12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

Waa’ee yakkamaa Yesus faana fannifamee dubbisuunakkam nama jajjabeessaaWaa’ee nama yakkamee Yesuus faana fannifame dubbisuunakkam nama jajjabeessaa. Jalqaba, namni kuni qoruma Yesuusif qabuagarsiise. Maatwoos 27: 41 -44 keessa jiru akkana jedha.Luboonni warra angafonni moo barsisoota seeraa fi manguddootaawajjiin akkasuma isatti ga’iisani. Inni namoota biroo oolcheera ofiisaa moo oolchu hin danda’u. Inni mootii Israa’el eega ta’ee meeamma fannoo irraa gadi haa bu’u nuyis isatti ni amanna. InniWaaqayyon amanateera, Waaqayyo moo yoo isatti gammade isahaa oolchu, inumtuu ani ilma Waaqayyo ti jedheera jedhan. Warrisaamtonni isa wajjin fannifamaniyyu akkasuma isa in arrabsuturani.Amalle, haala dinqiin, daqiiqa ykn sa’a muraasa dura odoofannifame hin du’iin dura Yesuusiin araara kadhate ture, deebii isaafmiirkanessee fi nuyifis ta’e isa yeroo fi iddoo hin yaaddamneetti fayyinaargate sana fide. Luqaas 23: 39-43 ti.Warra hamaa godhanii achitti fannifaman lamaan keessaa innitokko “ati Kiristoos isa abdachiifame miti moo? Egaa’o of oolchii,nuunis oolchi! jedhe isa arrabse. Inni kaan garuu isa ifatee“Namana akkuma isaa firidiidhan dhiphachaa utuu jirtuuWaaqayyoni hin sodaattu moo? Nuyi qajeelootootti nuttifaradameeti hojii keenyaa nyaane, inni kun garuu homaa hinyakkine” jedheen. Yesuusin moo “yaa Yesuus mootummaa keetinyommuu dhuftu na yaadadhu jedhe. Yesuusi moo dhuguman sittihima har’a ana wajjiin jannta keessatti in argamta” jedheen.Namni cubbamaan gaddisisaan sagalicha caqasu, jala sababatureef, Yesuusi Maariyaamitti dubbatu dhagahe, ergama Yohaannis fiWaaqayyo ti dubbatu dhagaheen.Yeroo sanatti cubbamaan kun jireenyabara baraa argate. Kanaaf, eenyulle hanga ammaa hin fayyiin, cubbuunsaa hangam ta’us, Yesuus cubbamootaf dhufeera. Maali jajjabinihangana ulfaatu.59

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!