02.02.2013 Views

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

ABBAA-IRREETIRRAA DIMOKRAASII - Albert Einstein Institution

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

laafina fidde tan birootin bakka buusuun gaariidha. Garee hawaasaa hahharaya qabsoo keessatti hirmaachisuu,

akkasumas humnaafi tooftaa dabalataa burqisiisuun furmaata tahuun nimala.

Akka hiree tahee qabsoon akka eeggamee olitti amna saffeedhaan afootti yoo tarkaanfattee, sirni abbaairreetiis

sagantaa karooraatin duratti kufuuf yoo kalaaye, qabsaa‟onni dimokraasii injifannoo akkasii

dhuunfatanii sirna sun daranuu laamsheessuuf tarsiimoo akkamittitti fayyadamuu danda‟an? Deebii gaaffii tanaa

kutaa itti aanu keessatti bal‟inaan ilaalla.

32

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!