01.02.2013 Views

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

SHOW MORE
SHOW LESS

Transform your PDFs into Flipbooks and boost your revenue!

Leverage SEO-optimized Flipbooks, powerful backlinks, and multimedia content to professionally showcase your products and significantly increase your reach.

92. Qobqobbii biyya keessaa

93. Qobqobbii daldaltootarra kaayamu

94. Qobqobbii gurgurtaa addunyaa

95. Qobqobbii bitii addunyaa

96. Qobqobbii daldala addunyaa

HOJII DHAABUU

Tarkaanfii Fakkeenyummaatiif hojii dhaabuu

97. Waan tokjko mormuun hojii dhaabuu

98. Yeroo gabaabduuf dhiitanii bahuu

Fincila Qonnaanbultootaa

99. Warri baadiyyaa hojii dhaabuu

100. Qonnaan buleeyyiin hojii dhaabuu

Gareen adda addaa hojii dhaabuu

101. Dafqaan bultoonni hojii dhaabuu

102. Hidhamtoonni finciluu

103. Ogeeyyin hojii harkaa finciluu

104. Ogeeyyonni pirofeeshinaalii hojii dhaabuu

Industiriileen hojii dhaabuu

105. Hojjattonni bu‟uraa finciluu

106. Industiriileen hojii dhaabuu

107. Qabsoo mararfatanii finciluu

Fincila murtaawaa

108. Fincila waliigalaa

109. Duuab konkolaatatti waa maxxansuu

110. Fincila suuta deemuu yookin konkolaataa suuta oofuu

111. Dalagaarratti rincicuu

112. Dhukkubsadhe jedhanii hojiirraa hafuu

113. Ittigaafatamarraa bu‟uun finciluu

114. Fincila galii muraasa qabu

115. Fincila damee tokko qofarratti fuulleffate

Fincila industiriilee hedduu

116. Fincila waliigalaa

117. Finciluu dameelee maraa

Fincilaafi diddaa bitii-gurgurtii waliin taasisuu

118. Fincila hojii hawaasaa, diinagdeefi bulchiisaa mara dhaabuu ( hartal)

119. Caasaa diinadgee guututti cufuu

42

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!