12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

kanaafu, fayyina keenyaaf Waaqayyoon kadhachun keenya akkahomaa hin buufne ni beekna.Garuu, akka Waaqayyotti boonyu, fayyinaaf fedhis akka qabnuni beeka Yesuus ummata araara Waaqayyo of kadhatu. Luqaas 18:13-14 keessatti nu agarsiiseera.Inni qaraxa fuudhuu sun garu; achi fagaatee dhaabatee, ija isaanillegara waaqaatti ol hin laalle qomasaa rukutachaa, yaa Waaqayyoana nama cubbamaatti araarami”jedha ture malee. Egaa isaFaarsicha sana irraa namichi qaraxa fuudhu kun Waaqayyo durattiqajeelaa ta’ee gara manasaatti akka deebi’e isaanittan hima kan olof qabu hundinuu qadi in deebifama kan gad of deebisu moo ol hinqabama.7. Abdii fayyinaa gonkumaa buusuu hin qabnu yoo Waaqayyo nufayyisuuf karoora ni qaba ta’e yeroo saa eeggatee ni godha, jireenyakeenya ganama keessatti ykn du’a keenya dura sa’a muraasatti nufayyisata’a. Nuyi yeroo itti fayyinni keenya ta’u tokkolle Waaqayyoti himnu hinqabnu, nu fayyisuun fedha Waaqayyoo ti.Yoo nu fayyisuuf karoora qaba ta’e Waaqayyo yerooisaatti ni hojjeta!Faaruu 3: 26 keessatti akkas jedhaCaal jedhanii fayyisuu Waaqayyo eeggachuun gaarii dha.Waaqayyoagarsiisa.Faarsaa 62:5-8 keessatti tolasaa gaarii kenneLubbuun koo gab jettee Waaqayyoon duwwaa ni eeggatti.Abdii kooisarra nan kaa’a dha. Inni kophaa saa kattaa koo garagaarsa kooda’oo kootis egaa ani iddo kootti hin mittiqu waan oolfamu kootii fiulfina kootii Waaqayo harka jira kattaan koo inni aangoo qabeessiiddoon ani kooluu itti galus Waaqayyo bira jira . Isin yaa warrasaba isaa taatanii yeroo hundumaa isa amanadhaa! Wanta garaakeessanitti yaaddan isa duratti dhangalaasaa. Waaqayyo isa nuyikooluu itti gallu dha.61

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!