12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

sanbataan hojjeechuu waliin wal fakkaata; akkuma isa qoraan caabsesanaa ti.Gitni keenya yommillee akka warra Nannawee isa Yoonaas 3:9keessatti dubbifanuu ta’uu qaba.Waaqayyo isa fiduuf yaadi dhiisee in deebisa ta’a, maaltu beekaa?Wanni nuyi hojjenne ykn hojjetaa jirru fayyina akka nuufkakaasu ykn mirkansu yaaduu hin qabnuKanaafu, wanni nuyi hojjenne ykn hojjetaa jirru fayyina akkanuuf kakaasu ykn mirkansu yaaduu hin qabnu. Sababa sammun keenyanugaggeesseefi abboomamuu yaallu. Ykn akka fedhasaa raawwannufWaaqayyo jireenya keenyatti gargaaramus, kuni dhugaa dha.Kadhanni nama hin fayyiinii “Oh yaa Waaqayyoharaarri kee anarratti haa ta’u. Fayyinni naaf hin malu. Akkuman fedhiiraawwachuuf of kakaasen Waaqayyo qofti waan na dandeechisuuf , aniWaaqayyoon garaa guutuu fi lubbuu koon isa barbaadadha, kuni mookan ta’u yommuun garaa haarawaa argadhu dha, Waaqayyo na fayyisudha.Fkn Luqaas 18:13 yaada keenya keessa jira. Achitti akkana jennedubbifna;Inni qaraxa fuudhu sun garuu, achi fagaatee dhaabbatee, ija isanlleegara waaqatti ol hin ilaalle, qoma saa rukutachaa yaa Waaqayyo,ana nama cubbamaatti araarami in jedha ture.Isa Waaqayyo darbee Yoo’el 2:12-14 keessatti dubbate sagaleesaa yaadachuutu nurraa eeggama.Waaqayyo garuu, “amumayyu garaa keessan guutuudhaan, soomuudhaan, boo’ichaan, gadduu dhaanis gara kootti deebi’aa!” jedha.Egaa garaa kessan tarsaasaa malee, uffata keessan hin tarsaasinaa!Gara Waaqayyo gooftaa keessanitti deebi’aa! Inni araara –qabeessaa fi oo’a-qabeessa waan ta’eef, dheekkamsatti hin ariifatugaarummaan isaas baayyee dha wanta hamaa namatti erguu irraasof ni qusata maaltu beeka, tarii Waaqayyoo gooftaan keessan isayaade ni dhiisa, ni oo’as, kenna midhaanii fi kenna dhugaatii akkaisaaf dhiyeessu dandessanitti isin in eebbisa ta’a.25

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!