12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Kanaafuu, kuni karaa itti Waaqayyo namoota saa baafatu dha.Caalaatti moo Ermiyaas 31:8-9 keessatti caafamee ni jira. Akkas jedha.Ani kunoo, biyya gara bitaatti isaan nan fida qarqara lafaattiswalitti isaan nan qaba, jaamonni, naafanni, warri dadhabii qaban fiwarri du’a jala ga’ann hundinuu waldaa guddaa ta’anii isa duryadatanii boo’aa as in deebiiu. Ani garuu isaan jajjabeessee qarqaraburqituu bishaanii irra isaan nan geggeessa, isaan karaa qajeelaairra in adeemu malee, hin gufatan, ani Israa’eliif abbaa dha.Efreemi moo akka ilma koo isa angafaa ti.MACAAFA QULQULLUU NI DHAGEENYA MALEE HINDHAGEENYUU?Iddoo baayyeetti , Macaafa Qulqulluu keessatti, Waaqayyo isasagalee guddaa dhaan. Ermiyaasitti 29:17-19 dubbateen nuakeekkachiisa. Akkasis jedha:Inni “kunoo dhugumaan ani Waaqayyo gooftaan maccaa billaa,boola, dha’ichas isaanitti ergee akka ija harbuu isa hadhaa’aanamni nyaachuu hin dandeenyee isaan nan godha. Billaa dhaan,beelaan, dha’ichaanis isaan duukaa nan bu’a , mootumma biyyalafaa irra jiran hundumaa biratti wanta nammi ilaalee sodaatu,biyya ani itti isaan bittinse hindumaa keessatti namoonni akka isaanabaaran, akka isaan jibban, akka isaanitti ga’isaniif akka isaanarrabsan nan godha. Isaan dubbii ani karaa hojjettoota koo karaaraajoota warra ani deddeebisee isaanitti ergee, isaanitti dubbachaature, hin dhaggeefane isin warri booji’amtanis dubbii koo kanadhagahuu hin barbaadne, jedha Gooftaan.Dhaggeeffachuu jechuun waan abboomame baruu fi isaafisajajamuuf yaaluu hubachuu jechu dhaDhaggeeffachuu jechuun waan abboomame baruu fi isaafisajajamuuf yaaluu hubachuu jechu dha. Haa ta’uu ti, yommuu MacaafaQulqulluu ti hubannoo dhugaa dura qabaanneen dhufnu,dhugaatti hingallu, kanaafis, akka dubbisa kanaatti, sagalee dhugaas hin caqafnu.26

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!