12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

fakkeesseera (Hisqi’eel 37:1-14), akka reenfa foolii fuudhee (Yohaannis11:39), Waaqayyo Roomaae 3:10-12 kessatti moo akkas jedheera;Caaffanni qulqullaa’aan namni qajeelaanhin jiru lakki tokkollee hinjiru, namni tokkoyyu hin hubatu, namni tokkollees Waaqayyoonhin barbaadu namoonni hundinuu karaa Waaqayyoo irra goraniiruergaan –takkaa warra dhimma hin baafne ta’aniiru; namni gaariihojjetus tokkollee hin jiru.Macaafa Qulqulluu guutummaan sanyi namaa duu’aatii keessajiraachuu saanii jala muree dubbata. Saanyi namaa kana, kufaatiiAddaam irraa qabee, du’aatii isa hafuuraa kan ,isa Waaqayyoon keessiisaa humnaan hin guutamne sani yaadachuu qabna. Sababa cubbunamootaa, dheekkamsa Waaqayyoo jala jiru, kuni jechuun moo xumuraaddunyaa irratti ni duguuggamu, deebi’ani lubbuun hin jiraatanijechuuchudha.Haa ta’uu ti, afuuraanu du’aa ta’u, ammalle seera Waaqayyoofhanga ta’e abboomamuuf dandeetti ni qaba. Kanaaf, hanga ta’e Kiristoositti amanee, kadhatee, fuula Waaqayyo barbaadachaa, cubbu irraa goraa,kaneen akka machii, soba kkf baqachaa amanuu ni danda’a kanahundumaa moo sababaa lamaaf gochuu ni danda’a.Sababni duraa, ammalle sammuu ittin cubbuu irraa goruuumamaan qaba (Roomaae 2:14-15 , Yohaannis 8:9). Kuni moo namniwaan bifa Waaqayyoon uumamee jiruufi dha. Hangamitti Waaqayyoottikeessuummaa of godhullee seerri Waaqayyoo hangi ta’e duraanukeessatti kicamee jira.Sababni lammeessoo, Waqaayyo fedha saa jireenya namoota hinfayyine keessatti hojjechuu waan danda’uufi dha kuni fedha nama saanaaalatti kan ta’u dha. Gocha kana Waaqayyo jireenya Bala’aam jallaakeessatti yommuu hojjete arginee jirra. (Lakkoofsa 22:12-13), jireenyaSaa’ol keessatti, mootii Israa’el duraa keessatti ni argina (1Saamu’eel10:9-12)Caalaatti moo, nama hin fayyine sana Waaqayyo filatee ficubbuu saa hundumaaf gati baasee, odoo nama sanaaf onnee harawaahin kenniin dura, lubbuu haarawa du’aa ka’umsa argatte , WaaqayyoAbbaan isa baasuu ni danda’a (Yohaannis 6: 44)Haa ta’uu ti, hanguma abboomii Waaqayyoo kanaaf abboomamuyaalutti, sababoonni armaan olii kamuu akka isa gargaaraa jiran odooofirratti hin beekkatiin yaalii saa ittuma fufa jechudha. Sunis, mirkanfata17

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!