12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Sababa amantoonni dhugaa jaalala Kiristoositti shaakalaniif kanabooda sodaa hin qabani. Karaa tokkoon dhuguma, jecha ”sodaa” jedhuakka sodaa isa badinsa bara baraa keessa jiru akka ta’etti hubanna,Jaalalli sirri kan Waaqayyo sodaa amantoota dhugaa keessa ni haxaa’a.Abdiin fayyinaa inni guddaan bara baraaf Kiristoosin tikfamuu dha.Haa ta’u, ammalle barsiisa amantoo dhugaa keessatti, inni isaWaaqayyo sadaatu dha jedhu. Hojii Ergamoota 9:31, 10:35,Filphosiyaas 2:12, 1Pheexroos 2:14, Fakkeenya 1:7, Lallaba 8:12-13keessatti ni argina. Akkamiin 1Pheexroos 4:18 isa jaalalli sirriin sodaa nihambisa jedhu hubannaa? Furmaanni yommuu hiikkaa MacaafaQulqulluu jaalalaaf kennu barannu dha. Yohaannis 14:21 akkasdubbifama;Namni abbomii koo qabu, inni isa raawwatus isa kan najaallatu,nama na jaallattu moo abbaan koo isa jaallachuuf jira, anis isa nanjaalladha; ofii koos isatti mul’isuufan jira jedha.Seerri Waaqayyoo kuni Yohaannis 14: 23 keessattiYesuus deebisee “eenyullee yoo na jaallate dubbii koo ni raawwata,abbaan koo moo isa ni jaallata, nuyis isa bira ni dhufna, iddoojireenyaas isa bira ni godhanna.Afaan biroon, jaalalli abboomii Waaqayyoof ajajamu dhaan addabaha, Macaafa Qulqulluu ajajamuun. Namni tokko jaalalli Kiristoosifqabu hangam akka ta’e amansiisuuf dubbatullee, qorumsi litimas,qorumsi dhugaa, odoo hin tane jaalala saa kan beekanu abbomamumacaafa seera Waaqayyooni, Macaafa Qulqulluu dha.Jaalalli sirriin abbomamuu sirrii gaafataGaruu sana jechuun jaalalli sirriin abbomamuu sirrii gaafatajechuu dha. Abbommi sirriin hanga lubbuu haarawaa du’aa ka’eargaranitti fiduun hin danda’amu. Inni moo hanga gaafa guyyaabutamuuitti hin kennamu. Lubbuu keenya haarawaa ka’een isa yeroofayyinaa arganneen, qaama hanga amma cubbu jala baduun jiraachaajirra. Kanaafu, yeroo ammaa, jaalala sirrii hin qabnu. Sodaa maleesjiraachuu hin dandeenye.54

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!