12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Warren cubbuun saanii dhugumatti dhiiga Yesuusiinhaguuggameef dhugaan Macaafa Qulqulluu keessa jiran toorba bakkaguddaa qaban ni jiran. Dhugaa kunneen keessaa muraasa ragaagodhanne jirra. Haa ta’u ti, barbaachiso ta’anillee irra deebinee ilaalla.Akkana dha.1. Amma, guyyaa fayyinaa ti; Waaqayyo kana booda gochaawaldaalee, hoggantoota fi ummata saaniin akka hin fayyifne baranneerra.Haa ta’u, barsiifni Macaafa Qulqulluu nama naasisuu fi dhiigsu dhugaata’us, Waaqayyo makara jabaa ummataa gara mootummaa Waaqayyo tiakka fidu dhugaa dha. Dhugaa kana dagaagsuun fedhii barroo kanaa alata’ulle, lakkoofsa muraasa dhugaa agarsiisan waraabbachuu nidandeenya.Yoo’eel 2:24 keessattiObdiin midhaanii ni guuta, iddoon wayni itti cuunfanis daadhiiwayinitti fi dhadhaa ejersaa ni guuta (fayyina)Mul’ata 7: 9 keessatti, Macaafa Qulqulluu kan jedhuKana boodas ilaaleen tuuta sonaan baayyee saba hundumaa keessaa,gosa hindumaa keessaa, nama hundumaa keessaa dhufan warrahomtinuu lakkaa’uu hin dandeenye nan arge, isaan uffata adiiuffatanii damee muka meexxi harka saanitti qabatani teessicha durahoolicha duras ni dhaabbatu turan.Mul’ata 7: 13 -14 jiru mooErgasi maanguddoota keessaa inni tokko “warri uffata adii uffatankuni eenyu fa’ii eessaa dhufaniis? Jedhee na gaafata. Ani moo“gooftaa koo, situ beeka!” jedheen deebissef. Inni moo, isaan kunwarra rakkina guddaa keessaa ba’anii dhufani dha. Uffata saaniidhiiga hoolichaatiin miccatanii addeeffataniiru.Anbaaqom 2:14 keessatti kan dubbifnuAkkuma galaannii bishaaniin guutamu, akkasuma lafti ulfinaWaaqayyo beekuudhaan guutamti.Ermiyaas 33: 22 keessatti moo57

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!