12.07.2015 Views

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

nan abdadha waaqayyo na fayyisa - Family Radio Worldwide

SHOW MORE
SHOW LESS

You also want an ePaper? Increase the reach of your titles

YUMPU automatically turns print PDFs into web optimized ePapers that Google loves.

Waaqayyo sanyiin namaa seera isaa akka kabajangochuuf mirga seeraa ni qabaWaaqayyo sanyi namaa seera isaa akka kabajaa gochuuf mirgaseeraa akka qabu yaadachu qabna, sababa sanyiin namaa bifaa fifakkeenya Waaqayyoon uumameef, sanyiin namaa akkuma Waaqayyoodha seera Waaqayyoo, macaafa seerichaa, Macaafa Qulqulluu , kansaaxilame dha. Kannfuu, hojiin Kiristoositti amanu jireenya namootafayyina hin argatiin, warra fayyinaaf carraa argatanii fi hin argatiinhundaa keessatti akka dhalatu hubachu qabna. Yommuu Kiristoos ittiamanuu, abboomii Macaafa Qulqulluu isa Luqaas 13:24 kessattiWaaqayyo akkas jedhe hordofu saatiBalbala isa dhiphaadhaan ol galuu dhaaf wal dorgama isinittinhima’o, namoonni baayyeen kanaan ol galuu dhaaf karaa baraadu,garuu hin danda’anIbroota 4:11 keessatti moo akkas jedhaKanaafis namni tokkolle akka warra sanaa abboomamuu diduudhaan kufee akka hin hafnetti kottaa iddoo boqonnaa sanatti galuudhaaf in dhamaana, jedha.Haa ta’uu ti, ammallee kan jala muramuu qabu hojii amantiikessaa homtuu wabii ykn gumaata fayyina saaf hin qabu, sababni saashojin inni fayyinaaf barbaachisu hundumtuu odoo hin dhalatiin duraKiristoosin dalagameera.Hojiin amantii kana keessaa homtuu wabii ykn gumaatafayyinaasaaf hin qabu, sababnisaas hojiin inni fayyina saafbarbaachisu hundumtuu odoo hin dhalatiin dura Kiristoosindalagameerra19

Hooray! Your file is uploaded and ready to be published.

Saved successfully!

Ooh no, something went wrong!