12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Amma, akka namicha gaafa guyyaa sanbataan qoraan cabsee tihaala sana keessa akka jirtan argitan badinsa keessani eeggachaa jirtu,yeroo badinsa keessani eeggachaa jirtu. Inumaawu, yoo barsiisaawangeelaa taatanii namoota baayyedha barsiiftaniittu ta’e fi sagantaafayyinaa ofi kee hojjedhu, jala galchitanii, karaa badinsatti geessuu irraqajeelchitanitu ta’e kanarra hammaata.Kanaaf, gaaffiin “Abdiin wayii anaaf jiraayii? Waaqayyocubbuu koo hundumaa anaaf dhiisee ana fayysa ta’aa? “jedhugaafachuun isin hindhiisu.Deebiin kanaa Macaafa Qulqulluu keessa jiru, Kiristooscubbamootaa dhufe. Abdi hamma namni fayyina hin argatiin qabu sanagahu abdi fayyinaa ni qabdu. Wangeela isa dogoggoraa hordofuukeessaniif qalbii jijjiirrachu qabdu kadhadha, abdadhaa feetu Waaqayyoaraara saatiin gara fayyinaatti isin yaamuu ni danda’a.Wanti dinqisinsaan, sagantaan fayyinaa ofi kee hojjedhu jedhuukuni waldaalee hunda kessa ni jira. Akkamiin kana ta’ee? Rakkinniwaldaalen kunneen Macaafa Qulqulluu guutummaatti hin fayyadamaniakkaata isa qajeelfama Macaafa Qulqulluu barro fi borroo wal cinaqabanii xinxaluu hin godhani. Caalaatti moo, Macaafa Qulqulluu afaanbiyya lafaatiin barreeffamu isaa dagatu.Garuu hanga barsiisa hafuuraa isa dubbi biyya lafaa kanakeessaan dubbatame kana hubachuu dandeenyuti ergaa MacaafaQulqulluu isa guddaa gonkumaa hubachu hin dandeenyu. Afaan biroon,hiikkaa dogongorraa, mala dogongoraa ni qabu (Maarqoos 4:33-34).Haa ta’u, sababni qabatama biroo, maliif wangeelli sobaa, sagantaanfayyinaa al-Macaafa Qulqulluu ta’e, waldaale keessa baayyateef ni jira.WALDAALEEN QULQULLINAAN EEGGAMANII?Waldaalen hundi sobdoota jalatti kufaniiru. Kanafu ta’e Feetuhoggantoonni waldaalee hafuuraa hundinu hanga danda’an waldaaqulqullinaan eeguuf yaalii gadhaniiru namoonni dhugumatti fayyinaargatan qofti akka isaan miseensa ta’an godhaniiru ta’a. kanas gochuuakka isaan dandeechisuuf caasaa, toftaa ykn karoora baasuun haala ittiyaada saanii dhugoomfatan godhaniiru. Caasaan ykn karoora saani,hanga sadarkaa itti amantoonni miseensa isaaniif ta’an dhuga baateesalphaa isaan irraa eeggamu, ykn Kiristoos fayyisaa ta’uu saa amananiidhuga bahanitti kan tolfame dha, kana malees hoggantooni waldaanamni amane suni bishaaniin cuuphame, miseensa waldaa sanaa ta’uusafi barsiisaa fi seera waldatti eegu isa kaksiisu.46

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!