12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Tilmaammi malee, caasaan ykn toftaan waldaaleen tolfatan,qajeelfama Macaafa Qulqulluu hin dabalanne, sunis, abboomi Waaqayyokamiifu yommuu ajajamnu fi abboomin fayyina guyyaa sanbataan qorancabsee (Seera Lakkoofsa 15) taane jechuu dha. Ammalle dheekkamsaWaaqayyoo jala jirra. Kanaafuu, caasaan isaan dagaagfatan ykn adeemsiisaan fayyina dhugoomfachuuf diriirfatan bu’aa faallaa ta’e isaanitti fide.Namoonnis haala saani hin fayyine keessa akka turan isaan godhe.Caasaan isaan dagaagsani ykn adeemsi isaan fayyinadhugoomfachuuf hordofan bu’aa faallaa ta’e isaanitti fideHaalli gaddisiisaan kuni bara keenya kana keessatti waldaaleehunda keessatti, ummanni irra caalaansaa isa amma seexanni bulchaajiruutti homaa quba hin laannee. kanaafis waldaalee irraa yaa’uu dhaanseexana tajaajiluu dhaabuu hin dandeenye. Akeekkachisa xumura barriaddunyaa gahuusaaf kennamee gurra hin laanne.Bakka sagantaa fayyinaa al-Macaafa Qulqulluu ykn sagantaafayyina waldalee, namoonni lakkoofsa yartuu ta’an bara waldaaleekeessa carraa fayyinaa argatanii jiran, Isaan hubannoo barsiisa waldaaleexinnoo qabu ykn hin qaban garuu sababa Waaqayyo isaan filatee fi isanfayyiseef jecha fayyina argatan. Macaafa Qulqulluu dhaggeeffachu jalajiran, Waaqayyos isaan fayyise. Kanaaf, barsiisa Macaafa Qulqulluuhundaaf abboomamtoota ykn fedha guddaa ni qaban, kuni hundibeekkomsi isaan Macaafa Qulqulluu qaban odoo maddee ta’ee jiruu ti.Sanyiin namaa fayyina hin argatiin jiran wayita akka sagantaafayyinaa Waaqayyoo keessatti akka feetu makamaniifabdatanii fi kadhatan seera Waaqayyot ajajamu akka yaalanbarsiifnaWaldaaleen hundi hubannoo caasaa ykn karoora namaan tolfamuhomtuu, oduma gaddeebi’ani hordofanilee akka fayyina namootaamirkansuu hin dandeenye argchuu dadhaban. Kufaatiin saaniiakkekkachisa guddaa nuf ta’eera. Yommuu wangeela gara addunyaattierginu caasaa ykn karoora nam –tolchee homaatuu gonkumaa hin erginu.Yoo karoorri kuni haalaan hordofame fayyina argamsiisa hin jennu.Sanyiin namaa fayyina hin argatin jiran, wayita akka sagantaa fayyinaa47

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!