12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

UMAMTA HANGA AMMAA HINFAYYINE GARUU MOOWAAQAYYO BALLEESSU HIN DANDEENYEHar'a, addunyaa mara keessatti, ummanni fayyina hin argatinhedduun ni jiran, ammallee isaan kana cubbuusaaniif jecha Waaqayyoisaan kana cubbuusaaniif jecha Waaqayyo isaan hin adabu. Akkamittita'aa?Sababa kanaa, namoonni Waaqayyoon akka fayyina argataniiffilatamaniiru. Kanaafuu, odoo hin dhalatiin dura fagoo, jarreenfilatamoon kun cubbun inni gadhee fi jibbisiisaa bara jireenyasaaniiguutuu hojjetan hundi Gooftaa Yesuus irratti gatameera. Yesuus akkabakka bu'aasaaniiti, akka isaaniif dhaabbatu, iddoo murtii dhadhachaWaaqayyoo dura dhaabbate. Sababa cubbuu kanaa, Yesuus seeraWaaqayyoo duratti yakkamaa ta'ee dhiyaate, Waaqayyo sababacubbuusaanii isaan adabe.Kanaafu, warra isaaniif jedhee dheekkamsa Waaqayyoo keessaseeneef amma cubbuunsaanii isaaniif qulqullaa'eera. Sunis, tokkontokkoonsaanii sababa cubbuu saanii, dheekkamsa Waaqayyoof, isa seerriWaaqayyoo adaba cubbuusaaniif gaafatamu isaaniif qulqullaa'e. Isaanisakka sirraa'aan ta'ani.Kanaafuu, jarreen kun akkuma addunyaa kanatti dhalatan, akkacubbuusaaniif hin adabamne, isaaniif mirkanfameera. Bakka kanaa,akkuma jireenya isaani keessatti yeroo tokko, Waaqayyo, sagaleeWaaqayyoo Macaafa Qulqulluu, gara jireenyasaanii keessatti akkakicamuu fi lubbuun mallattoo haarawaa akka argatanis isaaniifmirkanfameera. Kun yeroo itti Waaqayyo akka ta'u barbaadetti kanta'udha. Kun yeroo reefu gadameessa haadhasaanii keessa jiran ykn odoohin du'iin daqiiqa muraasa dura ta'uu ni danda'a. Yommuu sammuudadhabsiisa ykn sammuu qarayii qabaatan ta'uu ni mala. Isaan kun odoohin dhalatiin dura qulqullaa'aniiru.Kun yeroo reefu gadameessa haadhasaanii keessa jiran yknKun yeroo reefu gadameessa haadhasaanii keessa jiran yknodoo hin du'iin dura daqiiqaa muraasa ta'uu ni danda'a.odoo hin du'iin dura daqiiqaa muraasa ta'uu ni danda'aWaaqayyo malee eenyu ta'uusaanii kan beeku hin jiru. Eegilubbuu mallattoo haarawaa fudhataniin booda, fayyina argatani,8

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!