12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Barnoota keenya darbe keessatti maaliif akka sodaannuu firifannu sababa tokko barannee jira garuu caalaatti waa’een sanaadubbatamuu ni danda’a yommuu Daawitti, namni akka fedha garaaWaaqayyoo ta’e, namni Waaqayyoon baayye jaallatame cubbuu dalage,Waaqayyo waa’e rifaatuu garaa nama kanaa Faarsaa 51 keessatti nuttidubbate. Guutummaan Faarsaa gochaa Daawit qabateera. Garuu nuyimoo Faarsaa tokko qofa fudhanna. Faarsaa 51: 11 akkas jedha;Fuula kee duraa ana hin balleessiin,hafuura kee isa qulqullu anaduraa hinfudhatiin.Daawit jireenya bara baraa argateera. Inni mootummaaWaaqayyo keessatti tikfameera. Akkamiti jechoota Faarsaa kanadubbatee, isa Waaqayyo Hafuura Qulqulluun akka dubbatu isaa kennee?Deebiin saa yommuu adaba cubbuu danuu arginu dhufa. Cubbuun hundigatii barbaada. Kanaafu, yommuu amanaan dhugaa cubbamu namoomasaa guutuu dhugaa lamatu isa fudhata.Gooftaa Yesus cubbuu keenya hundaaf gatii baahuu qaba,cubbuu amanaan eegi fayyina argateen booda hojjete dabalatetiDhugaan jalqabaa Gooftaa Yesuus Kiristoos cubbuu keenyaahundaaf gatii baasuu qaba; cubbuu amanaan eegi fayyina argateen boodahojjetelee ni dabalata. Waaqayyo jalqaba irraa eegalee amanaan dhugaanakkanni cubbuu kunneen dalagu fi Waaqayyo moo Yesuusitti akka isaangatee fi Yesuusi moo dur fagoo gatii akka isaaniif baase beekuun saadhugaa dha. Garuu suni dhugaa jiraataa cubbuun kunneen kan dalagamannama cubbun maal ta’uu beekuun ta’uunsaa fi gatiin danuun cubbuusanaaf Waaqayyoon gaafatame murtaa’un saa jijjiiruu hin danda’u.Kanaafuu, amanaa dhugaan wayituma cubbuu dalage isaa beeke hundattisodaa fi rifaatuun isa hudha, cubbuu kuni harka fayyisaa keenyaeebbifamaa irratti kan gatamu ta’a jechuu dha.Dhugaan lammataa, amantoonni dhugaan cimina cubbutticaalaatti beekkachaa fi adaba hamaataa Waaqayyo barbaadu sanashubataa dhufu. Wayituma cubbuu dalagan hunda fayyisaa saanii tifincilaa akka jiran ni beeku . Gama kaaniin, cubbuun saanii dhiigaYesuusin kan haqameef kan deebi’es hin lakka’amne ta’uu saas ni beeku.Gama biroon moo dhiifamni cubbuu saanii sababa araaraa fi ulfina55

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!