12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Anaaf jettanii hundumaa biratti kan jibbamtan in taatu namnihamma dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu in fayya isaaniinjedhe.Xumura irratti gafa, wayita Waaqayyo qaama du’aa ka’e ulfinaqabeessa nuuf kennu eenyummaa keenya hundumaanfayyina ni argannaHanga xumuraatti sababa fayyina arganneef ittaseenna. Garuuyeroo xumuraa irratti, yomuu Waaqayyo qaama ulfina qabeessa nuufkennu sanatti eenyumma keenya guutuu dhaan fayyina arganna.Kanaafuu, wanni nuyi barnoota kana, irraatii hubanu yooqajeelfama Macaafa Qulqulluu wantoota hafuuraa isa Macaafa Qulqulluuhubachuu dhowwu keessatti kufne jechuu dha. Kanaafu, hangaguutumman Macaafa Qulqulluu hubatamutti goolabbi dubbiira gahuunhin barbaachisu.Kanaafuu, hanga ammaa dhugaalee hedduu qayyabachudandeenye jirra . Isaan kana keessaas:1. Nama fayyisuuf wanta barbaachisu Kiristoos gafaa saahojii hundumaa hojjichuu saa.2. Hoggayu waayita abboomiisaaf ajajamnu hojii kanhafuuraa hojjechaa jirra. Wayita namni hin fayyinjiruttilee, hanga ta’e, hojii afuuraa ni hojjeta. AkkumKiristoositti amanuu, garuu hojiin kuni fayyina namaafhin kakaasu ykn akka namni kamuu fayyina argatuufgargaarsa homaatuu hin gumaatu.Wayita qajeelfamni Macaafa Qulqulluu kana sammuu dhaaqabnutti lakkoofsa Macaafa Qulqulluu keessa wayita karaa ta’e tokkoonuta’u amantiin keenya ykn abboomii Macaafa Qulqulluu keessaafajajamun keenya bu’aa amanuu keenyaati nuun jedhutti moo beekkonsisun hundumti hubannoo dogoggoraa lakkoofsa sanaa ta’uu moo niiakkekkachifamna. Kanaafu barroo sakatta’uu fi ogummaa saafkadhachuu dhaan lakkoofsa kana qajeelaan akkanuuf hubatamu qabuakka gochuu qabnu ni beekna.31

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!