12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Waaqayyo isa hin malle ta’us ni beeku. Kanaafu, cubbuu irra fagachuunakka sodaa fi rifaatuun Waaqayyoo dura deddebi’an isaan taasisa. Sunimoo akka fedhii faana bu’ani hin cubbunee fi seera kan Waaqayyoohundaaf abboomamaa akka jiraatan isaan taasisa.Kanaafu, namni fayyina argate jireenya saa guutuun jireenyaaddaa fi amala addaa cubbuu ti Waaqayyo tti, Macaafa Qulqulluu tiqabaata, akkuma isa amala hin fayyineetti jiru.ABDIIN ANAAF JIRAA?Hanga ammaa wanni baranne, carraan fayyina abdii maleessajechuu dhaa? Eeyye, yoo kan carraaqqi keenyatti, amantaa keenyatti,fedha keenya fi ajajamuu keenyatti, fayyina keenyaaf waan xinnogumaachuuf yoo ta’e abdi maleessa dha. Kuni sababa nuyi akka waanfayyina keenyaaf gumaata ni ta’a jennee yaadnu ragaa nuyi of tulummaabarsiisa Macaafa Qulqulluu qabnu fi dhuyeessi Waaqayyootti qabnu kanagarsiisu dha. Kuni jechuun sagantaa fayyinaa isa homaa hin fayyifneamanuu keenya,fi sagantaa fayyinaa sirrii kan Waaqayyoof raafamu fida.Yeroo itti Waaqayyo ummata jamaa guddaan isa eenyullelakkaa’u hin dandeenye fayyisu kessa jiraachaa jirraGaruu wayita sagantaa fayyinaa Waaqayyo hubannu, yommuuhojii fayyina keenyaaf barbaachis hundaa kan hojjetu isa qofa ta’uhubannu, yoo kana abdi qabna, abdi hin cinne. Yeroo itti Waaqayyoummata jamaa guddaa isa eenyullee lakkaa’u hin dandeenye fayyisukeessa jiraacha jirra (Mul’ata 7:9) caalaatti, Macaafa Qulqulluu akkajedhutti Waaqayyo namoota muraasa filatee akka dabarse Kiristoosifkenne, fi keristoosis cubbu saanii gatii baaseera, suni moo abdii danuunamoota hin fayyineef dhiyaate dha.Namni hin fayyinee fi fedhii fayyinaa qaban fi akka Waaqayyottiqofa kan fayyu danda’n feetu nama carra fayyinaa argate ykn filatamedha. Hanga sagantaan filannoo Waaqayyoo namooma keenya walinhomaa walirra hin qabnetti (homaa hin qabu) hangam jabaa fi rifaasisaata’ulle cubbuun namaa, akkuma nama fayyina argate filannoo Waaqayyotokkootti of qopheessuu qabani.Sagantaan filannoo Waaqayyo warra hinfayyineef jajjabina ni kenna, warreen ni fayyina jedhanii fedhii guddaaqabanii fi.56

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!