12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Ammalle Waaqayyo fulduratti sodaa fi rifaatuun dhiyaachuunwaan dinqii namni fayyina argate sun ittii dhiyaatu wal simataDubbii dinqisiisaa dha. Sababin isaa gatii fayyina keenyaa waansodaan Waaqayyo hundi ta’e nutty fakkaata. Amalle Waaqayyofulduratti sodaa fi rifaatuun dhufaachuun waan dinqii namni fayyinaargate sun ittin dhiyaatu dha. Fkn, akka Waaqayyo gatii cubbuu saaguutuu kafalee fi carra dugugaminsa dhumaan hin haxaa’amne ni beeka.Namni fayyina argate Hafuura Qulqulluun akka jiraatu dagachuhin qabdan. Amantoonni dhugaa waan Macaafa Qulqulluu barsiisuhundumaa ni jaalatu, ni kabaju. Kanaafu guddina Waaqayyo caalaattibarachaa fi beekaa deema. Waaqayyo guddaan addunya guddaa kanagara uumamuutti akka fide ni beeka. Waaqayyo guddaan cubbuunamoota isee madde nama keessaa hundalle akka beeku ni beeka.Cubbuu xiqqonillee akka isheen dheekkamsa Waaqayyo jala namagattulle inni qajeelaa ta’uus ni beeka. Amanaa dhugaan, ammalle akkacubbuu qabu beekeef, caalaatti seera Waaqayyoof abboomamullee, isadura caala eeggata. Yoo araaraa fi ulfina Waaqayyoon ta’e malee, akkaduguugamsi isaaf ta’u ni beeka.Karaa gama tokkoo, sababa jaalalaa fi amanamummaa MacaafaQulqulluu amanaa dhugaan bara baraaf Kiristoosin tikfamuu saa, akkabadinsaaf hin malle ni beeka. Cubbuun saa hundi kiriistoosin akkahaguugameef ni beeka. Gama kaaniini moo hanguma caalaatti barsiisaMacaafa Qulqulluu ti maxxanaa deemu gatiin cubbuu saa akkadheekkamsa Waaqayyoo isa ta’e caalaatti hubataa adeema jechu dha.Akka araarri fi ulfinni Waaqayyoon yoo ta’e malee fayyinni isaaf hinmallees ni beeka. Kanaafis, sodaadhan hurgufama Waaqayyo durattidhiyaata fayyinni saas akka isaaf hin malle ni beeka.Kanaafis, Macaafa Qulqulluu namni dhugumatti fayye sunWaaqayyoon ni sodaata, lakkoofsa itti aanu keessatti Faarsaa 34:9Warri Waaqayyoon sodaatan homaa hin dhaban kanaaf isin warriisaaf qulqullooftan isa safeeffadhaFaarsaa 112:1 Waaqayyoon jajadhaa! Namni Waaqayyoon sodaatuinni abboomiinsaa guddaa itti tolees haa gammadu52

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!