12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

godhamu qabu) waan hundaa godheef namni sun fayyinni isaa akka jalaahin fudhatamne mirkanfachuu ni danda’a. Sanyiin isatti hafu kiristooidha (Galaatiyaa 3:16 )Takka fayyina argannaan, eegumsa bara baraaniqaba. Waaqayyo jireenya bara baraa isaaf kennuuf waan barbaachisuhundumaa isaaf godheera. Kanaaf, amantaa dhugaan fayyinasaagonkumaa dhabuu hin danda’u. Akka Macaafa Qulqulluu jedhutti sanabooda cubbuun hin jiru, wanni amantoota jaalala Waaqayyoofi addabaasu homtuu hin jiru ( Roomaa 8:35-39)NAMNI FAYYEE QAAMA HIN FAYYINEEN JIRAATALubbuu haarawaa fudhateen namni fayye tokko foonsaa durigonkumaa hin jijjiiramne keessaa jiraata. Kanaafu, fedhii lameen walifhin galamne giddu jiraata. Gama tokko, yeroo hunduumaa seeraWaaqayyoof ajajamu barbaada gama kaaniini moo cubbuu foonii jalabada. Waaqayyo haala rifachisaa kana karaa ergamaa Phaawuloos,Hafuura Qulqulluu jala ta’ee, Roomoota ittiin barsiiseen agarsiiseera(Roomaae 7:21-24)Egaa ana isa waan garii hojjechuu barbaadutti wanti hamaan harkakootti dhufun seera ta’uu saanan arga, Ani keessa namummaakootiin seera Waaqayyootti nan gammada, seerri kan biraa moobu’aa dhaqna kootii keessa seera isa yaadni gara kootti fudhatewajjiin utuu wal loluu nan arga, lola kanaanis seera cubbuu isabu’aa dhaqan kootii keessatti hojjettaa jiru jalatti na boojisiisa. Ananama gadadamaa foon isaa gara du’aatti na geessu kana harkaaeenyutu na baasaa?Foon keenya cubbamaa jalaa bahuuf fedhi nama amantaa dhugaahundumaati. Haa ta’u waraanni nama fayyiina argatee keessatti qabateskan dhaabatu miti. Nama lubbuu haarawaa argate sanaaf garuuinjifannoon dabalee dhuma deema. (2 Pheexiroos 3:18) kuni dhugaasababnis lubbu haarawaa argachuu saan alatti. Isa yeroo fayyinattinamicha keessatti dhalateen, jireenya nama sanaa keessa HafuurriQulqulluu Waaqayyo jiraachuu eegaluu saati. Roomaae 8:9 keessattiinni dubbifamu, yoo hafuura Waaqayyoo hin qabaatin, nuyi “isaa ala”dha.Akkaataa itti Waaqayyo guddaan jireenya nama fayyee keessajiraatu nuyi hubachuu hin dandeenyu icciti ta’uusaa fudhachu qabna.49

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!