12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Eenyu iyyuu lubbuu isaatiin fayyina otoo hin shaakaliniin durasirriitti guutamuu kan qabanu tarkaanfiiwwan barbaachisoo jalqabarrattiWaaqayyo mataa Isaatiin fudhataman sadiitu jiru. Tarkaanfiiwwan(gochaaleen) sadan kun nama fayyu kamiifuu barbaachisoodha. Loogiinhin jiraatu.FILATAMTOOTA WAAQAYYOOGochi inni jalqabaa bakka namoota dhuunfaa warra fayyuumalanii inni Waaqayyoodhaan raawwatame uumamuu addunyaatiinduratti, Waaqayyo warra Inni fayyisuuf jiru filate. Efesoon 1:3-5dubbisna.Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isa karaaKiristoos eebba hafuuraa hundumaan, waan Waaqa irrattis nueebissef galanni haa ta'u. Inni uumamuu biyya lafaa dura iyyuuwarra qulqullaa'an, warra isa duratti mudaa hinqabne akkataanuuf, jaalalaan karaa Kiristoos nu fo'ateera. Waaqayyo karaaYesuus Kiristoos ilmaan isaa taanee akka guddifamnuuf, akka fedhaisaa isa gaariitti yaadaan nuuf qabeera.Waaqayyo biyya lafaa kana fi namoota irra jiraatanu biliyoonotahedduudhaan lakkaa'amanu yeroo uumuuf qophaa'aa turetti, karra yerookeessaan fageessee yoo ilaalu kan inni arge tuumsa gidiramtoota dhalanamaa warra guutummaan guuttuutti Isa irratti fincile ture. Waaqayyokan gosa namaa uumee ture akka uumaa qulqulluutti ta'uyyuu gosninamaa akka Waaqayyo irratti fincilu, fincilli sunis dhala namaa hundahafuuraan du'aa fi cubbuudhaan kan xuraa'e akka taasisu Waaqayyoakka dursee beeke Macaafni Qulqulluu ni addeessa. DabalataanisWaaqayyo dhalli namaa karaa xaara guddaadhaan guutamee karooragaraa garaa guutummaan guutuun sammuu namoota cubbuudhaanxuraa'aniin Waaqayyoon barbaaduudhaan Waaqayyo tti araaramuuf akkacarraaqanu, garuummoo namni tokkoyyuu walumaa galatti karichaWaaqayyootiin akka Waaqayyoon hinbarbaadnees beekee jira.Dabalataaniis Waaqayyo akka dhalli namaa karoorawwan garaagaraa sammuuwwan namootaatiin bocamaniin Waaqayyoonbarbaaduudhaan Waaqayyo tti araaramuuf xaara guddaadhaanakka inni yaalu Waaqayyo beekee jira.4

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!