12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

fayyina keenyaaf gargaarsa homaa akka hin qabaanne amanneera,caalaattis lakkoofsi muraasa barsiisani ni laalla.Fkn, Galaatiyaa 2:16 keessattiWaaqayyo akkas jedhe utuma ta’uyn namni tokkolle YesuusKiristoositti amanuudhaan malee, wanta seerri isarraa barbaadugochuudhaan Waaqayyo duratti qajeela ta’ee akka hin lakka’amnein beekna. Nuyis waan seerri namarra barbaadu hojjechuudhaanutuu hin ta’iin Kiristoositti amanuu dhaan qajeeloota taanee akkalakk’amnuuf Kiristoos Yesuusitti amanneerra; wanta seerrinamarra barbaadu gochuudhaan namni tokkollee qajeelaa ta’ee hinlakka’amu.Kutaan jalqaba lakkoofsa kanaa ifaa dha. Abboomii MacaafaQulqulluu kamuuf ajajamuun hin fayyinu (sunis seera eeguudhaanjechudha) garuu amantiindhaan (hojii amantiin) isa Yesuus warra filateittin fayyiseen malee .Garuu kutaan lammeesso lakkoofsa kanaa, salphaa dhumattidogoggore, yoo Kiristoos itti amanne, Waaqayyo qulqulleessa (fayyisa)jedhe barsiisa. Waaqayyo kutaa xumura lakkoofsa kana keessatti hangasirreessetti dogoggorichis ni danda’ame “seericha guuttachuu dhaanislubbuun qulqulloofte homtuu hin jirtu”jedha : Amantin hojii seerichaa ti.Eegi amantiin hojii seerichaa ta’ee moo akkamin “Yesuusittiamannee, feetu ni qulqulloofna “ jenne hubanna? Akka seerluga afaanGiriikitti jechamni “feetuu ni qulqullaa’a “jedhu haala lallaafaa dha.Afaan Giriik keessatti haalli laaffina qabu afaan Ingilifattile kanumaakka ta’uu danda’atu carraa gaariin jiraachu agarsiisa. Gochi lallaafaaafaan Giriik inni Macaafa Qulqulluu haaluma kana kan dhugoomsu dha.Haa ta’u, afaan Giriiki keessatti, akeeka ykn abboomiiagarsiisuufille ni fayyadu. Fkn, gochi gosa kanaa Kakuu Haaraakeessattis raajiin bara Kakuu Moofaa raawwachuusaa agarsiisuuf hojiirraooleera. Kanaafu, Barroon feetu ni raawwatama” jenne (Maatwoos 4:14,8:17, 2:17) dubbifanna.Gochi “feetu ni raawwatama jedhu kuni gochalallaaftu dha. Haala kanaan, shakkiin ykn mamii kanatti fayyadamuuttiuumame hin jiru. Raajichi raawwatameera,Yommu Galaatiyaa 2:16 ti fuula deeffannu, hanga amantiin hojiita’uusaa beeknutti, hojiin keenya fayyin keenya hin mirkansu. Amantiinkeenya feetu abboommii Macaafa Qulqulluuf ajajamuun akka fayyinaargannuuf feetu haala mijeessa ta’a, kadhachuun, qalbii jijjiirrachuunkanaaf kan fakkatu garuu fayyinni keenya guutumaatti Waaqayyotti41

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!