12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Roomaa 3:10-12 keessatti Waaqayyo haala gaddisiisaa dhalanamaa ibsa. Bakka sanattis akkasitti dubbisna.Caaffanni qulqulaa'an, namni qajeelaan hin jiru, lakkii, tokko illeehin jiru. Namni tokko iyyuu hin hubatu, namni tokko illeesWaaqayyoon hin barbaadu; namoonni hundinuu karaa Waaqayyooirraa goraniiru, ergaan takkaa warra dhimma hin baafne ta'aniiru;namni gaarii hojjetus tokko illee hin jiru.Ta'ees, barbadiinsi waliigalaa dhalli namaa Waaqayyo irrattifinciluu isaatiin gahe akka jirutti ta'ee, namoota finciltootaa kana keessaaakka Inni jireenya bara baraatiif ofitti fudhatu Waaqayyo murtooajaa'ibsiisaa murteesseera. Garuu akkamitti, Inni namoota kana jireenyabara baraatiif ofitti fudhachuu danda'ee? Adabbiin cubbuu garmaleesuukkaneessaadha sababi isaas cubbuun dhala namaa garmaleesuukkaneessaadha waan ta'eef. Kun haala itti karoorri fayyinaa innidinqisiisaan karaa ajaa'ibsiisaa ta'een Waaqayyoodhaan dhala namaatiifitti saganteeffamedha.Haaluma kanaan, dursa uumama biyya lafaatii kaasee,Waaqayyo warra eebbisuu barbaade filachuu qofa otoo hin taane(Efesoon 1:4), cubbuu isaaniitiifis kaffaltii raawwateeraaf. Filannoonisaa sun gocha yookiin fedha dhala namaa isa kamiif iyyuu hinfayyadne.Waaqayyo Roomaa 9:15 keessatti akkas labsa:. . . Namuma ani araara gochuufii barbaaduuf araara nan godhaaf,namuma ani garaa laafuufii barbaaduufis garaa nan laafaaf. . .Gocha Waaqayyoo isa jalqabaa fi barbaachisaa hundumaa nuttihimuudhaan, nama fayyina hin argatiin hundumaaf abdii daangaa hinqabne Waaqayyo ni dhiyeessa. Waaqayyo kabajaa namaa akka hin taaneni dubbata. (Rom. 2:11, Efe. 6:9; Qol. 3:25). Garee kamuu caalaa warriWaaqayyoon filataman dabalamuuf kutaa ykn sabummaa hin gaafatu.Kutaa kamuu caalaa kutaa cubbamootaa homtuu carraa filatamtootaaqabaachuun ala dha.Macaafni Qulqulluu Yoh. 8 keessatti waa'ee dubartiitti ejjaanmaqaa dhahamtee fi waa'ee namicha Yesuus waliin yakkameefannifamee Luq. 23:9-43 keessatti ni kaasa. Kanaafuu, hangamucubbamnu, yoo fedha fayyina Waaqayyoo qabaanne, carraanfilatamtoota Waaqayyoo ta'uudhaa ni jira. Har'a carraan fayyinaa5

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!