12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

ta'e keessa onneesaaniitti barreeffamee jira. Kanaafuu, seera Waaqayyoof abboomamuu akka qaban keessisaanii ni beeka, ykn dhugaa ni baha.Caalaati, kutaan birmaduu namoomasaanii lubbuusaanii yknafuurasaanii, isa ittiin Waaqayyo isaan gara fedhii jabaatti gara seeraWaaqayyo otti, isaan qajeelchu, ykn seeyxanni gara jallinaatti isaageessudha. Dabalata, dhala qacee sanyiisaanii keessatti jalliina, du'aatiiafuuraa, seeyxana irraa homaa hin kaffalle, keessasaanii, jechaa figochasaanii keessaati.FAYYINNI FILATAMOOTAA MUL'ACHUUSAAAkkuma dursinee ibsuuf yaalleetti, gochi Waaqayyo irraaeeggamu guddaan tokko ni jira. Jarreen Waaqayyoon fayyinaaf filatamancubbamootadha. Karoora Waaqayyo isaaniif qabu homaa hin beekani.Karoorri fayyinaa Waaqayyo moo isaaniif qabu jireenyasaanii keessattimul'achuunsaa waan hin oolamnedha.Odoo hin fayyin dura addunyaa mara irratti sanyi namaa keessaakan dursee filatamuusaa beeke hin jiru. Eegi Waaqayyo nu fayyiseenbooda sababni itti Waaqayyo karoora fayyinaa isaa keessatti akkaammatamne, odoo addunyaan hin uumamiin dura gammachuusaa gaariikeessatti qofa ta'uusaa hubanna. Akkuma sanyi namootaa fayyina hinargatiinii, warri fayyan qaamaa fi lubbuudhaani. Qaamnisaanii, kutaanamoomasaanii isa yommuu du'an awwaalamudha. Kan nama fayyeewayita qaamaan du'u, lubbuun ykn afuurrisaa (inumti akka qaamasaa)qaamasaa dhiisee Waaqatti battaluma fudhatama. Xumura addunyaairratti, yommuu Kiristoos deebi'u, qaama sana ni kaasa (2Qor. 5:8,1Tas. 4).Haa ta'u, fayyinaan duratti, namoonni filatamanii addunyaakanarra jiraatu, akkuma warra hin filatamiin tokkotti.Kana moo Efesoon 2:1-3 keessatti arganna.Isin kanaan dura irra deddarbaa keessanii fi cubbuu keessaniin(karaa hafuuraa) duutan turtan yeroo sanatti toora biyya lafaa kanaduukaa buutanii deeddeebi'aa, aboo qilleensa keessa jiru irratti isagooftummaa qabuuf abboomamaa turtan, hafurichi hamaan ammanamoota Waaqayyoof hin abboomamne gidduutti hojjechaa jirra.Nuyis hundumti keenyi hawwa foon keenyaa duukaa buunee, akkafedha namooma keenyaa fi yaada keenyaatti warra akkasii gidduujiraanneerra. Kana irraa kan ka'es akkuma warra kaaniidhalootaan dheekkamsa Waaqayyoo jala gallee turre.12

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!