanfi

maxxansiiftan ammoo Jaarmaya Albert Einstein osoo beeksiftanii hedduu irraa gammanna.

Maxxansa Duraa, Caamsaa 2002

Maxxansa Lammaffaa, Waxabajjii 2003

Maxxansa Sadaffaa, Gurraandhala 2008

Maxxansa Afraffaa, Caamsaa 2010

Kitaabni Sirna Abbaa-irreetirraa Gara Dimokraasii jedhu kun dura bara 1993 keessa Bangkok keessatti

walta‟umsaa jaarmaya Committee for Restoration of Democracy in Burma jedhamuufi Khit Pyaing ( The New Era

Journal) jedhamuutiin maxxanfame. Sanii as yoo xinnaate Afaannan soddomii tokko ta‟anitti kan hiikame yoo ta‟u,

biyyoota akka Sarbiyaa, Indoneesiyaa, Taaylaandiifi kanneen biro keessati maxxanfameeti jira. Kun USA keessatti

maxxanfa afraffaadha.

Biyya USA keessatti, waraaqaa irra deebi‟uun hojiirra oolerraa qophaaye

The Albert Einstein Institution

P.O. Box 455

East Boston, MA 02128, USA

Tel: USA +1 617-247-4882

Fax: USA +1 617-247-4035

E-mail: einstein@igc.org

Website: www.aeinstein.org

Maxxansa Afaan Oromo kan duraa

Ebla, 2011

Minnesota, USA

Hiiktota qunnamuuf

fdtdafanoromo@gmail.com

Cover design by Zakia Posey