12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

abboomamuun hundumti wannni inni fayyina keenyaaf gargaaru homtuuhin jiru. Murtoon nama qoraan cabse sanarra bu’e gaafa guuyyaasanbataan hojjechuusaattiiniif gurra keenyatti bilbiluu qaba. Dabalataan,ifa dubbii 1 Yohaannis 2:3-6 keessatti dubbatameen qorree of ilaaluuqabna Dubbichis;Abboomii isaa eeguudhaan isa beekuu keenya in hubanna. Namni“ani isa beeka”jedhee abboomii isaa moo hin eegne sobduu dha.Dhugaanis isa keessa hin jiru. Namni dubbi saa eegu Waaqayyoondhuguma akka jaallatu fiixaan baasee in agarsiisa. Kanaanis isattijiraachuu keenya in hubana . Namni “isatti nan jiraadha” jedhumoo karaa Yesuus Kiristoos irra adeeme irra adeemuun in ta’aaf.Namni kamuu dhugumatti fayyina argateef lubbuun du’aaka’msa argattee mallattoo haarawaan ni kennamaaf, kanaaf kanaafis,hojii Waaqayyoo hojjechuutti yoomuu gammachuu ni qaba. Akkumamammaaktuu isa Faarsaa 139:23-24 keessatti faarsee ti.Qorii na ilaali, yaa Waaqayyoo garaa koos beeki! Na fonqolchi garaakoos beeki! Karaa nama miidhu irra bu’een jira yoo ta’e ilaaliikaraa bara baraan jiraaturra nageessi.WAAQAYYO SAGANTAA QORUMSA SAA SAFFISISEQorumsi abboomii kanaan daran rakkisaa ta’eera sababni saasnamni hin fayyiin hafuuraanillee du’aa ta’u fi dheekamsa Waaqayyoojala ta’u , ammallee seera Waaqayyoof abboomamuuf dandeetti ni qaba.Barnoota kana keessatti dursinee kana baranneerra.1. Namni fayyina hin argatiin jiru ammallee sammuu cubbuuirraa isa eegdu ni qaba. Kunis kan ta’uu danda’e waanWaaqayyo dursee lapheesaa keessatti kicee jiruufi dha(Yohaannis 8:9, Roomaa 2:14-15)2. Waaqayyo namoota hafuuraan du’an Fkn, kan akkaBala’aam fi Mootiicha Saa’ol, Kakuu Moofaa keessaa,akka fedhasaa dalaganiif, isaan fayyisuuf yoo karoora hinqabaatinillee sababa isaan godhata. (Seera Lakk 22:12-13,2Pheexroos 2:15-16, 1 Saamu’eel 10:9-12, 1 Seenaa 10:13)23

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!