12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

obsaa fi gadi of qabaan hoggayyu ogummaas isa kadhachaa akkaqo’annu gadi nu deebeseera. Hanga barsiisa Macaafa Qulqulluu guutuuttiwal dhugnutti, ammalle lakkoofsa barsiifama jiru akka hubachu hindaadeenye yaadatamu qaba.Taphni keenya Macaafa Qulqulluu nuuf dhiyeessu isa Galaatiyaa2 fi 3 keessatti iddo baayyeetti ka’u dha. Fkn, Waaqayyo Galaatiyaa 3:2keessattiWaan seerri isin irraa barbaadu gochuudhaan moo ykn wangeeladhagahuu dhaan itti amanudhaan Hafuura Qulqulluu fudhattan?Amantiin hojii ta’uu saa hin dagatiinaa. Garuu hojii fayyinakeenya guutuusaa eenyu hojjetee? Yesuus hundasaa hojjete. AbboomiiWaaqayyo hundumaaf, amanamaadha, Fayyina gara keenya fide.Kanaafu, Galaatiyaa 3:2 jala murree “Hafuura Qulqulluu hojii seerichaanmoo amantiidhaan dhagahuun argattanii (hojii Yesuus nu fayyisuufhojjeteen)?” sababni maqaansaa amanama ta’eefis. Kanaafi dha.(Mul’ata 19:11) Inni keessa dubbi amantichaa ti.Galaatiyaa 2:16 akkas jedha:Utuma ta’uuyu namni tokkollee Yesuus Kiristoos amanudhaanmalee, wanta seerri isa irraa barbaadu gochuu dhaan Waaqayyoduratti qajeelaa ta’eeakka hin lakkaa’amne ni beekna. Nuyis wantaseerri namarraa barbaadu hojjechuudhaan otuu hin ta’iinKirsitoosittii amanuudhaan qajeeloota taanee akka lakkaa’amnuufKiristoos Yesuusitti amanneerra, wanta seerri namarraa barbaadugochuu dhaan namni tokkoille qajeelaa ta’ee hin lakkaa’amu.Namni hojii seerichaan odoo hin taante amantii saatiinqulqullaa’a. hojii Yesuus kiristoosiinidha, inni hojii fayyina keenyaafbarbaachisu hundaa hojjechuuf amanamaa dha.Irra deddeebinee, lakkoofsa kana keessattii jecha”amanti”jedhuof keessaa qaban jecha “Kiristoos ” jedhuun bakka buusuu dhaan yoofayyadamnu caalaatti hubannoo argachaa adeemuu dandeenya, Innimaqaansaa “amanamaa”dha. Kanaafuu, Efeesoon 2:8 haala kanaanhubatamu ni danda’a “haraara saan karaa amantii (Kiristoosiin) fayyinaargattan” Galaatiyaa 3: 11 “ hojii seeraa raawwachuu dhaan Waaqayyobirattti qajeelaa in ta’a ) Akkanuma Galaatiyaa 3:2 Hafuura Qulqulluuhojii seerichaan moo amanticha (ykn Kiristoosin dhagahuun, sagaleeWaaqayyo dhagahuun) fudhattanii? ”35

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!