12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

Create successful ePaper yourself

Turn your PDF publications into a flip-book with our unique Google optimized e-Paper software.

keessatti gochi”feetu ol ol qabamtaniif”jedhutti hiikkamera. Iddoolameenitti gochichi carraa ta’ufi jiru agarsiisuf malee mirkansuuf kanhiikkame miti.JECHA “AMANTII” JEDHUUF HUBANNO XAXAMAAWanni guddaan nuyi barachaa jirru Waaqayyo waa’ee sagantaafayyina saa akkuma salphaatti akka beeknuuf hin tolchine. Waaqayyojecha amantii (believe )jedhu fi amantaa (faith) jedhu lakkoofsa danuukeessatti itti fayyadameera. Kanaafu akka qajeelfama Borroo ti wal cinaqabanii of eeggannoo qorachuu fi ogummaa Waaqayyoo kadhachuun kanarganu malee lakkoofsa kunneen waldhugeffachiisuun hin danda’amu.Sagantaa fayyina akka haalluma salpha dhaan hubatamuudandau Waaqayyo hin tolchineQajeelfama heddu amantaa dha keessa jajjaboonni1 gochi “amantii” jedhuu fi maqaan “Amantaa” jedhuakka hojii hoggayu hojjetamutti hubatamu qaba.Sababnisaas Yesuus namoota filataman fayyisuuf hojiihojjetamu waan dursee hojjetee fi maqaan saas kan“amaname” (Mul’ata 19:11) waan ta’eefidha. Innimoo keessa dubbii hojii amantichaati.2 Yommuu namni amanu, sadarkaa kamittuu,amantiinsaa hojii inni hojjetu malu malee kan sagantaafayyinasaaf isarraa barbaadamu miti.Yommuu amanu,feetu qalbii saatu akka amanu isa godhe, yknWaaqayyotu keessatti hojjete ta’a. Haata’u, karaaninni itti carraa sana beekuu danda’u, yoo fayye malee,hin jiru, garaan saa jallaa waan ta’eef, garaasaaguutuu dhaan amanuu hin danda’u.3 Eegi fayyina argateen booda yommuu namni amanuammalle hojii saa hojjetaa jira. Haata’u garuuamantiinsaa garaa guutuudhaan ta’uu ni danda’a.Sababa yommuu Waaqayyo isa fayyise lapheeeen43

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!