12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

YARTUUSHEE, HIIKKAAN SIRRACHUU QABAWalii galatti, hiikkaa kiingi Jamesii Macaafa Qulqulluu amanuuni dandeenya, hiikkaale jiran keessaa isa baayyee amanamaa dha; innihiikkaa isa qulqulluu afaan Giriikii fi afaan Ibrootaa irraa gara afaanIngiliffaatti deebi’e eisa bareedaa dha. Haa ta’u ti, akka namootaqulqulluu Waaqayyoo ti kan Waaqayyoon ta’e miti. Isaan suni sagaleeWaaqayyo isa afaan Waaqayyoo irra kallatiin argatani dha. Kanaafis,warri hiikkaa kana hiikan waa xiqqo dogoggoruun saani hin oolle, wayitaqo’annus. Lakkoofsa muraasni waa’ee fayyinaa dubbatan, akka sirrachuuqaban irratti argina yaadadhaa, hiikkaatu sirrachu qaba malee isa afaanGiriikii fi afaan Ibrootaan jirutu sirraata miti.Akka fedha keenyaatti barroo Macaafa Qulqulluu kana walisimsiisanii arguuf, rakkoon hiikkaa Macaafa Qulqulluu keessa jiran nisaaxilamu. Dhugumaan hiiktonni Macaafa Qulqulluu, kessatti hiikkaanMacaafa Qulqulluu kiingi Jeemsi, hanga dand’ame barroo isa bu’uuraaafaan Ibrootaaf isa Kakuu Moofaa fi afaan Giriikii isa Kakuu Haaraafbaayyee amanamaa dha.Haa ta’u, lakkoofsii muraasni Macaafa Qulqulluu keessa jiranhaala itti hiikkamanii qixaan wal dhugeeffachuu yaa yaalan malee,dhugumaan garuu, hanga ergaa Waaqayyo isa karaa fayyinaa irrattiwalxaxa jabaa qabatani jirani. Yaada fayyinaa akkaata itti amanti wajjiinwal hidhatu kaasu. lakkoofsa kanatti aanani jiraan haalitti walii galanirratti xiyyeeffadhaa.Seera uma 15:6 Abraaham Waaqayyotti amanee, inni mooqajeeluma ti ni lakka’ameefi.Roomaa 4:3 Caaffanni qulqullaa’an waa’ee isaa maal jedharee?Abraaham Waaqayyoon amanatee, kunis qajeelummattilakka’ameef.Rommee 4:9 Amantiin Abrihaamiif qajeelummatti lakkaa’ameefjenna’o, gammachuun kuni warruma dhaqna qabatanduwwaadhaaf moo yookis warra dhaqna hin qabatinfis in ta’a ree?Galaatiyaa 3:6 Abrhaamin yoollee “Inni Waaqayyoon amantateekunis qajeelummaatti lakkaa’ameef”Lakkoofsa, kunneen adduma adda fayyinni nam tokkoo akkumainni Yesuus fayyisaa ta’uusaa amanateen kan dhufuuf ta’uu saa barsiisa.37

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!