12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

sanaan, “Etistii” (warra Waaqayyo hin jiru jedhu). Yookiin“Ivoolushinistii” Jijjiirama suutaatti warra amanu, fakkeenyaaf namniJaldeessa irraa dhufe warra jedhanu) yookiin “Agnostiikii” (sammuu ofiiqofatti amanuun warra Waaqayyo tti hinamanne) ta'uudhaaf darancarraaqu.Kaan immoo waaqota tolfamaa waaqeffatanu bocataniiru. Waaqatolfamaa mukaa yookiin dhagaa lolfatu, akka Budistii, yookiin, akkaastroolojiistii, Pilaanetotaa fi urjiilee akka Waaqa wayiitti ilaallatu,yookiin akkuma namoota baay'ee, amantaa wayii isa jaraaf mijaatubarbaaddatu. Amantichi ciruma Macaafa Quqlulluu waliin hariiroo hinqabu ta'a yookiin kana deeggaruuf jechoota Macaafa Qulqulluumuraasatti fayyadama ta'a. Kanaafuu amantaa irra caalaatti Waaqayyoonisaan araarsu barbaaddatu.Haqni jiru har'a ummata addunyaa harka sadii ta'u keessaa tokko“Kiristaana” ofiin jedhu. Kana jechuun namoota gara Waaqayyootti kanfidu wangeela jechuudhaan Macaafa Quqlulluu keessaa kutaa muraasattifayyadamuudhaan amantaa yaada ofii deeggaratu filatu. Tokkoon tokkoofi gosti amantii hundi inni baay'ee xiqqoo Macaafa Qulqulluutiin hariirooqabus ta'e, yookiin irra keessaan Macaafa Qulqulluutiif haqaan dhugaakan fakkaatanu, Waaqayyo ttii araaramuuf karaa sirrii isa dhumaa akkata'e ragaa bahu. Kunis Manneen amantaa baay'ee beekamoo ta'ankanneen akka Kaatoolikii Roomaa, Baptistii, Rifoormii,Presbayteriyaanii, Guyyaa torbaffaa Adventistii, warra Joovaa,Mormoon, fi k. k. f. kan nama gaddisisu, garee amantoota kana keessaatokkollee waa'ee namni Waaqayyo tti araaramuuf maaltu akkabarbaadamuu hubannoo gahaa ta’e kan qabu hin jiru, san jechuundheekkamsa Waaqaa isa ta'e adabbii cubbuu jaraarraa walaba kan ta'anta'uuf.Haala nama gaddisiisuun; warri abdii fayyuu isaanii amantaawwankana keessaa kan fedhe irratti gatan amantaan isaanii waan isaanhinfayyisneef hariiroon isaan Waaqayyo waliin qabanu gidiraacimaa keessa galee jiraHaala nama gaddisiisuun; warri abdii fayyuu isaaniiamantaawwan kana keessaa kan fedhe irratti gatan amantaan isaaniiwaan isaan hin fayyisneef hariiroon isaan Waaqayyo waliin qabanu2

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!